{"id":21213,"date":"2026-08-17T14:25:06","date_gmt":"2026-08-17T14:25:06","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=21213"},"modified":"2026-08-17T14:44:25","modified_gmt":"2026-08-17T14:44:25","slug":"ibsa-haala-adeemsa-marii-biyyaalessaa-hanga-ammaarratti-kenname","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/","title":{"rendered":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Hagayya 11\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa adeemsa walabummaa, hammattummaafi hirmaachiisummaa marii biyyaalessaa ilaalchisee ibsa kenneera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinichi Labsii Lakkoofsa 1265\/2014\u2019n kan hundeeffame, mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa, waliigaltee fi sirni dimokraatawaa akka dagaaguuf faayidaa biyyaalessaa olaanaa qabu hubachuun, hojiiwwan hedduu raawwachaa tureera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Adoolessa 08\/2018 ifatti sirna guddaan kan jalqabame, Komishinichi sirna hojii fi karoora ofii isaa bilisaa fi walaba ta\u2019een qopheesse irratti hundaa\u2019uun haala gaariin gaggeeffamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi marii biyyaalessaa kun garaagarummaa siyaasaa fi hawaasummaa gadi fagoo fi walxaxaa Itoophiyaa mudachaa ture marii fi karaa nagaa ta\u2019een furuuf carraa seenaa qabeessa banamedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi kun nagaa waaraa fi tokkummaa biyya keenyaa keessatti faayidaa guddaa waan qabuuf, qaamoleen hundi akka kan isaanii ta\u2019etti kunuunsuu qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinichi aangoo fi itti gaafatamummaa seeraan kennameef irratti hundaa\u2019uun adeems marichaa walabummaa, hammattummaa fi hirmaachisummaa qaburratti hundaa\u2019uun gaggeessuuf xiyyeeffannoo guddaa kennuun hojjechaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsi marii kun paartii siyaasaa kamiyyuu, qaama mootummaa ykn garee addaa tokkoof ajandaa siyaasaa isaa raawwachiisuuf kan oolu miti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanarra fooyyeefi fudhatamummaa kan qabu fedhiifi ilaalchootni garaagaraa walqixa kan itti dhiyaatan, mariidhaan waliigaltee waliinii uumuuf kan itti hojjetamu waltajjii biyyaalessaadha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Adeemsa kana keessatti rakkoolee fi qormaatileen mudatanis jiru. <\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroodha gara yerootti hanqinoota Komishinicha ykn hirmaattota marii biratti mul\u2019atan, akkasumas komiiwwan uumaman sirnaan furuufi deebii kennuuf carraaqqiin taasifameera. <\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bu\u2019aan argame kunis tattaaffiiwwan akkasii dabalatee kan argamedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana ilaalchisee, Komishinichi ibsa Paartiin Sochii Biyyaalessaa Amaaraa (ABN) dhiheenya kana hojii fi adeemsa Komishinichaa ilaalchisee baase hordofee ibsa armaan gadii kennuun barbaachisaa ta\u2019ee argameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma kanaan, ilaalcha ABN adeemsi kun hammataa fi hirmaachisaa miti jedhu ilaalchisee, Komishinichi qorannoo fi mirkaneessa barbaachisaa erga taasisee booda, xumura paartii siyaasichaa kana akka hin qooddanne ibsuu barbaada.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjii marii biyyaalessaa keessatti, bakka bu\u2019oonni kutaalee hawaasaa garaagaraa, paartileen siyaasaa, dhaabbilee fi waldaalee, qaamolee mootummaa federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa, Itoophiyaanotni dhiibba uumtootniifi beekamoon, humnoota duraanii hidhatanii socho\u2019aa turaniifi waamicha karaa nagaa fudhachuun galan, hawaasa diyaasporaa fi qaamoleen dhimmi ilaallatu biroo bakka bu\u2019uummaan, sagaleewwan garaagaraa adeemsa kana keessatti hirmaachaa fi dhaggeeffatamaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">ABN\u2019nis paartilee siyaasaa hanga ammaatti adeemsa marii kana keessatti dammaqinaan hirmaannaa taasisan keessaa isa tokkodha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinichi komiifi iyyata hirmaataa marichaa kamiyyuu salphaatti kan bira darbu miti. <\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komiiwwan qaamolee garaagaraa, ABN dabalatee, dhiyeessaniifis sirna furmaata komii irratti hundaa\u2019uun deebii kennaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yaadota ijaarsaa fi komiiwwan adeemsa marii fooyyessuuf dhiyaatanis sirnaan ilaaluun, hanga adeemsa marii fudhatama qabuufi bu\u2019a qabeessa taasisuuf gumaachanitti, akka galteetti fayyadamuuf Komishinichi qophiidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaaf, Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa carraa kanaan ABN fi qaamolee dhimmi ilaallatu biroo adeemsa marii isa hafe keessatti dammaqinaan akka hirmaataniifi waliigaltee waliinii uumuuf akka waliin hojjetan kabajaan waamicha dhiyeessa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Marii biyyaalessaa jechuun injifannoo gama tokkoo ykn mo\u2019icha gama biraa miti. <\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Marichi adeemsa Itoophiyaan rakkoolee ishee mudataniif furmaata waliinii ittiin barbaaddu, kan hundumaaf bu\u2019aa fi injifannoo fiduuf gargaarudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinichis sagalee lammiilee fi hirmaattota marii hunda walqixa dhaggeeffachuufi adeemsa kana bilisummaafi walabummaan gaggeessuuf kutannoo qabu irra deebiin mirkaneessa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhumarratti, Komishinichi uummattoota Itoophiyaa, paartilee siyaasaa, waldaalee siiviikiifi dhaabbilee garaagaraa, milkaa\u2019ina marii kanaaf gumaacha gaariifi itti fufiinsa qabu taasisan hundi ammas akkaataa jalqabaniin cimsanii akka itti fufan cimsee kabajaan gaafateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa!<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"c9a0983600\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21213\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Hagayya 11\/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa adeemsa walabummaa, hammattummaafi hirmaachiisummaa marii biyyaalessaa ilaalchisee ibsa kenneera. Komishinichi Labsii Lakkoofsa 1265\/2014\u2019n kan hundeeffame, mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa, waliigaltee fi sirni dimokraatawaa akka dagaaguuf faayidaa biyyaalessaa olaanaa qabu hubachuun, hojiiwwan hedduu raawwachaa tureera. Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Adoolessa 08\/2018 ifatti sirna guddaan kan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,30],"tags":[],"class_list":["post-21213","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-itoophiyaa","category-oduu-waqtawaa","entry"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Hagayya 11\/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa adeemsa walabummaa, hammattummaafi hirmaachiisummaa marii biyyaalessaa ilaalchisee ibsa kenneera. Komishinichi Labsii Lakkoofsa 1265\/2014\u2019n kan hundeeffame, mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa, waliigaltee fi sirni dimokraatawaa akka dagaaguuf faayidaa biyyaalessaa olaanaa qabu hubachuun, hojiiwwan hedduu raawwachaa tureera. Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Adoolessa 08\/2018 ifatti sirna guddaan kan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-08-17T14:25:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-08-17T14:44:25+00:00\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname\",\"datePublished\":\"2026-08-17T14:25:06+00:00\",\"dateModified\":\"2026-08-17T14:44:25+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/\"},\"wordCount\":524,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Oduu Waqtawaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/\",\"name\":\"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"datePublished\":\"2026-08-17T14:25:06+00:00\",\"dateModified\":\"2026-08-17T14:44:25+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/\"]}]},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21213\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Hagayya 11\/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa adeemsa walabummaa, hammattummaafi hirmaachiisummaa marii biyyaalessaa ilaalchisee ibsa kenneera. Komishinichi Labsii Lakkoofsa 1265\/2014\u2019n kan hundeeffame, mariin biyyaalessaa Itoophiyaa keessatti nagaa waaraa, waliigaltee fi sirni dimokraatawaa akka dagaaguuf faayidaa biyyaalessaa olaanaa qabu hubachuun, hojiiwwan hedduu raawwachaa tureera. Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Adoolessa 08\/2018 ifatti sirna guddaan kan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-08-17T14:25:06+00:00","article_modified_time":"2026-08-17T14:44:25+00:00","author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname","datePublished":"2026-08-17T14:25:06+00:00","dateModified":"2026-08-17T14:44:25+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/"},"wordCount":524,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"articleSection":["Itoophiyaa","Oduu Waqtawaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/","name":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"datePublished":"2026-08-17T14:25:06+00:00","dateModified":"2026-08-17T14:44:25+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/"]}]},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21213\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ibsa Haala Adeemsa Marii Biyyaalessaa Hanga Ammaarratti kenname"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21213","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=21213"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21213\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":21217,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21213\/revisions\/21217"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=21213"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=21213"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=21213"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}