{"id":21748,"date":"2026-09-25T05:28:21","date_gmt":"2026-09-25T05:28:21","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=21748"},"modified":"2026-09-25T05:28:30","modified_gmt":"2026-09-25T05:28:30","slug":"imala-guddinaa-itoophiyaa-hidha-guddicha-haaromsa-itoophiyaa-irraa-gara-buufata-galaanaatti-fuulleffate","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/","title":{"rendered":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Fulbaana 15\/2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan bishaan dabalatee qabeenya uumamaa garaagaraafi humna namaa qabdu fayyadamuun carraa badhaadhina argachuuf mijataa ta\u2019e yoo qabaatte illee, hanga har\u2019aatti abjuu kana dhugoomsuu hin dandeenye.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan abjuu ishee kana akka hin dhugoomsine dhimmoota gufuu itti tahan hedduu keessaa, dhiibbaafi tooftaa diinotni seenaa biyyattii jedhaman biyyattii irratti raawwachuuf isa ijoo ta\u2019uu hayyoonni ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Diinotni seenaa biyyattii kunneen guddina, misoomaafi nageenya Itoophiyaa hin barbaanne waan ta\u2019aniif, karaa adda addaatiin karoora biyyattiin badhaadhinaa fi guddinaa galmaan ga\u2019uuf qabdu gufachiisaa turaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sanadootni seenaa akka agarsiisanitti, diinotni seenaa kunneen gantoota keessa bobbaasuun nageenyaa fi misooma biyyattii danqu, saboota obbolaa ta\u2019an dhimma sabaa fi amantaatiin walitti buusuufi bu\u2019uuraalee misoomaa biyyattii barbadeessuu irraa kaasee, Itoophiyaa keessa mootummaan cimaa akka hin jiraanneef shira garaagaraa raawwachaa turaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaan buufata galaanaa yeroo dheeraaf itti fayyadamaa turte kan dhabde, gantoonni keessaa humnoota alaa waliin walta\u2019iinsa uumanirraa kan ka\u2019e ta\u2019uu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sababa kanaan Itoophiyaan har\u2019a biyya \u201chidhaa teessuma lafaa\u201d keessa jiraattu taateetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyi kun Abbayyaa dabalatee laggeen gurguddoo, haroowwan, albuudota, biyyee lalisaa, qabeenya beelladaafi qabeenya uumamaa biroo hedduu kan qabdu ta\u2019us, qabeenya ishee kana akka hin fayyadamneefi badhaadhina ishee akka hin mirkaneessineef dhiibbaa garaagaraa ishee irratti taasifamaa tureera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhiibbaafi gufuuwwan Itoophiyaan qabeenya uumamaa qabdu fayyadamuun akka hin guddanneef ishee mudatan keessaa Lagni Abbayyaafi Hidhi Guddichi Haaromsa Itoophiyaa fakkeenya ijoo ta\u2019aniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyi kun qabeenya uumamaan argatte kana irraa kan ka\u2019e qormaata hedduu keessa darbuuf dirqamteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Keessumaa Gibtsi, fedhii ofittummaa Lagaa Abbayyaa irratti fayyadama dhuunfaa qabaachuuf qabdu irraa ka\u2019uun,kanneen akka Shaabiyaa, garee seeraan alaa TPLF fi Tsimdoo jedhaman fayyadamuun nageenyaa fi tasgabbii biyyattii jeequu bira darbee, damee dippiloomaasiitiinis dhiibbaa hedduu taasisaa turteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan jijjiiramaa, lammiilee biyyattii hunda waliin ta\u2019uun, dhiibbaa fi shira garaagaraa keessatti ijaarsi isaa jalqabamee osoo hin xumuramin kan ture Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa cimsee xumuruun, ibsaa akka maddisiisuu fi naannawicha humnaan walitti hidhu akka danda\u2019u taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan jijjiiramaa dhiibbaa garaagaraa diinota seenaa Itoophiyaatiin irraa ga\u2019u dandamachuun, imala badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf hojjechaa jiruun waggoota dhihoo asitti buufata galaanaa biyyattiin diinota seenaa jedhamaniin dhabde deebifachuuf kutannoon hojjechaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gamtaa Afrikaa dabalatee biyyoonni miseensa BRICS ta\u2019an, hoggantoonni biyyoota garaagaraa, hayyoonni, siyaasaafi dhaabbileen seeraa Itoophiyaan buufata galaanaa qabaachuu qabdi jechuun beekamtii kennaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad, Itoophiyaan uummata Miliyoona 130 ol qabdu, diinagdeen ishees saffisaan guddachaa jiru ta\u2019uufi seenaa akkasumas seera idil-addunyaa irratti hundaa\u2019uun karaa nagaan buufata galaanaa argachuuf mirga qabdu ibsanii, Itoophiyaan \u201chidhaa teessuma lafaa\u201d keessa jirtuun hin haftu jechuun isaanii ni yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Wandimmaageny Asaffaatiin qindaa&#8217;e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"4fd9f07706\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21748\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Fulbaana 15\/2019 Itoophiyaan bishaan dabalatee qabeenya uumamaa garaagaraafi humna namaa qabdu fayyadamuun carraa badhaadhina argachuuf mijataa ta\u2019e yoo qabaatte illee, hanga har\u2019aatti abjuu kana dhugoomsuu hin dandeenye. Itoophiyaan abjuu ishee kana akka hin dhugoomsine dhimmoota gufuu itti tahan hedduu keessaa, dhiibbaafi tooftaa diinotni seenaa biyyattii jedhaman biyyattii irratti raawwachuuf isa ijoo ta\u2019uu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":21749,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-21748","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Fulbaana 15\/2019 Itoophiyaan bishaan dabalatee qabeenya uumamaa garaagaraafi humna namaa qabdu fayyadamuun carraa badhaadhina argachuuf mijataa ta\u2019e yoo qabaatte illee, hanga har\u2019aatti abjuu kana dhugoomsuu hin dandeenye. Itoophiyaan abjuu ishee kana akka hin dhugoomsine dhimmoota gufuu itti tahan hedduu keessaa, dhiibbaafi tooftaa diinotni seenaa biyyattii jedhaman biyyattii irratti raawwachuuf isa ijoo ta\u2019uu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-09-25T05:28:21+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-09-25T05:28:30+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate\",\"datePublished\":\"2026-09-25T05:28:21+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-25T05:28:30+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/\"},\"wordCount\":432,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/\",\"name\":\"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-09-25T05:28:21+00:00\",\"dateModified\":\"2026-09-25T05:28:30+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/09\\\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/21748\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Fulbaana 15\/2019 Itoophiyaan bishaan dabalatee qabeenya uumamaa garaagaraafi humna namaa qabdu fayyadamuun carraa badhaadhina argachuuf mijataa ta\u2019e yoo qabaatte illee, hanga har\u2019aatti abjuu kana dhugoomsuu hin dandeenye. Itoophiyaan abjuu ishee kana akka hin dhugoomsine dhimmoota gufuu itti tahan hedduu keessaa, dhiibbaafi tooftaa diinotni seenaa biyyattii jedhaman biyyattii irratti raawwachuuf isa ijoo ta\u2019uu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-09-25T05:28:21+00:00","article_modified_time":"2026-09-25T05:28:30+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate","datePublished":"2026-09-25T05:28:21+00:00","dateModified":"2026-09-25T05:28:30+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/"},"wordCount":432,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/","name":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg","datePublished":"2026-09-25T05:28:21+00:00","dateModified":"2026-09-25T05:28:30+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/09\/820381747_1783542726001611_6643855222908016525_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/21748\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Imala guddinaa Itoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa irraa gara Buufata Galaanaatti fuulleffate"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21748","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=21748"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21748\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":21750,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/21748\/revisions\/21750"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/21749"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=21748"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=21748"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=21748"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}