{"id":20993,"date":"2026-07-29T12:08:33","date_gmt":"2026-07-29T12:08:33","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=20993"},"modified":"2026-07-29T12:11:41","modified_gmt":"2026-07-29T12:11:41","slug":"biyya-mariitti-jirtu-itoophiyaan-waliigaltee-biyyaalessaa-uumuuf-imala-haaraa-irra-jirti","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/","title":{"rendered":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaa\u2019iin guddichi marii biyyaalessaa seenaa qabeessa ta\u2019eefi dhimmoota ijoo gama siyaasaa, qoqqoodamiinsa seenaan walqabataniifi rakkoolee yeroo dheeraaf biyyattii keessatti hidda gadi fageeffataniif ka&#8217;umsa ta&#8217;aniif furmaata waaraa barbaaduuf kaayyeffate cimee itti fufeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaa&#8217;ichaan nageenya itti fufiinsa qabuuf bu\u2019uura cimaa kaa\u2019uuf, tokkummaafi araara biyyaalessaa fiduuf kan kaayyeffate, Adoolessa 8,2018 magaalaa Finfinnee, Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti eegalame yaadotni addaa addaa irratti dhagahamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi marichaas, bakka bu\u2019oota kuma afurii ol kanneen naanoolee biyyattii bakka garaa garaa irraa walitti dhufan kan hirmaachisedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaas adeemsa kana qopheessee bilisummaadhaan hoogganaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaa\u2019iin eegalame kunis, adeemsa nageenyaa waaraa ta&#8217;e mirkaneessuu keesaatti boqonnaa haaraa kan saaqedha jedhamee amanama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunis Komishinii Marii Biyyaalessaa kan adeemsa mariichaa hirmaachisaafi dhimmoota seenaadhaan Itoophiyaa keessatti qoodaminsa fidan irratti waliigalteen akka uumamamuuf haala mijeesuuf Mudde 20, 2014 bilisa ta\u2019ee labsiidhaan hundaa\u2019een gaggeeffamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaa\u2019iin waliigalaa kun kan eegalame erga mariin hawaasaa bal\u2019aan sadarkaa biyyaatti taasifamaa tureen ajandaan sassaabamee booda dha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mariin ajandaa qindeessuu aanaalee biyyattii kuma tokkoofi 200 ol keessaatti kan gaggeeffame yoo ta\u2019u, lammiilee kuma dhibba lamaa ol kanneen qaamolee siyaasaa, hawaasaa, aadaafi amantaa bakka bu\u2019an irraa galteen yaadaa walitti qabameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mariin waggoota afran darban keessa sadarkaa hawaasaatti gaggeeffame, yaa\u2019ii waliigalaa marii biyyaalessaa yeroo ammaa magaalaa Finfineetti taa&#8217;amaa jiruuf bu\u2019uura cimaa kaa\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mariiwwan kunneen, bakka bu\u2019oota paartilee siyaasaa, dhaabbilee siivikii, abbootii gadaa, jaarsolii biyyaa, dubartoota, dargaggootaafi qaamolee hawaasaa biroo kan hirmaachisedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo ammaa kanas, mariin eegalame kun ajandaawwan dhimmoota ijoo saddet jalatti gurmaa\u2019an irratti xiyyeeffachuun gaggeefamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaa\u2019iin kunis, waltajjii hirmaachisaa ta\u2019e kan hirmaattonni rakkoolee biyyaalessaa irraatti bilisaan akka mari\u2019ataniif isaan dandeessisu, dhimmoota waliigalteen irraatti akka uumamuuf barbaachisan adda baasuufi egeree waloo Itoophiyaa qajeelchuu keessatti gahee isaanii gumaachuu akka danda\u2019aniif karra saaquuf kan kaayyeffatedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hirmaattonnis, mariiwwan caaseffaman irratti mari\u2019achuun yaada furmaataa tokkummaa biyyaalessaa cimsuuf gargaaraniifi nageenyaafi tasgabbii waaraa fiduuf dandeessisan dhiyeessuuf mari\u2019achaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi marii biyyaalessaa kunis, lammiileen bakka tokkotti walitti dhufanii karaa tasgabbaa\u2019aafi kabaja qabuun garaa garummaa jiru irratti mari\u2019achuun furmaata waloo akka barbaadaniif carraa kan uumudha jedhamees abdatama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama biraan immoo, qaamoleen garaa garaa marii kana cilee dibuuf yeroo yaalan ni mul&#8217;ata. Haa ta&#8217;u malee akeekni isaanii kun milkaa\u2019uu akka hin dandeenye ifa galaadha. Sababiin isaas biyyi ajandaawwan maqa balleessii xixiqqoo kunneeniin, kufuun haa hafuutii hin duuftu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Marii kanarrattis, paartileen siyaasaa, hawaasni diyaaspooraa Itoophiyaa kanneen biyyoota akka Afrikaa kibbaa, Ameerikaa kaabaa, baha giddu-galeessaa, akkasumas biyyoota biroo irraa dhufan hirmaachisaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana malees, haadholiin daai\u2019immaan of harkaa qaban, jaarsoliin biyyaafi bakka bu\u2019oonnni dargaggoota marii kanarratti qooda fudhachaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunis, hirmaachisummaa adeemsichaafi kutanoo waloo egeree biyyattii karaa marii nagaatiin murteessuuf jiru ifatti kan mul\u2019isudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Lataa Tarreessaatu Qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"814b518669\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20993\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018 Yaa\u2019iin guddichi marii biyyaalessaa seenaa qabeessa ta\u2019eefi dhimmoota ijoo gama siyaasaa, qoqqoodamiinsa seenaan walqabataniifi rakkoolee yeroo dheeraaf biyyattii keessatti hidda gadi fageeffataniif ka&#8217;umsa ta&#8217;aniif furmaata waaraa barbaaduuf kaayyeffate cimee itti fufeera. Yaa&#8217;ichaan nageenya itti fufiinsa qabuuf bu\u2019uura cimaa kaa\u2019uuf, tokkummaafi araara biyyaalessaa fiduuf kan kaayyeffate, Adoolessa 8,2018 magaalaa Finfinnee, Giddugala [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":20994,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,4,30],"tags":[],"class_list":["post-20993","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-itoophiyaa","category-oduu-waqtawaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018 Yaa\u2019iin guddichi marii biyyaalessaa seenaa qabeessa ta\u2019eefi dhimmoota ijoo gama siyaasaa, qoqqoodamiinsa seenaan walqabataniifi rakkoolee yeroo dheeraaf biyyattii keessatti hidda gadi fageeffataniif ka&#8217;umsa ta&#8217;aniif furmaata waaraa barbaaduuf kaayyeffate cimee itti fufeera. Yaa&#8217;ichaan nageenya itti fufiinsa qabuuf bu\u2019uura cimaa kaa\u2019uuf, tokkummaafi araara biyyaalessaa fiduuf kan kaayyeffate, Adoolessa 8,2018 magaalaa Finfinnee, Giddugala [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-07-29T12:08:33+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-07-29T12:11:41+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1173\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1341\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti\",\"datePublished\":\"2026-07-29T12:08:33+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-29T12:11:41+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/\"},\"wordCount\":463,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\",\"Oduu Waqtawaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/\",\"name\":\"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-07-29T12:08:33+00:00\",\"dateModified\":\"2026-07-29T12:11:41+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/07\\\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg\",\"width\":1173,\"height\":1341},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/20993\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018 Yaa\u2019iin guddichi marii biyyaalessaa seenaa qabeessa ta\u2019eefi dhimmoota ijoo gama siyaasaa, qoqqoodamiinsa seenaan walqabataniifi rakkoolee yeroo dheeraaf biyyattii keessatti hidda gadi fageeffataniif ka&#8217;umsa ta&#8217;aniif furmaata waaraa barbaaduuf kaayyeffate cimee itti fufeera. Yaa&#8217;ichaan nageenya itti fufiinsa qabuuf bu\u2019uura cimaa kaa\u2019uuf, tokkummaafi araara biyyaalessaa fiduuf kan kaayyeffate, Adoolessa 8,2018 magaalaa Finfinnee, Giddugala [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-07-29T12:08:33+00:00","article_modified_time":"2026-07-29T12:11:41+00:00","og_image":[{"width":1173,"height":1341,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti","datePublished":"2026-07-29T12:08:33+00:00","dateModified":"2026-07-29T12:11:41+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/"},"wordCount":463,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Itoophiyaa","Oduu Waqtawaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/","name":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg","datePublished":"2026-07-29T12:08:33+00:00","dateModified":"2026-07-29T12:11:41+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/07\/760511319_1272095159311335_3570655295633713138_n.jpg","width":1173,"height":1341},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/20993\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20993","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=20993"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20993\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":20996,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/20993\/revisions\/20996"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/20994"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=20993"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=20993"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=20993"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}