{"id":20157,"date":"2026-06-26T08:29:24","date_gmt":"2026-06-26T08:29:24","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=20157"},"modified":"2026-06-26T08:29:26","modified_gmt":"2026-06-26T08:29:26","slug":"waggoota-shan-keessatti-finfinneen-jijjiirama-seena-qabeessa-galmeessite-waajjira-kantiibaa-magaalaa-finfinnee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/","title":{"rendered":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite &#8211; Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS -Waxabajjii 19\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota shanan darban keessatti pirojektiiwwan misooma qarqara laggeenii fi koriidarii Magaalaa Finfinneetti raawwatameen magaalaatti miidhagsuun alattis nageenya, dinagdee fi jireenya hawaasummaa jiraattota guutummaatti kan jijjiire jijjiirama bu\u2019uuraa akka ta\u2019e Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bu\u2019uuraalee misoomaa gurguddaan kunneen Inxooxxoo irraa hanga Paarkii Piikookiitti akkasumas Inxooxxoo irraa hanga Qabbannaatti dheerina 22KM ol ta\u2019u uwwisuun bifa Magaalaa Finfinnee sadarkaa olaanaadhaan jijjiireera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"540\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731068479_2609069942823986_593973524798385534_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-20159\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731068479_2609069942823986_593973524798385534_n.jpg 960w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731068479_2609069942823986_593973524798385534_n-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731068479_2609069942823986_593973524798385534_n-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731068479_2609069942823986_593973524798385534_n-800x450.jpg 800w\" sizes=\"(max-width: 960px) 100vw, 960px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Pirojektiin kun miidhagina lafaa fi qarqara laggeenii agarsiisuun alattis misoomni eegumsa naannoo wajjiIn wal simuun qorannoo fi kaayyoo waliinii irratti hundaa\u2019ee akkamitti hojii irra ooluu akka danda\u2019u hojii qabatamaan agarsiise, bu\u2019a qabeessaafi ammayyaa\u2019aa ta\u2019uun fakkeenya gaarii kan mul\u2019ise yoo ta\u2019u, imala misoomaa waggoota shanan keessatti gama jijjiirama eegumsa naannoo fi nageenya uummataatiin milkaa\u2019ina guddaa galmeesse akka ta\u2019es eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Magaalattii kanaan dura keemikaalonni summa\u2019ooni fi balfi itti gatamaa ture akkasumas balaa lolaa cimaaf saaxilama turte, har\u2019a bakka qulqulluu, mijataa fi bakka boqonnaa qaban magariisummaatti akka jijjiiramanis ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiin misoomaa qindaa\u2019aan kun bo\u2019oo dhangala\u2019aa dabarsaniin rakkoo balaa lolaa furuun jiraattota qarqara lagaatti siquun yaaddoon jiraataa turanis jireenyi isaanii akka jijjiirames eerameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-20160\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-1536x1025.jpg 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n-1320x880.jpg 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/731111445_2763105340712688_12347490953834890_n.jpg 2048w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sochiin misooma Magaalaa Finfinneetti hojjetamaa turan laggeen balfaan xura\u2019aan qulqulleessuun akkasumas ilaalcha hawaasaa jijjiiruun haala itti fayyadama qabeenya lafaa hojii qabatamaatti hiikuun injifannoo guddaa akka ta\u2019es ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tarsiimoon pirojektichaas nama giddu galeessa kan taasifate walitti dhufeenya hawaasummaa fi dinagdee magaalaa bifa haaraan kan ijaare yoo ta\u2019u, iddoowwan uummanni itti walgahan babal\u2019aa, daandiiwwan deemsa miilaa, giddugaloota bashannanaa fi iddoowwan daldalaa waliin qindeessuun Finfinneetti kan hojjetaman sochii fi haalaa mijataa jireenya namootaa irratti hundaa\u2019e bakka hawwataa turizimii akka taatuuf shoora olaanaas bahateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis sochiin hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjetaman kunneenis carraalee hojii hedduu kan uume yoo ta\u2019u, ogeessonni ijaarsaaa biyya keessaa gara sadarkaa olaanaatti akka guddatanis taasiseeras jedhameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"540\" src=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/729167668_4348400235397185_5492889875504921418_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-20162\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/729167668_4348400235397185_5492889875504921418_n.jpg 960w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/729167668_4348400235397185_5492889875504921418_n-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/729167668_4348400235397185_5492889875504921418_n-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/729167668_4348400235397185_5492889875504921418_n-800x450.jpg 800w\" sizes=\"(max-width: 960px) 100vw, 960px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Siidaawwan fi mallattooleen garaagaraa iddoowwan misooman keessatti dhaabamanis miidhagina kunnu qofaaf osoo hin taane seenaa fi hambaalee durii Itoophiyaa ibsuun yaadannoowwan qabatamaa dhaloota eegereetif kan teechisan akka ta\u2019es himaameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milkaa\u2019ina misoomaa kunis ilaalcha hawaasaa jijjiiruun miira abdii kutannaa fi of xiqqeessuu yeroo dheeraaf ture \u201chomaa hin qabnu\u201d kan jedhamu sana cabsuun qabeenya uumamaa magaalaa gara gatii dinagdee fi hawaasummaa guddaatti jijjiiruun akka danda\u2019amu hojii qabatamaan agarsiifameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"865\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/727158381_1020478850917625_574535254100970615_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-20163\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/727158381_1020478850917625_574535254100970615_n.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/727158381_1020478850917625_574535254100970615_n-250x300.jpg 250w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Misoomni kun Tarsiimoo Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa kan Biliyoona hedduun biqiltuu dhaabuudhaan beekamtii addunyaa argate waliin qindeessuun Finfinneen magaalaa Afrikaa keessaa jijjiirama qilleensaa dandamachuu danda\u2019an keessaatti akka ramadamtu taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Injifannoowwan hundagaleessa waggoota shanan darban keessatti galmaa\u2019an kunneen magaalaa nama irratti xiyyeeffachuun bu\u2019uuraalee misoomaa ammayyaa\u2019aa, magariisaa fi dinagdeen cimte ijaaramte dhaloota egeree dhaalchisuun akka danda\u2019amu ibsamuu isaa ragaan Waajjira Kantiibaa irraa argame ni mul\u2019isa.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"bbf391e162\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20157\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS -Waxabajjii 19\/2018 Waggoota shanan darban keessatti pirojektiiwwan misooma qarqara laggeenii fi koriidarii Magaalaa Finfinneetti raawwatameen magaalaatti miidhagsuun alattis nageenya, dinagdee fi jireenya hawaasummaa jiraattota guutummaatti kan jijjiire jijjiirama bu\u2019uuraa akka ta\u2019e Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibseera. Bu\u2019uuraalee misoomaa gurguddaan kunneen Inxooxxoo irraa hanga Paarkii Piikookiitti akkasumas Inxooxxoo irraa hanga Qabbannaatti dheerina 22KM ol [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":20158,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,3],"tags":[],"class_list":["post-20157","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS -Waxabajjii 19\/2018 Waggoota shanan darban keessatti pirojektiiwwan misooma qarqara laggeenii fi koriidarii Magaalaa Finfinneetti raawwatameen magaalaatti miidhagsuun alattis nageenya, dinagdee fi jireenya hawaasummaa jiraattota guutummaatti kan jijjiire jijjiirama bu\u2019uuraa akka ta\u2019e Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibseera. Bu\u2019uuraalee misoomaa gurguddaan kunneen Inxooxxoo irraa hanga Paarkii Piikookiitti akkasumas Inxooxxoo irraa hanga Qabbannaatti dheerina 22KM ol [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-06-26T08:29:24+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-06-26T08:29:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1366\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite &#8211; Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee\",\"datePublished\":\"2026-06-26T08:29:24+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-26T08:29:26+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/\"},\"wordCount\":450,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/\",\"name\":\"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-06-26T08:29:24+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-26T08:29:26+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1366},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20157\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite &#8211; Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS -Waxabajjii 19\/2018 Waggoota shanan darban keessatti pirojektiiwwan misooma qarqara laggeenii fi koriidarii Magaalaa Finfinneetti raawwatameen magaalaatti miidhagsuun alattis nageenya, dinagdee fi jireenya hawaasummaa jiraattota guutummaatti kan jijjiire jijjiirama bu\u2019uuraa akka ta\u2019e Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibseera. Bu\u2019uuraalee misoomaa gurguddaan kunneen Inxooxxoo irraa hanga Paarkii Piikookiitti akkasumas Inxooxxoo irraa hanga Qabbannaatti dheerina 22KM ol [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-06-26T08:29:24+00:00","article_modified_time":"2026-06-26T08:29:26+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1366,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite &#8211; Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee","datePublished":"2026-06-26T08:29:24+00:00","dateModified":"2026-06-26T08:29:26+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/"},"wordCount":450,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/","name":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite - Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg","datePublished":"2026-06-26T08:29:24+00:00","dateModified":"2026-06-26T08:29:26+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/732081561_3616641145141394_357927412098819580_n.jpg","width":2048,"height":1366},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20157\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Waggoota shan keessatti Finfinneen jijjiirama seena-qabeessa galmeessite &#8211; Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20157","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=20157"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20157\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":20164,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20157\/revisions\/20164"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/20158"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=20157"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=20157"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=20157"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}