{"id":20672,"date":"2026-07-13T10:59:03","date_gmt":"2026-07-13T10:59:03","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=20672"},"modified":"2026-07-13T10:59:06","modified_gmt":"2026-07-13T10:59:06","slug":"faayidaa-mirgaa-fi-nageenya-lammiilee-itoophiyaa-biyya-alaa-jiraatan-eeguuf-tooftaalee-dipilomaasii-fi-tajaajila-qoonsilaa-jiran-hunda-fayyadamuu-itti-fufna-ministeera-dhimma-alaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/","title":{"rendered":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS-Adoolessa 06\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf, filannoowwan dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa hunda fayyadamuu isaa akka itti fufu beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ministeerichi, lammiilee Itoophiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran ilaalchisee ibsa kan baase yoo ta\u2019u, lammiilee Itoopiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti murtiin itti kennameef fala barbaaduuf Saa&#8217;udii Arabiyaatti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin walitti dhiyeenyaan hojjechaa akka jirus ifoomseeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Rakkoo kanaaf furmaata waaraa kennuuf mootummaan Itoophiyaa hoggantoota olaanoo mootummaa Saa&#8217;udii Arabiyaa waliin mari\u2019chuun lammiilee Itoophiyaa achi jiraataniif nageenya, eegumsaa fi deggarsi qoonsilaa akka taasifamuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa akka jirus eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma kanaan karaa Imbaasii Itoophiyaa Riyaad keessatti argamuu fi Qoonsila Jeneraalaa Jiddaa keessatti argamuun, lammiilee Itoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif deggarsi qoonsilaa taasifame dhiifamni akka kennamuu fi furmaata akka argataniif qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii gaggeessaa tjiran daran cimsanii kan itti fufan ta\u2019uus eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hariiroon dipilomaasii waaraa kuni tattaaffiin qoonsilaa bu&#8217;aa gaarii gama namoomaatiin kan fide yoo ta\u2019u, hanga ammaatti waliigalaan lammiileen Itoophiyaa kuma 1fi 971 Saa&#8217;udii Arabiyaa irraa araarri akka taasifameef ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan Itoophiyaas lammiilee araaramni taasfame kanneen baasii geejjiba xiyyaaraa danda\u2019uun gara biyyaatti deebiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi kunis tumsa biyyoota lameenii gidduutti dhimma qoonsilaa fi namoomaa irratti jiru akkasumas, hariiroo yeroo dheeraa biyyoota lameenii gidduu jiru kan calaqqisiisu ta&#8217;uu Ministeerichi hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ministeerri Dhimma Alaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu isaa kan itti fufu ta\u2019uus ibseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"322c78e791\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20672\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Adoolessa 06\/2018 Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf, filannoowwan dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa hunda fayyadamuu isaa akka itti fufu beeksise. Ministeerichi, lammiilee Itoophiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran ilaalchisee ibsa kan baase yoo ta\u2019u, lammiilee Itoopiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti murtiin itti kennameef fala barbaaduuf Saa&#8217;udii Arabiyaatti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":20673,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[24,4],"tags":[],"class_list":["post-20672","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dipploomasii","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Adoolessa 06\/2018 Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf, filannoowwan dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa hunda fayyadamuu isaa akka itti fufu beeksise. Ministeerichi, lammiilee Itoophiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran ilaalchisee ibsa kan baase yoo ta\u2019u, lammiilee Itoopiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti murtiin itti kennameef fala barbaaduuf Saa&#8217;udii Arabiyaatti [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-07-13T10:59:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-07-13T10:59:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"600\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"600\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa\",\"datePublished\":\"2026-07-13T10:59:03+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-13T10:59:06+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/\"},\"wordCount\":268,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dipploomasii\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/\",\"name\":\"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-07-13T10:59:03+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-13T10:59:06+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg\",\"width\":600,\"height\":600},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20672\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Adoolessa 06\/2018 Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa, faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf, filannoowwan dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa hunda fayyadamuu isaa akka itti fufu beeksise. Ministeerichi, lammiilee Itoophiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran ilaalchisee ibsa kan baase yoo ta\u2019u, lammiilee Itoopiyaa Saa&#8217;udii Arabiyaatti murtiin itti kennameef fala barbaaduuf Saa&#8217;udii Arabiyaatti [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-07-13T10:59:03+00:00","article_modified_time":"2026-07-13T10:59:06+00:00","og_image":[{"width":600,"height":600,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa","datePublished":"2026-07-13T10:59:03+00:00","dateModified":"2026-07-13T10:59:06+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/"},"wordCount":268,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg","articleSection":["Dipploomasii","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/","name":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg","datePublished":"2026-07-13T10:59:03+00:00","dateModified":"2026-07-13T10:59:06+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/746463583_1031653223165139_8185623673901016253_n.jpg","width":600,"height":600},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20672\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Faayidaa, mirgaa fi nageenya lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan eeguuf tooftaalee dipilomaasii fi tajaajila qoonsilaa jiran hunda fayyadamuu itti fufna- Ministeera Dhimma Alaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20672","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=20672"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20672\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":20674,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20672\/revisions\/20674"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/20673"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=20672"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=20672"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=20672"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}