{"id":20721,"date":"2026-07-15T12:25:50","date_gmt":"2026-07-15T12:25:50","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=20721"},"modified":"2026-07-15T12:25:55","modified_gmt":"2026-07-15T12:25:55","slug":"buaan-marii-biyyaalessaa-hiree-gara-fuulduraa-biyyatti-kan-murteessuudha-piroofeesar-masfin-araayaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/","title":{"rendered":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS-Adoolessa 08\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Pirofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa bu&#8217;aan marii biyyaalessaa kuni hiree biyyatti kan gara fuulduraa kan murteessu akka ta\u2019e ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Marii biyyaalessaa seena-qabeessa ta\u2019e kuni waggoota dheeraaf rakkoolee walxaxaa biyyattii hiikuuf, garaagarummaa karaa nagaa fi aada-qabeessa ta&#8217;een furuuf, akkasumas dhaloota eegeretiif biyya jabduu dhaalchisuuf kan kaayyeffate akka ta\u2019es eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Marii biyyaalessaa seena-qabeessi kunis bakka qondaaltonni mootummaa sadarkaa olaanoo, jaarsolii biyyaa, abbootii amantii, bakka bu&#8217;oonni mootummoota biyya alaa fi dhaabbilee idil-addunyaa bebbeekamoo, akkasumas hirmaattonni naannolee garaagaraa Itoophiyaa irraa dhufan argamanitti ifatti jalqabameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/749286550_1805765457443835_2624424551513422678_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-20723\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/749286550_1805765457443835_2624424551513422678_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/749286550_1805765457443835_2624424551513422678_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/749286550_1805765457443835_2624424551513422678_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/749286550_1805765457443835_2624424551513422678_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Garaagarummaan yaadaa miidhagina dimokraasii fi qabiyyee sirna dimokraatawaa ta&#8217;uu kan dubbatan Komishinar Pirofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa, rakkoon guddaan garaagarummaa jiru mariidhaan osoo hin taane humnaa fi dirqamaan hiikuuf yaaluutu dhibee guddaadha jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Rakkoolee siyaasaa fi hawaasummaa biyyattii keessatti hidda gadi fageeffate furmaata yeroo gabaabaatiin hiikuun akka hin danda\u2019amne ibsuun, karaa amanamaa fi waaraa ta&#8217;een marii biyyaalessaa hunda hammatee fi ragaa saayinsii irratti hundaa&#8217;een gaggeessuun yoo jiraateedha jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsa hojii ifaa fi iftoomina qabu diriirsuun, hirmaattota walaba ta&#8217;an filachuun, akkasumas ajandaawwan guutummaa biyyattii irraa walitti qabuun haala of eeggannoo qabuun ogummaa guddaadhaan akka raawwatamu taasisuunis akka barbaachisu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hirmaattonni marii kana irratti hirmaachuu dhufanis garee fi fedhii dhuunfaa dhiisanii Itoophiyaaf dursa kennuun, qalbii gaarii, obsa, wal kabajuu fi dhugaa irratti hundaa&#8217;uun akka mari&#8217;atanif Komishinarichi waamicha dhiyeessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"9d16860793\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20721\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Adoolessa 08\/2018 Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Pirofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa bu&#8217;aan marii biyyaalessaa kuni hiree biyyatti kan gara fuulduraa kan murteessu akka ta\u2019e ibsan. Marii biyyaalessaa seena-qabeessa ta\u2019e kuni waggoota dheeraaf rakkoolee walxaxaa biyyattii hiikuuf, garaagarummaa karaa nagaa fi aada-qabeessa ta&#8217;een furuuf, akkasumas dhaloota eegeretiif biyya jabduu dhaalchisuuf kan kaayyeffate akka ta\u2019es eeraniiru. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":20722,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,30],"tags":[],"class_list":["post-20721","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-oduu-waqtawaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#039;ayaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#039;ayaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Adoolessa 08\/2018 Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Pirofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa bu&#8217;aan marii biyyaalessaa kuni hiree biyyatti kan gara fuulduraa kan murteessu akka ta\u2019e ibsan. Marii biyyaalessaa seena-qabeessa ta\u2019e kuni waggoota dheeraaf rakkoolee walxaxaa biyyattii hiikuuf, garaagarummaa karaa nagaa fi aada-qabeessa ta&#8217;een furuuf, akkasumas dhaloota eegeretiif biyya jabduu dhaalchisuuf kan kaayyeffate akka ta\u2019es eeraniiru. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-07-15T12:25:50+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-07-15T12:25:55+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1366\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa\",\"datePublished\":\"2026-07-15T12:25:50+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-15T12:25:55+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/\"},\"wordCount\":241,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Oduu Waqtawaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/\",\"name\":\"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara'ayaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-07-15T12:25:50+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-15T12:25:55+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1366},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20721\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara'ayaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara'ayaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Adoolessa 08\/2018 Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Pirofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa bu&#8217;aan marii biyyaalessaa kuni hiree biyyatti kan gara fuulduraa kan murteessu akka ta\u2019e ibsan. Marii biyyaalessaa seena-qabeessa ta\u2019e kuni waggoota dheeraaf rakkoolee walxaxaa biyyattii hiikuuf, garaagarummaa karaa nagaa fi aada-qabeessa ta&#8217;een furuuf, akkasumas dhaloota eegeretiif biyya jabduu dhaalchisuuf kan kaayyeffate akka ta\u2019es eeraniiru. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-07-15T12:25:50+00:00","article_modified_time":"2026-07-15T12:25:55+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1366,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa","datePublished":"2026-07-15T12:25:50+00:00","dateModified":"2026-07-15T12:25:55+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/"},"wordCount":241,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Oduu Waqtawaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/","name":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara'ayaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg","datePublished":"2026-07-15T12:25:50+00:00","dateModified":"2026-07-15T12:25:55+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/747969980_3096900190507519_4267026929422271664_n.jpg","width":2048,"height":1366},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20721\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Bu\u2019aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara&#8217;ayaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20721","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=20721"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20721\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":20724,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20721\/revisions\/20724"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/20722"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=20721"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=20721"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=20721"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}