{"id":21671,"date":"2026-09-18T12:07:57","date_gmt":"2026-09-18T12:07:57","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=21671"},"modified":"2026-09-18T12:08:00","modified_gmt":"2026-09-18T12:08:00","slug":"dubbatan-hojiirra-oolchuu-waadaa-galanii-raawwachuu-tajaajila-komunikeeshinii-mootummaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/","title":{"rendered":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Fulbaana 08\/2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Barri haaraa Itoophiyaa kan bara kanaa jijjiirama waggaa lakkoofsa guyyaan qofa ibsamu miti. Biyyi keenya fuula haaraa banattee, seenaa haaraa barreessiteetti; filatteetti, mari\u2019attee, injifatteetti, akkasumas haaromsiteetti. Qormaanni carraa guddaatti jijjiirameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Cichoominaafi gadi of-qabanii ilmaan ishee hojjetanii, gaaddisni hiyyummaa waggoota dheeraaf ture akka hin deebineetti gaggeeffameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota muraasa jijjiiramaa darban keessatti qofa, milkaa\u2019inoota waggoota kudhanootaan hin argatin turre hedduu galmeessisuu dandeenyeerra. Fagoo abjootuu, karoorsanii hojii jalqabuu fi saffisaan xumuruun aadaa hojii haaraa ijaarranneerra. Kunis mallattoo addaa biyya keenyaa fi mootummaa ishee ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Har\u2019a samii Itoophiyaa jalatti ifni qabatamaan mul\u2019achuu danda\u2019u ifee jira. Irree fi humnaan aangoo dabarsuu irraa bilisa ba\u2019uun, \u201cbiyyoonni mootummaa isaanii kaardii ummataatiin qofa haa dhaabbatan\u201d jedhu sagaleen gamaa gamana dhaga\u2019amee jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ummanni keenya guyyaa aduu keessa, halkan qorra keessa, dhukkuba isaa mo\u2019atee, namni hunduu qaama isaaf tahu maaf hin filatiin jedhee wal kakaasuun waan barbaadu nutti himeera. Biyya isaa jabeesseera; dimokiraasii filateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirna marii biyyaalessaa keessatti ilmaan biyya keenya saboota gara garaa ta\u2019an walitti dhufuun waa\u2019ee biyya isaanii mari\u2019ataniiru; yaadataniirus. Yaadota gaarii ta\u2019uu amanan bilisaan dhiyeessaniiru. Gabaabumatti, lafa Itoophiyaa irratti bara kana goototni yeroo ammaa seenaa haaraa hojjetaniiru. Dhugaan kun abdii dhaloota keenya dagaagsee, seenaa warqee dhalootaa dhalootatti darbu kan itti boonnu katabeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hin dhaabbannu! Hojii hedduun nu eeggata. Ni ariifanna; gufuuwwan keenya hunda jalaa utaalaa, fedhii fi abjuu biyya keenyaa gara milkeessuutti cichoominaan ni ceena. Biyya guddoo qabna; yeroo mari\u2019annu ijaarra, yeroo ijaarrus mari\u2019anna. Karaan keenya haaraan kan hunda injifataa taasise kunoo isa kana: mari\u2019achuu, mari\u2019achuu, mari\u2019achuu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814409834_1807663623764532_1151438814734105425_n-1024x768.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-21678\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814409834_1807663623764532_1151438814734105425_n-1024x768.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814409834_1807663623764532_1151438814734105425_n-300x225.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814409834_1807663623764532_1151438814734105425_n-768x576.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814409834_1807663623764532_1151438814734105425_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota jijjiiramaa darban keessatti, olaantummaa seeraa sirna naamusaa cimaadhaan gaggeeffame cinaatti, mootummaan keenya lammiilee isaa balleessaa hojjetan araaraan simateera; hidhamtoota siyaasaa hedduu dhiifamaan gadhiiseera. Murteen kun tarkaanfii guddaa marsaa haaloo-baasuu cabsedha; biyyoonni hedduun hawwii irra turan, Itoophiyaan garuu galmaan ga\u2019atteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan Ida\u2019amuu murteen kun faayidaa waaraa biyya keenyaa argamsiisuuf gatii qaalii kaffalame ta\u2019uu ni hubata. Dhiifamni utubaa ijoo mootummaa cimaa dha; murteen kun marii biyyaalessaa waliin walsimuun waliigaltee biyyaalessaa ni jabeessa. Obboloonni keenya gadhiifaman beekumsa fi dandeettii isaanii ijaarsa biyyaaf akka oolchan ni amanna; kunis Itoophiyaa boruuf bu\u2019uura hin sochoone ni kaa\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama biroon waliigaltee siyaasaa fi hawaasummaa,Tasgabbiin siyaasaa biyya tokko keessatti fooyya\u2019aa kan dhufu yeroo milkaa\u2019inni diinagdee cimaa sadarkaa biyyaatti galmaa\u2019uufi amantiin ummataa ijaaramudha. Itoophiyaan kana gooteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Har\u2019a guddinni diinagdee waliigalaa biyya keenya keessatti galmaa\u2019aa jiru, guddina saffisaa fi bu\u2019uura bal\u2019aa qabu, dinagdee Afrikaa keessatti mul\u2019atu keessaa tokkodha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhugaa kana namni biyya keessaa yookaan alaa ta\u2019e fedhii isaatiin amanee fudhata.Mootummaan Ida\u2019amuu biyya abbaa ishee taatee, kabaja ishee eeggattee, gargaarsaaf harka namaa hin eeggatin, biyya abbaa-biyyummaa ishee tikfatte ijaaruuf damee hundaan carraaqeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milkaa\u2019inoonni ifa ta\u2019an galmaa\u2019aniiru. Seenaa keenya qamadii gargaarsa kennitootaa irraa eeggachuu xumuruun, qamadii bonaafi ganna oomishuun of danda\u2019uu bira darbinee seenaa haaraa barreessineerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggaa waggaadhaan biiliyoona hedduutti lakkaa\u2019aman biqiltuuwwan dhaabuun galmee keenya irra deddeebin fooyyeessineerra; eegumsa naannootiinis fakkeenya tumsa addunyaatiif taanee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milkaa\u2019inni kun biyya biraa keessatti raawwatame ta\u2019ee, maal akka himame ture! Garuu nuti ilmaan abbootii goototaa injifannoo irra deddeebi\u2019anii dhandhamatan waan taaneef, raawwanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mul\u2019anni keenya fagoo dha; karaa keenya Ida\u2019amuudha. Yeroo walitti dabalamu bu\u2019aa arganneerra; yeroo walitti qabamnu jabaanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Albuuda biyyoota biroo keessatti sababa walitti bu\u2019iinsaa fi liqii biyya ta\u2019an, nuti immoo badhaasa biyya keenyaa fi abdii biyya keenyaa taasifanneerra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-1024x768.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-21677\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-1024x768.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-768x576.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-300x225.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-1536x1152.png 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n-1320x990.png 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814818357_1100599652303530_5301859983938648289_n.jpg 1600w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Pirojektoota humna haaromfamuu danda\u2019uun naannoo walitti hidhan ijaarreerra; bifa magaalota keenyaa misooma koridarii ammayyaatiin jijjiirreerra. Konfiransii tuurizimiin babal\u2019ateera; iddoowwan tuurizimii haaraa ijaarreerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhaala seenaa keenya durii illee dhukkee irraa qulqulleessinee gara boruutti ceesisneerra.Dhaloota yaadnee, Tarsiimoo Digital Ethiopia 2030 hojiirra oolchaa jirra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkaataa hojii mootummaa ifaa fi saffisaa taasisuufis bu\u2019uura kaa\u2019ameera. Kana hunda caalaa, biyya keenya imaammata alaa dadhabaa irraa baasnee, faayidaa biyyaalessaa keenyaaf cichoominaan dhaabbanneerra; waltajjii addunyaa irrattis waan nuuf malu gaafanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyi mootummaan ijaaraa jiru yaada Ida\u2019amuu irratti kan hundaa\u2019edha; xiyyeeffannoon isaas dhaabbilee cimaa ijaaruu irratti kan xiyyeeffate dha.Dhaabbileen haqaa, nageenyaa fi dimokiraasii keenyaa bu\u2019uura cimaa qabaataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mudhii keenya hidhachaa, gadi of qabnee hojii hojjechaa turuun, amma oljennee deemuu jalqabneerra. Har\u2019a dandeettiin dhaabbilee biyya baatan, gara fuulduraa ilaalan, akkasumas jijjiirama sirna mootummaa irraa gara sirna biraatti ce\u2019u danda\u2019an uumamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota muraasa darban keessatti, mootummaa jijjiiramaa wanta addaa isa ibsu beeksiseera; pirojektoota ni jalqaba, xumuree immoo ni eebbisiisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunis dhugaa ummanni keenya afaan isaatiin irra deddeebi\u2019ee ragaa ba\u2019udha. Warshaaleen cufamanii turan banamaniiru; dhaabbileen waggoota dheeraaf fakkeenya kasaaraa turan gara bu\u2019aa argamsiisuutti ce\u2019aniiru; invastimantii, al-ergii fi oomisha biyya keessaa bakka bu\u2019u keessatti jijjiirama guddaa galmeessineerra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"758\" src=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814470977_1628028942005673_9086613072741146032_n-1024x758.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-21676\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814470977_1628028942005673_9086613072741146032_n-1024x758.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814470977_1628028942005673_9086613072741146032_n-300x222.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814470977_1628028942005673_9086613072741146032_n-768x569.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/814470977_1628028942005673_9086613072741146032_n.jpg 1079w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana malees, guyyaa itti Hidha Haaromsaa Guddicha keenya xumurre irraa kaasee, Gubaa keessatti pirojektoota meeggaa haaraa Itoophiyaa gara fuulduraa murteessan, kanneen gatiin isaanii doolaara biiliyoona 30 ol ta\u2019u, ummata keenyaaf labsineerra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Wabii anniisaa mirkaneessuuf giddu gala niwukilaraa ijaaruuf waliigaltee haaraan mallattaa\u2019ee hojii jalqabameera. Naannoo Somaalee keessatti qabeenya uumamaa Itoophiyaa ifa baasneerra. Pirojektootni calallii gaazii uumamaa halkanii fi guyyaa hojjetamaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Buufatni xiyyaaraa Bishooftuu waggaatti imaltoota miliyoona 100 keessummeessu, gonfoo aviyeeshinii Afrikaa nuuf kaa\u2019ee samii irratti nu moosisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Warshaan xaa\u2019oo waggaatti doolaara biiliyoona tokko ol nuuf qusatu, oomishtummaa qonnaa mirkaneessuun qonnaan bultoota keenyaaf boqonnaa ta\u2019a. Abdii keenya hedduudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Misoomni manneen jireenyaa miliyoona 1.5, kan jireenya namoota hedduu jijjiiru, dhaabbilee addunyaa waliin tumsa taasisuun hojii isaa jalqabee jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ni milkeessina!Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuun mootummaa Ida\u2019amuu keessatti bu\u2019uuraalee cimaa dhalootaaf kaa\u2019amanidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Fulbaana 08\/2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinnee!<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"40b36312bb\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21671\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Fulbaana 08\/2019 Barri haaraa Itoophiyaa kan bara kanaa jijjiirama waggaa lakkoofsa guyyaan qofa ibsamu miti. Biyyi keenya fuula haaraa banattee, seenaa haaraa barreessiteetti; filatteetti, mari\u2019attee, injifatteetti, akkasumas haaromsiteetti. Qormaanni carraa guddaatti jijjiirameera. Cichoominaafi gadi of-qabanii ilmaan ishee hojjetanii, gaaddisni hiyyummaa waggoota dheeraaf ture akka hin deebineetti gaggeeffameera. Waggoota muraasa jijjiiramaa darban keessatti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":21672,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-21671","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Fulbaana 08\/2019 Barri haaraa Itoophiyaa kan bara kanaa jijjiirama waggaa lakkoofsa guyyaan qofa ibsamu miti. Biyyi keenya fuula haaraa banattee, seenaa haaraa barreessiteetti; filatteetti, mari\u2019attee, injifatteetti, akkasumas haaromsiteetti. Qormaanni carraa guddaatti jijjiirameera. Cichoominaafi gadi of-qabanii ilmaan ishee hojjetanii, gaaddisni hiyyummaa waggoota dheeraaf ture akka hin deebineetti gaggeeffameera. Waggoota muraasa jijjiiramaa darban keessatti [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-09-18T12:07:57+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-09-18T12:08:00+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1364\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"5 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa\",\"datePublished\":\"2026-09-18T12:07:57+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-18T12:08:00+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/\"},\"wordCount\":916,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/\",\"name\":\"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-09-18T12:07:57+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-18T12:08:00+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1364},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21671\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Fulbaana 08\/2019 Barri haaraa Itoophiyaa kan bara kanaa jijjiirama waggaa lakkoofsa guyyaan qofa ibsamu miti. Biyyi keenya fuula haaraa banattee, seenaa haaraa barreessiteetti; filatteetti, mari\u2019attee, injifatteetti, akkasumas haaromsiteetti. Qormaanni carraa guddaatti jijjiirameera. Cichoominaafi gadi of-qabanii ilmaan ishee hojjetanii, gaaddisni hiyyummaa waggoota dheeraaf ture akka hin deebineetti gaggeeffameera. Waggoota muraasa jijjiiramaa darban keessatti [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-09-18T12:07:57+00:00","article_modified_time":"2026-09-18T12:08:00+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1364,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"5 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa","datePublished":"2026-09-18T12:07:57+00:00","dateModified":"2026-09-18T12:08:00+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/"},"wordCount":916,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/","name":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg","datePublished":"2026-09-18T12:07:57+00:00","dateModified":"2026-09-18T12:08:00+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/815268144_1102922708914868_3057648109040447555_n.jpg","width":2048,"height":1364},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21671\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dubbatan Hojiirra Oolchuu; Waadaa Galanii Raawwachuu!-Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21671","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=21671"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21671\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":21679,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21671\/revisions\/21679"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/21672"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=21671"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=21671"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=21671"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}