{"id":1999,"date":"2025-01-01T05:42:31","date_gmt":"2025-01-01T05:42:31","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1999"},"modified":"2025-01-01T05:42:33","modified_gmt":"2025-01-01T05:42:33","slug":"taateewwan-gurguddoo-bara-ala-2024-darbe-akka-biyya-keenyaatti-akkasumas-akka-addunyaatti-mudatan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/","title":{"rendered":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan"},"content":{"rendered":"\n<p>Barri 2024 seenawwan gurguddoo kan hin irraanfatame hanbisee darbuufi. Kanneen keessaa muraasa isaanii haa ilaallu:-<\/p>\n\n\n\n<p>Akka biyyaatti<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 <a><\/a>Gaaffiin Itoophiyaan miseensa &#8216;BRICS&#8217; taa\u2019uuf kaaste bara 2023 yoo ta\u2019u miseensummaa guutuu ifatti kan argattee fi garee kanatti kan makamte jalqaba bara 2024 ture.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Hojiin koridarii Magaalaa Finfinnetti eegales bara 2024 keessa. Hojiin koridarii Magaalaa Finfinneetti eegalame kun simboo dabalataa fiduun hawwata dabalataa umuun Magaalattii giddu-gala tuurizimii taasiseera. Hojiin kun yeroo ammaa muuxannoo gaarii ta\u2019uun magaalota biyyattii gara garaa keessatti adeemsifamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Faajjii Injifannoo biyya keenyaa kan ta\u2019e Yaaddannoon Injifannoo Aduwaa dabalatee Haaromsi Masaraa guddicha Biyyalessaa, Mandara Eco-tourism Beynunaa ijaarsii isaanii xumuramee kan eebiffaman bara xumuramaa jiru 2024 keessa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Magaalaan Finfinnee konfarasiiwwan Idil-Addunyaa 20 ol yeroo jalqabaaf kan qopheessite baruma darbaa jiru kan keessa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Hojiin ashaaraa magariisa waggota ja\u2019an darbaniif kan itti fufe yoo ta\u2019u bara 2024ttis biqiltuu biliyoonaan lakaa\u2019amu dhaabuun kan itti danda\u2019amedha. Guyyaa tokko keessatti qofa biqiltuu miiliyoona 615.7 dhaabuun seenaa guddaan kan itti hojjatame bara faranjoota xumuramaa jiru kana keessa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Sigigaachuu lafaa naannoo Kibba Itoophiyaa dabalatee naannolee biyyatti garaa garaatti mudateen lubbuu namoota hedduu galaafatee kan darbe baruma faranjoota xumara irra jiru kan keessa. Balaan kun gadda guddaa akka biyyaatti uumus uummatini biyyattii aadaa walgargaarsa baroota dheeraf guddifateen rakkoo mudate dandamachuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Balaa abiddaa Magaalaa Finfinnee bakka adda addaa keessatti mudateen qabeenyi hedduun kan manca\u2019e bara xumurame kan keessa ture. Haata\u2019u malee namoota sababa balaa abiddaa uumameen miidhamiif bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qarshii miliyoona 20 ol baasii gochuun deebisee ijaaruuf carraaqqii taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Kirkirri lafaa Naannoo Afaar Awaash Fantaalleetti eegalee irra deddeebi\u2019uun kan mudate bara faranjootaa xumuraa jirru kana keessa. Hanga ammaa rakkoo hamaan lubbuu namaarratti uumame jiraachuu baatus seenaa bara 2024 ta\u2019ee ni yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Gaaffii waggoota soddomaa olii kan ta\u2019e fedhiin karra galaanaa argachuu Itoophiyaa kan itti ka\u2019e baruma faranjootaa 2024 yoo ta\u2019u, gaaffiin kun beekkamtii Idil-Addunyaa argateera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Maagalli Finfinnee badhaasa adda addaa kan argattes bara xumuraa 2024 kana keessa. Haaluma kanaan \u2018Best Africa Smart Cities&#8217; Award fi \u20182024 Seoul Smart City Leadership Award\u2019 fi kkf ni caqafamu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Fooyya&#8217;insi Dinagdee Gooroo Itoophiyaa kan itti hojii irra ooles bara 2024 keessa ture. Tarkaanfiiwwan imaammataa sagantaa fooyya\u2019iinsa dinagdee gooroo kanaan faayidaalee guguddoo argaman keessa sirna sharafa alaa gabaarratti hundaa\u2019e akka tilmaamamu taasisuun isa tokko ture.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Ambaasaaddar Taayyee Atsqa Sillaasee Pireezidaantii Mootummaa Federaalawaa Diimookraatawaa Itoophiyaa ta\u2019uun kan muudaman bara faranjootaa xumuramaa jiru kana keessa ture.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Sagalee Uummataa kan ta\u2019e AMN chaanaalii dabalataa &#8216;AMN PLUS&#8217; tamsa\u2019in yaalii xumuree gara sagantaa idilee eegaluutti kan gale bara xumura faranjoota kan keessa dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka Addunyaatti<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Warranni Israa\u2019elii fi Haamaas gidduutti Onkololessa 2023 eegalullee hanga 2024 kan itti fufee dha. Gara dhumaatti gara nagaa buusuutti yoo dhufaniyyuu lubbuu namoota hedduu gaaga\u2019ee kan darbeedha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Warraanni Raashiyaa fi Ukireen gidduu jiru ammayyuu kan itti fufe yoo ta\u2019u, sodaa waraana addunyaa sadaffaa kaasa jedhu uumeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Bara 2024 Filannoon biyyoota hedduus kan itti gaggeefameedha. Filannoo biyya Ameerikaa qalbii addunyaa bituun kan beekamu, morkii guddaan kan itti taasifamuudha. Filannoo kana Pireezidaatiin Itti Aantuu Kaamalaa Haariis ni mo\u2019atti jedhamee eegamus Pireezidaantiin duraanii Doonaald Tiraamp yeroo lammaaffaaf injifataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Mootummaa Sooriyaa garee humnoota finciltootaan fonqolchamuunis taatee bara 2024 addunyaan keessummeessiteedha. Pireezidaantiin Sooriyaa duraani Bashir Al-Asaad turtii waggaa 14\u2019n booda masaraa mootummaa abbasanii gadi dhiisanii kan baqatan baruma kana keessa dha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022 Barri 2024 kan itti balaa xiyyaara biyyoota addunyaa adda addaa keessatti mudatee fi lubbuu namoota hedduu kan itti darbeedha. Sababa kanaan qabeenyi hedduun kan itti manca\u2019e ta\u2019uun galmee seenaa gurraacha keessatti galmeeffamee darbeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Qopheessaan Tolasaa Mabraateeti<\/p>\n\n\n\n<p>AMN &#8211; Muddee 22\/2024<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"1999\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1999\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Barri 2024 seenawwan gurguddoo kan hin irraanfatame hanbisee darbuufi. Kanneen keessaa muraasa isaanii haa ilaallu:- Akka biyyaatti \u2022 Gaaffiin Itoophiyaan miseensa &#8216;BRICS&#8217; taa\u2019uuf kaaste bara 2023 yoo ta\u2019u miseensummaa guutuu ifatti kan argattee fi garee kanatti kan makamte jalqaba bara 2024 ture. \u2022 Hojiin koridarii Magaalaa Finfinnetti eegales bara 2024 keessa. Hojiin koridarii Magaalaa Finfinneetti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":2000,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5,4],"tags":[],"class_list":["post-1999","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Barri 2024 seenawwan gurguddoo kan hin irraanfatame hanbisee darbuufi. Kanneen keessaa muraasa isaanii haa ilaallu:- Akka biyyaatti \u2022 Gaaffiin Itoophiyaan miseensa &#8216;BRICS&#8217; taa\u2019uuf kaaste bara 2023 yoo ta\u2019u miseensummaa guutuu ifatti kan argattee fi garee kanatti kan makamte jalqaba bara 2024 ture. \u2022 Hojiin koridarii Magaalaa Finfinnetti eegales bara 2024 keessa. Hojiin koridarii Magaalaa Finfinneetti [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-01-01T05:42:31+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-01-01T05:42:33+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1693\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1141\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan\",\"datePublished\":\"2025-01-01T05:42:31+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-01T05:42:33+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/\"},\"wordCount\":585,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/\",\"name\":\"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg\",\"datePublished\":\"2025-01-01T05:42:31+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-01T05:42:33+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg\",\"width\":1693,\"height\":1141},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1999\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Barri 2024 seenawwan gurguddoo kan hin irraanfatame hanbisee darbuufi. Kanneen keessaa muraasa isaanii haa ilaallu:- Akka biyyaatti \u2022 Gaaffiin Itoophiyaan miseensa &#8216;BRICS&#8217; taa\u2019uuf kaaste bara 2023 yoo ta\u2019u miseensummaa guutuu ifatti kan argattee fi garee kanatti kan makamte jalqaba bara 2024 ture. \u2022 Hojiin koridarii Magaalaa Finfinnetti eegales bara 2024 keessa. Hojiin koridarii Magaalaa Finfinneetti [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-01-01T05:42:31+00:00","article_modified_time":"2025-01-01T05:42:33+00:00","og_image":[{"width":1693,"height":1141,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan","datePublished":"2025-01-01T05:42:31+00:00","dateModified":"2025-01-01T05:42:33+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/"},"wordCount":585,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/","name":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg","datePublished":"2025-01-01T05:42:31+00:00","dateModified":"2025-01-01T05:42:33+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471266355_1026599492846757_1831353889764110826_n-1-2.jpg","width":1693,"height":1141},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1999\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1999","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1999"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1999\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2001,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1999\/revisions\/2001"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2000"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1999"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1999"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1999"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}