{"id":21563,"date":"2026-09-08T07:15:04","date_gmt":"2026-09-08T07:15:04","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=21563"},"modified":"2026-09-08T07:15:07","modified_gmt":"2026-09-08T07:15:07","slug":"ibsa-tajaajila-komunikeeshinii-mootummaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/","title":{"rendered":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa!"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qaammee 03 Guyyaa Cichoominaa baga geessan; baga geenye!<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Cichoominni mallattoo Itoophiyaanotaa kaleessaafi har\u2019aati. Itoophiyaan lafee fi dhiiga waloo Itoophiyaanotaatiin eegamtee kan as geesse, biyya madda ulfinaafi kabajaati.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaafis kaleessaa kaasee har\u2019a ga\u2019utti, kallattiifi humna kamiinuu haleellaa ishee irratti aggaamamu hunda gootummaan qolachuun, biyya bilisaa fi abbaa-biyyummaa qabdu dhalootaaf dabarsuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qaammeen \u201cGuyyaa Cichoominaa\u201d jedhamee kan kabajamu, gootota abbaa-biyyummaa Itoophiyaa waggoota dheeraaf cimsanii turaniif beekamtii kennuuf; gootota har\u2019aa jajjabeessuuf; akkasumas gootota boruu uumuufidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan lafa irratti, qilleensa irratti, galaana irratti fi dirree saayibeerii keessatti abbaa-biyyummaa ishee kan mirkaneessan gootota ciccimoo horatteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan seenaa sirna mootummaa addunyaaf fakkeenya ta\u2019e qabdu keessatti, yeroo kamiyyuu qoqqobbii fi tuffii diinaa irraa bilisa taatee turte jechuun hin danda\u2019amu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo humni ishee cime kabajamteefi ulfina argattee jirti; yeroo humni ishee laafaa fakkaate immoo haleellaaf saaxilamtee beekti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ilmaan ishee abbaa-biyyummaa Itoophiyaa mirkaneessuuf osoo homaa hin qusatin gatii kaffalan, yeroo hunda kabajamtee fi ulfina argattee akka jiraattuuf dammaqinaan ishee eegu. Shira fi tuffiin diinota ishees, caalmaatti ishee jabeessuu fi gootummaa ishee mul\u2019isuuf malee, abbaa-biyyummaa ishee gaaffii keessa galchuu hin dandeenye.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaanonni Itoophiyaa waliin ta\u2019uun eeguuf, yeroodha gara yerootti ogummaa waraanaa horatanii, bilisummaa ofii isaanii qofa osoo hin taane bilisummaa kanneen birootiifis gatii kaffalaa, har\u2019aa ga\u2019aniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Namummaa, naamusa waraanaa fi leenjii yeroo sana barbaachisu gahumsa guutuudhaan horataniiru. Misooma humna namaa fi dandeettii teeknooloojii, kan diinni haleellaan dura irra deddeebi\u2019ee akka yaadu isa dirqisiisu, ijaarameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waraanni dirreewwan adda addaarratti ijaarame, gufuuwwan karoora badhaadhinaa Itoophiyaa dura dhaabbachuuf tattaafatan hunda qulqulleessuu; biyya bilisaa fudhate bilisummaan dhaloota itti aanuuf dabarsuu; akkasumas Itoophiyaan fedhii ishee hunda daangaa ishee keessatti bilisummaan raawwachuuf dandeettii akka qabaattu gargaaruu irratti ergama isaa xiyyeeffateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Diinonni Itoophiyaa diiguuf barbaadan turan; fuuldurattis ni jiraatu. Haa ta\u2019u malee, dandeettii waraanni keenya hojii raawwachuu qabu guddachaa dhufuu, sammuu injifannoo irratti ijaarame qabaachuu, teeknooloojii ammayyaa hidhachuu, akkasumas marii biyyaalessaa hunda hammate gaggeeffameen, qaawwi warra ergama diinaa raawwatan ittiin fayyadaman cufamee, dandeettiin diinaa yaada irraa gara gochaatti ce\u2019uu hin dandeenye uumameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan har\u2019a biyya namoonni walitti bu\u2019iinsa siyaasaa qaban hundi mufatanii gara bosonaatti galan, akkasumas meeshaa diinaa ta\u2019an miti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan har\u2019a boru abdachiisaa ta\u2019e ijaaraa jirti; dhugaa waliinii irratti kan dhaabbatte; garaagarummaa akka miidhaginaatti kan ilaaltu; uummata hunda hammachuun fakkeenya badhaadhina Afrikaa ta\u2019uuf gara olka\u2019iinsaatti biyya tarkaanfachaa jirtudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Imala ishee kana gufachiisuu kan barbaadu kamiyyuu akka irra deddeebi\u2019ee yaaduuf, dhaabbilee fi humnoota qilleensaa, galaanaa fi saayibeerii ijaarteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Har\u2019a Guyyaa Cichoominaa yeroo kabajnu, abbaa-biyyummaa fi bilisummaa Itoophiyaa kabachiisuuf, nagaa fi nageenya uummata isheef mirkaneessuuf kanneen wareegama kaffalan, akkasumas ammallee kaffalaa jiran gootota kabajuu fi mallattoo isaan kaa\u2019an cimsanii itti fufsiisuuf waadaa galuudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qaammee 03\/2018 Guyyaa Cichoominaa<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinnee<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"8fa27f725d\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21563\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Qaammee 03 Guyyaa Cichoominaa baga geessan; baga geenye! Cichoominni mallattoo Itoophiyaanotaa kaleessaafi har\u2019aati. Itoophiyaan lafee fi dhiiga waloo Itoophiyaanotaatiin eegamtee kan as geesse, biyya madda ulfinaafi kabajaati. Kanaafis kaleessaa kaasee har\u2019a ga\u2019utti, kallattiifi humna kamiinuu haleellaa ishee irratti aggaamamu hunda gootummaan qolachuun, biyya bilisaa fi abbaa-biyyummaa qabdu dhalootaaf dabarsuun danda\u2019ameera. Qaammeen \u201cGuyyaa Cichoominaa\u201d jedhamee kan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":21564,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,4,30],"tags":[],"class_list":["post-21563","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-itoophiyaa","category-oduu-waqtawaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Qaammee 03 Guyyaa Cichoominaa baga geessan; baga geenye! Cichoominni mallattoo Itoophiyaanotaa kaleessaafi har\u2019aati. Itoophiyaan lafee fi dhiiga waloo Itoophiyaanotaatiin eegamtee kan as geesse, biyya madda ulfinaafi kabajaati. Kanaafis kaleessaa kaasee har\u2019a ga\u2019utti, kallattiifi humna kamiinuu haleellaa ishee irratti aggaamamu hunda gootummaan qolachuun, biyya bilisaa fi abbaa-biyyummaa qabdu dhalootaaf dabarsuun danda\u2019ameera. Qaammeen \u201cGuyyaa Cichoominaa\u201d jedhamee kan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-09-08T07:15:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-09-08T07:15:07+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1107\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1212\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa!\",\"datePublished\":\"2026-09-08T07:15:04+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-08T07:15:07+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/\"},\"wordCount\":449,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\",\"Oduu Waqtawaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/\",\"name\":\"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-09-08T07:15:04+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-08T07:15:07+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg\",\"width\":1107,\"height\":1212},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21563\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa!\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Qaammee 03 Guyyaa Cichoominaa baga geessan; baga geenye! Cichoominni mallattoo Itoophiyaanotaa kaleessaafi har\u2019aati. Itoophiyaan lafee fi dhiiga waloo Itoophiyaanotaatiin eegamtee kan as geesse, biyya madda ulfinaafi kabajaati. Kanaafis kaleessaa kaasee har\u2019a ga\u2019utti, kallattiifi humna kamiinuu haleellaa ishee irratti aggaamamu hunda gootummaan qolachuun, biyya bilisaa fi abbaa-biyyummaa qabdu dhalootaaf dabarsuun danda\u2019ameera. Qaammeen \u201cGuyyaa Cichoominaa\u201d jedhamee kan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-09-08T07:15:04+00:00","article_modified_time":"2026-09-08T07:15:07+00:00","og_image":[{"width":1107,"height":1212,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa!","datePublished":"2026-09-08T07:15:04+00:00","dateModified":"2026-09-08T07:15:07+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/"},"wordCount":449,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Itoophiyaa","Oduu Waqtawaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/","name":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa! - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg","datePublished":"2026-09-08T07:15:04+00:00","dateModified":"2026-09-08T07:15:07+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/800283232_1765676247811648_4354567853900972655_n.jpg","width":1107,"height":1212},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21563\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ibsa Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa!"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21563","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=21563"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21563\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":21566,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21563\/revisions\/21566"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/21564"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=21563"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=21563"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=21563"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}