{"id":2060,"date":"2025-01-06T13:26:02","date_gmt":"2025-01-06T13:26:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=2060"},"modified":"2025-01-06T13:26:04","modified_gmt":"2025-01-06T13:26:04","slug":"mootummaan-jijjiiramaa-hojiilee-namarratti-xiyyeefatanii-fi-dhiibbaa-jireenya-lammiilee-salphisan-irratti-xiyyeeffannoon-hojjechaa-jira-aadde-ayidaa-awwal-himaniru","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/","title":{"rendered":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN- Muddee 28\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu hojiraawwachiistuu olaantuun kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aadde Ayidaa Awwal himaniru<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Kutaa Magaalichaatti ayyaana Qillee bara Kanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiifi namoota haala rakkisoo keessa jiran 38,250&#8217;f maaddiin qoodameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Adaan Wal gargaarsaa fi waliin jireenya lammiilee cimee itti fufuun misoomni biyyaa akka itti fufu taasisuu keessatti sagantaan akka aanaa hiikoo guddaa qabaachuu kan himan hoji raawwachiistuu olaantuun kutaa magaalichaa, mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefataniifi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sagantaa maaddii qooduu kana keessatti hirmaannan abbootii qabeenyaa olaanadha kan jedhan itti gaafatamtuun waajjira qindeessaa hirmaannaa uummaataafi tola ooltummaa kutaa magaalichaa aadde Hambaamuwaa Bulchaa sagantaa kanaaf maallaqni bahee miliyoona tokkoofi kuma 54 olitti kan tilmaammamu ta&#8217;uus eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis kutaa Magaalichaatti Manneen harka qalleeyyii 27 haaromfamaa turan dabarfamnii kennamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyaa ayyaanichaa hojjettoota humna ibsaa, giddu-gala soorataa Aamuddiin, Hoospitaala Amaanu&#8217;eeifi qaamolee nageenyaa hojiirra turaniif sangaan 18 kennameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Namoonni maaddiin qoodameefis yeroo qaala&#8217;insi jireenyaa uumamaa jiru kanatti caasaa mootummaa isaan deeggare galateeffataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sisaay Dirribaatu Gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"2060\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3d058f0ad3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2060\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Muddee 28\/2017 Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu hojiraawwachiistuu olaantuun kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aadde Ayidaa Awwal himaniru Kutaa Magaalichaatti ayyaana Qillee bara Kanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiifi namoota haala rakkisoo keessa jiran 38,250&#8217;f maaddiin qoodameera. Adaan Wal gargaarsaa fi waliin jireenya lammiilee cimee itti fufuun misoomni [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":2061,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-2060","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Muddee 28\/2017 Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu hojiraawwachiistuu olaantuun kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aadde Ayidaa Awwal himaniru Kutaa Magaalichaatti ayyaana Qillee bara Kanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiifi namoota haala rakkisoo keessa jiran 38,250&#8217;f maaddiin qoodameera. Adaan Wal gargaarsaa fi waliin jireenya lammiilee cimee itti fufuun misoomni [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-01-06T13:26:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-01-06T13:26:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"708\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru\",\"datePublished\":\"2025-01-06T13:26:02+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-06T13:26:04+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/\"},\"wordCount\":187,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/\",\"name\":\"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-01-06T13:26:02+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-06T13:26:04+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":708},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2060\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Muddee 28\/2017 Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu hojiraawwachiistuu olaantuun kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aadde Ayidaa Awwal himaniru Kutaa Magaalichaatti ayyaana Qillee bara Kanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiifi namoota haala rakkisoo keessa jiran 38,250&#8217;f maaddiin qoodameera. Adaan Wal gargaarsaa fi waliin jireenya lammiilee cimee itti fufuun misoomni [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-01-06T13:26:02+00:00","article_modified_time":"2025-01-06T13:26:04+00:00","og_image":[{"width":720,"height":708,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru","datePublished":"2025-01-06T13:26:02+00:00","dateModified":"2025-01-06T13:26:04+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/"},"wordCount":187,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg","articleSection":["Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/","name":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg","datePublished":"2025-01-06T13:26:02+00:00","dateModified":"2025-01-06T13:26:04+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/471407607_1032602715555171_8991080355127652345_n.jpg","width":720,"height":708},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2060\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Mootummaan jijjiiramaa hojiilee namarratti xiyyeefatanii fi dhiibbaa jireenya lammiilee salphisan irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Aadde Ayidaa Awwal himaniru"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2060","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2060"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2060\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2062,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2060\/revisions\/2062"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2061"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2060"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2060"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2060"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}