{"id":20060,"date":"2026-06-23T10:03:54","date_gmt":"2026-06-23T10:03:54","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=20060"},"modified":"2026-06-23T10:03:57","modified_gmt":"2026-06-23T10:03:57","slug":"ameerikaan-hoggantoota-duraanii-tplf-irra-dhorkaa-viizaa-kaauun-garichi-hojii-badii-raawwatu-hatattamaan-akka-dhaabu-ergaa-dabarsa-aadde-almaaz-gabratsaadiq","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/","title":{"rendered":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa &#8211; Aadde Almaaz Gabratsaadiq"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 16\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF fi maatii isaaniirratti dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojiiwwan seeraan alaa fi badii raawwatu akka hatattamaan dhaabuuf ergaa guddaa kan dabarsuufi murtoo cimaa tahuu Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet Aadde Almaaz Gabratsaadiq ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Aadde Almaaz Gabratsaadiq hoggansi duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet, dhorkaa Viizaa dhiheenya kana kaa&#8217;ame fi haala yeroo ammaa naannoo Tigraay irratti xiyyeeffachuun yaada bal\u2019aa kennaaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Aadde Almaaz akka ibsanitti Ameerikaan hoggantoota duraanii garee TPLF fi maatii isaanii irra dhorkaa viizaa kaa&#8217;uun, gareen kun hojiiwwan seeraan alaa fi jeequmsaa raawwatu akka hatattamaan dhaabuuf ergaa guddaa dabarseera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Murtichi gareen kun dhaabbatee akka of ilaalu, akkasumas waliigalteen nageenyaa Piritooriyaa guutummaatti hojii irra akka oolu gahee guddaa qaba jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gareen duraanii TPLF qophii waraanaarratti argama jiran kan jedhan Aadde Almaaz, naannoo Tigraayitti dargaggoota lakkoofsaan hedduu tahan humnaan gara garichaatti dabalaa jiraachuus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggoonnis gochaa TPLF humnaan dargaggoota adamsuun gara waraanatti geessuu jalaa baqachuun Finfinnee fi kutaalee biyyatti biroo keessatti godaanaa akka jiranis ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Humnoonni farra nageenyaa humnoota alaa wajjiin qindoomuun Itoophiyaa dadhaabsiisuuf socha\u2019aa akka jiran kan ibsan Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet, baandaa fi alagaan qindoomuun waraana haaraa banuuf qophaa\u2019aa akka jiran ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kaayyoon qindoomina diinootaa kunis Itoophiyaa nageenyaa dhoowwuun dirree jeequmsaa keessaa akka tutu taasiisuuf akka ta\u2019ees hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gareen finxaaleessaa TPLF duraanii Shaabiyaa wajjiin tumsa uumuun ajandaa jeequmsaa kanaaf ergamtuu fi meeshaa ta\u2019uun tajaajila akka jiranis eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggoonni naannoo Tigraayis garee diinaa alaa waliin qindaa\u2019uun biyya dirree jeequmsaa taasiisuuf akkasumas, dargagoota humnaan qabuun seeran alaa leenjisan diduun jalaa baqachaa akka jiranis ibsuu isaanii ENA gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"81c06060e6\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20060\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 16\/2018 Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF fi maatii isaaniirratti dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojiiwwan seeraan alaa fi badii raawwatu akka hatattamaan dhaabuuf ergaa guddaa kan dabarsuufi murtoo cimaa tahuu Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet Aadde Almaaz Gabratsaadiq ibsan. Aadde Almaaz Gabratsaadiq hoggansi duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":20061,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,23],"tags":[],"class_list":["post-20060","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#039;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#039;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 16\/2018 Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF fi maatii isaaniirratti dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojiiwwan seeraan alaa fi badii raawwatu akka hatattamaan dhaabuuf ergaa guddaa kan dabarsuufi murtoo cimaa tahuu Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet Aadde Almaaz Gabratsaadiq ibsan. Aadde Almaaz Gabratsaadiq hoggansi duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-06-23T10:03:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-06-23T10:03:57+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa &#8211; Aadde Almaaz Gabratsaadiq\",\"datePublished\":\"2026-06-23T10:03:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-23T10:03:57+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/\"},\"wordCount\":290,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/\",\"name\":\"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa'uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-06-23T10:03:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-23T10:03:57+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20060\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa &#8211; Aadde Almaaz Gabratsaadiq\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa'uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa'uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 16\/2018 Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF fi maatii isaaniirratti dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojiiwwan seeraan alaa fi badii raawwatu akka hatattamaan dhaabuuf ergaa guddaa kan dabarsuufi murtoo cimaa tahuu Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Simireet Aadde Almaaz Gabratsaadiq ibsan. Aadde Almaaz Gabratsaadiq hoggansi duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-06-23T10:03:54+00:00","article_modified_time":"2026-06-23T10:03:57+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa &#8211; Aadde Almaaz Gabratsaadiq","datePublished":"2026-06-23T10:03:54+00:00","dateModified":"2026-06-23T10:03:57+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/"},"wordCount":290,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/","name":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa'uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa - Aadde Almaaz Gabratsaadiq - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg","datePublished":"2026-06-23T10:03:54+00:00","dateModified":"2026-06-23T10:03:57+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/730598547_1779653400120012_8531264493416512902_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20060\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ameerikaan hoggantoota duraanii TPLF irra dhorkaa Viizaa kaa&#8217;uun garichi hojii badii raawwatu hatattamaan akka dhaabu ergaa dabarsa &#8211; Aadde Almaaz Gabratsaadiq"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20060","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=20060"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20060\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":20062,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20060\/revisions\/20062"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/20061"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=20060"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=20060"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=20060"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}