{"id":21476,"date":"2026-09-01T08:50:22","date_gmt":"2026-09-01T08:50:22","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=21476"},"modified":"2026-09-01T08:50:25","modified_gmt":"2026-09-01T08:50:25","slug":"dhukkuba-osoo-mallattoo-hin-agarsiisin-lubbuu-namoota-baayee-galaafachuun-yaaddesssaa-tae-cooma-tiruu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/","title":{"rendered":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#8217;e &#8211; Cooma Tiruu"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS-Hagayya 26\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhukkubni cooma Tiru seelota Tiruu keessatti garmalee kuufamuun dhufaa jiru yeroo ammaa addunyaa irratti ta\u2019ee akka biyya Itoophiyaattis rakkoo fayyaa yaaddessaa ta\u2019uun bal\u2019inaan lubbuu namoota hedduu galaafachaa akka jiru ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhukkuba osoo mallattoo ifa ta\u2019e hin agarsiisin du\u2019aaf nama saaxiluu isaa irraa kan ka\u2019e \u201cosoo hin beekiin lubbuu kan galaafatu \u201d jedhamuun maqaa masoo itti moggaasuunis ni waamama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tiruun fayyaa qabu cooma xiqqoo qabaachuu kan danda\u2019u, garuu,hammi coomaa ulfaatina tiruu waliigalaa keessaa %5 hanga %10 ol yoo ta\u2019e, akka dhukkubaatti ilaalama jedhameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qorannoowwan akka mul\u2019isanitti, dhukkubichi sadarkaa afur kan qabu yoo ta\u2019u,Jalqaba irratti kuufama coomaa salphaa ta\u2019een eegaluun, yeroo isaatti yoo hin yaalamne gara dhukkubbii tiruufi madaa\u2019uun godaannisa tiruu (scarring) uumuun kaansarii tiruutti ce\u2019uun du\u2019aaf nama saaxiluu akka danda\u2019u ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Wantoota dhukkuba kanaaf nama saaxilan keessaa, cooma garaa, ulfaatina qaamaa garmalee qabaachuu, dhukkuba sukkaaraa gosa lammaffaa, dhiibbaa dhiigaa olka\u2019aa qabaachurraa kan dhufu yoo ta\u2019u, isaan kunneenis sukkaara baay\u2019inaan fayyadamuu, dhugaatiiwwan mi\u2019aawaa ykn sukkaaraa hedduu qaban dhuguu,nyaata daakuu qollii isaanii irraa qunca\u2019uun qophaa\u2019efi nyaata coomni baay\u2019inaan keessa jiru yeroo baay\u2019ee fayyadamuurraa kan namatti dhufan ta\u2019uu eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhukkubsattoonni hedduun dhukkuba kana akka qabamuu isaanii kan kan beekan,yeroo dhukkuba biraatiif qorannoo ultraasaawundii taasisan ta\u2019uu Koolleejjii Fayyaa Yekkaatiit 12 tti ogeessi yaala dhiibee keessoo qaamaa Dr. Salaam Boggaalee turtii AMN waliin taasisanin ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhukkubichi erga keessoo namaa hubee booda qorichi addaa isa fayyisu waan hin jirreef,furmaanni guddaa fi falli isaa akkaataa jireenyaa foyyeessuu qofa akka ta\u2019e Dr. Salaam kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaaf, furmaanni ammo ulfaatina qaamaa keessaa %5 hanga %10 hir\u2019isuun cooma garaa to\u2019achuun hamma coomaa tiruu keessatti kuufame jiru haalaan hir\u2019isuuf kan gargaaru ta\u2019uus himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis, kuduraa, fuduraa fi nyaata faayiberii (dhangaa nyaataa of keessaa qabu) yeroo baay\u2019ee fayyadamuun, akkasumas sukkaara, cooma fi oomisha daakuu miidhaan qollii isaa irraa qinca\u2019uun qophaa\u2019ee hir\u2019isuun baay\u2019ee akka barbaachisus eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Torbanitti guyyoota shan akkasumas guyyaatti daqiiqaa 30&#8217;f deemsa miilaa saffisaa taasisuun dhukkuba kana dursanii ittisuu fi to\u2019achuuf kan gargaaru ta\u2019uu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Alkaaholii guutummaatti dhiisuunis tiruun of haaromsuu fi fayyaa isaa deebifachuuf carraa gaarii kan uumu yoo ta\u2019u, hamma sukkaaraa fi koleesteroolii dhiiga keessa jiru sirriitti hordofuu fi to\u2019achuun dhukkuba kana ittisuu fi to\u2019achuuf kan gargaaru ta\u2019uus ifoomeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaafuu, namni hundi rakkoolee armaan olitti eeraman hundarraa of eeguun jireenya fayya-qabeessa jiraachuu akka qaban Dr. Salaam Boggaalee turtii AMN waliin taasisanin gorsa isaanii dabarsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shuumii Badhaasootiin qindaa&#8217;e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"28a47f87b4\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21476\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Hagayya 26\/2018 Dhukkubni cooma Tiru seelota Tiruu keessatti garmalee kuufamuun dhufaa jiru yeroo ammaa addunyaa irratti ta\u2019ee akka biyya Itoophiyaattis rakkoo fayyaa yaaddessaa ta\u2019uun bal\u2019inaan lubbuu namoota hedduu galaafachaa akka jiru ibsameera. Dhukkuba osoo mallattoo ifa ta\u2019e hin agarsiisin du\u2019aaf nama saaxiluu isaa irraa kan ka\u2019e \u201cosoo hin beekiin lubbuu kan galaafatu \u201d jedhamuun [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":21477,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[22],"tags":[],"class_list":["post-21476","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-fayyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#039;e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#039;e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Hagayya 26\/2018 Dhukkubni cooma Tiru seelota Tiruu keessatti garmalee kuufamuun dhufaa jiru yeroo ammaa addunyaa irratti ta\u2019ee akka biyya Itoophiyaattis rakkoo fayyaa yaaddessaa ta\u2019uun bal\u2019inaan lubbuu namoota hedduu galaafachaa akka jiru ibsameera. Dhukkuba osoo mallattoo ifa ta\u2019e hin agarsiisin du\u2019aaf nama saaxiluu isaa irraa kan ka\u2019e \u201cosoo hin beekiin lubbuu kan galaafatu \u201d jedhamuun [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-09-01T08:50:22+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-09-01T08:50:25+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"634\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#8217;e &#8211; Cooma Tiruu\",\"datePublished\":\"2026-09-01T08:50:22+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-01T08:50:25+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/\"},\"wordCount\":435,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Fayyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/\",\"name\":\"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta'e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-09-01T08:50:22+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-01T08:50:25+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":634},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21476\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#8217;e &#8211; Cooma Tiruu\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta'e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta'e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Hagayya 26\/2018 Dhukkubni cooma Tiru seelota Tiruu keessatti garmalee kuufamuun dhufaa jiru yeroo ammaa addunyaa irratti ta\u2019ee akka biyya Itoophiyaattis rakkoo fayyaa yaaddessaa ta\u2019uun bal\u2019inaan lubbuu namoota hedduu galaafachaa akka jiru ibsameera. Dhukkuba osoo mallattoo ifa ta\u2019e hin agarsiisin du\u2019aaf nama saaxiluu isaa irraa kan ka\u2019e \u201cosoo hin beekiin lubbuu kan galaafatu \u201d jedhamuun [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-09-01T08:50:22+00:00","article_modified_time":"2026-09-01T08:50:25+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":634,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#8217;e &#8211; Cooma Tiruu","datePublished":"2026-09-01T08:50:22+00:00","dateModified":"2026-09-01T08:50:25+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/"},"wordCount":435,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg","articleSection":["Fayyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/","name":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta'e - Cooma Tiruu - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg","datePublished":"2026-09-01T08:50:22+00:00","dateModified":"2026-09-01T08:50:25+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/789594437_1102313588887918_6911425986025737043_n.jpg","width":1080,"height":634},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21476\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhukkuba osoo mallattoo hin agarsiisin lubbuu namoota baay\u2019ee galaafachuun yaaddesssaa ta&#8217;e &#8211; Cooma Tiruu"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21476","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=21476"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21476\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":21478,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21476\/revisions\/21478"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/21477"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=21476"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=21476"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=21476"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}