{"id":22155,"date":"2026-10-30T11:51:23","date_gmt":"2026-10-30T11:51:23","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=22155"},"modified":"2026-10-30T11:51:26","modified_gmt":"2026-10-30T11:51:26","slug":"humna-dandeettii-gahaa-qabumeeshaalee-waraanaa-ammayyaas-hidhatee-qophaaummaa-qabu-raayyaa-ittisa-biyya-itoophiyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/","title":{"rendered":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#8217;ummaa Qabu &#8211; Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 20\/2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Birmadummaa biyyaa kabachiisuu, nageenya lammiilee mirkaneessuu fi olaantummaa seeraa eegsisuuf itti gaafatamummaa seena qabeessa qabu bahachuuf, Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa dandeettii waraanaafi teeknooloojii ammayyaa irratti hundaa&#8217;uun of cimsaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammayyaa fi dandeettii tarsiimawaa olaanaa qaban hedduu qabaachuun humna waraanaa isaa guddisuu irratti xiyyeeffateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Isaan keessaa taankiiwwan gurguddoon meeshaalee waraanaa humnichi hidhate keessaa gosa tokko yoo tahan taankiiwwan kunneen teeknooloojii sadarkaa olaanaa fi meeshaalee ittisaa cimaa ta&#8217;aniin kan ijaaraman ta&#8217;un, dirree waraanaa irratti gahee olaanaa bahachuu danda&#8217;u.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama meeshaalee waraanaa fageenya dheeraa irratti hojjetaniitiin, sirnoonni artiilarii rookeetiinis kanneen biroo yoo tahan, meeshaaleen kunneen sochii waraanaa keessatti jijjiirama fiduu fi dandeettii haleellaa fageenya dheeraa cimsuu keessatti gahee olaanaa qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama humna qilleensaatiin, xiyyaaronni waraanaa Su-30 fi Su-25 dandeettii Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa cimsan keessaa isaan ijoodha. Xiyyaaronni kunneen humna tika odeeffannoo waljijjiirraa, hordoffii raawwachuu, galma adda baasuu, akkasumas deeggarsa qilleensaa kennuu keessatti gahee olaanaa qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana malees, xiyyaaronni nam-maleeyyii kanneen akka Bayraktar TB2, Wing Loong II fi CH-4 dandeettii hordoffii fi odeeffannoo qindaa\u2019aa argachuun kan qindaa\u2019an tahuun hidhannoo Raayyaa Ittisa Biyyaa keessatti galmaa\u2019uun humna dabalataa biyyattiti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"684\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/863443806_1823068792342032_1158928941317638451_n-1024x684.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-22158\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/863443806_1823068792342032_1158928941317638451_n-1024x684.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/863443806_1823068792342032_1158928941317638451_n-300x200.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/863443806_1823068792342032_1158928941317638451_n-768x513.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/863443806_1823068792342032_1158928941317638451_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Meeshaaleen kunneen sochii humnoota diinaa hordofuu, odeeffannoo walitti qabuu fi galma adda baasuu keessatti faayidaa olaanaa qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirnoonni ittisa qilleensaa Pantsir-S1 fi HQ-64 ammoo xiyyaarota waraanaa, xiyyaarota nam-maleeyyii fi misaa&#8217;elootni diinaa adda baasuu, hordofuu fi haleellaa isaanii fashaleessuuf kan gargaaran meeshaalee ittisaa ammayyaa keessaa warreen murteessoodha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walumaagalatti, meeshaalee waraanaa ammayyaa fi dandeettii tarsiimawaa Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa cimsuun bu&#8217;uuraalee misoomaa gurguddoo, dhaabbilee tarsiimawoo fi nageenya biyyaalessaa eeguu keessatti gahee olaanaa qaba.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dandeettiin ittisaa cimaa akkasii jiraachuun balaa nageenyaa uumamuu malu ittisuu fi humnoonni biyyaaf yaaddoo ta&#8217;an tarkaanfii fudhachuu isaanii dura akka yaadan taasisuu keessatti shoora addaa taphata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis, nageenyi fi tasgabbiin biyya keessaa mirkanaa&#8217;uun misooma biyyaalessaa saffisiisuu, dippilomaasii cimsuu fi dhimma biyyaalessaa irratti dandeettii marii fi waliigaltee guddisuuf bu&#8217;uura ta&#8217;anis baay\u2019ee kan abdatamuudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Warqineeh Abbiyyootiin<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a href=\"https:\/\/web.facebook.com\/hashtag\/biyya_guddoo_uummata_guddaa_mul?__cft__[0]=AZgFJGc-_dQxDhN852yyAKE7_eX2jUgxPu4Zddj_x6X0-jjSOVVjZmJprLQJG18j9lomhddaF2cwPAVXrm_fjmGbvlFKwzsFFbv4nSd7iM5AbF5HudvNfmac0VBF1dJtoD2kBB8n3gIzC5qyq0j6g8ZKkEV6T2gPJ2QvXFHp7APqh95t_GRvP4GbxY0&amp;__tn__=*NK-R\">#Biyya_Guddoo_Uummata_Guddaa_Mul<\/a>\u2019ata_Guddaa_Raayyaa_Ittisa_Biyyaa_Raayyaa Injifannoo!<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3a46d917a6\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22155\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 20\/2019 Birmadummaa biyyaa kabachiisuu, nageenya lammiilee mirkaneessuu fi olaantummaa seeraa eegsisuuf itti gaafatamummaa seena qabeessa qabu bahachuuf, Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa dandeettii waraanaafi teeknooloojii ammayyaa irratti hundaa&#8217;uun of cimsaa jira. Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammayyaa fi dandeettii tarsiimawaa olaanaa qaban hedduu qabaachuun humna waraanaa isaa guddisuu irratti xiyyeeffateera. Isaan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":22157,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-22155","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#039;ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#039;ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 20\/2019 Birmadummaa biyyaa kabachiisuu, nageenya lammiilee mirkaneessuu fi olaantummaa seeraa eegsisuuf itti gaafatamummaa seena qabeessa qabu bahachuuf, Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa dandeettii waraanaafi teeknooloojii ammayyaa irratti hundaa&#8217;uun of cimsaa jira. Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammayyaa fi dandeettii tarsiimawaa olaanaa qaban hedduu qabaachuun humna waraanaa isaa guddisuu irratti xiyyeeffateera. Isaan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-10-30T11:51:23+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-10-30T11:51:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"843\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1124\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#8217;ummaa Qabu &#8211; Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa\",\"datePublished\":\"2026-10-30T11:51:23+00:00\",\"dateModified\":\"2026-10-30T11:51:26+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/\"},\"wordCount\":351,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/10\\\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/\",\"name\":\"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa'ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/10\\\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-10-30T11:51:23+00:00\",\"dateModified\":\"2026-10-30T11:51:26+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/10\\\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/10\\\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg\",\"width\":843,\"height\":1124},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22155\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#8217;ummaa Qabu &#8211; Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa'ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa'ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 20\/2019 Birmadummaa biyyaa kabachiisuu, nageenya lammiilee mirkaneessuu fi olaantummaa seeraa eegsisuuf itti gaafatamummaa seena qabeessa qabu bahachuuf, Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa dandeettii waraanaafi teeknooloojii ammayyaa irratti hundaa&#8217;uun of cimsaa jira. Raayyaan Ittisa Biyya Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammayyaa fi dandeettii tarsiimawaa olaanaa qaban hedduu qabaachuun humna waraanaa isaa guddisuu irratti xiyyeeffateera. Isaan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-10-30T11:51:23+00:00","article_modified_time":"2026-10-30T11:51:26+00:00","og_image":[{"width":843,"height":1124,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#8217;ummaa Qabu &#8211; Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa","datePublished":"2026-10-30T11:51:23+00:00","dateModified":"2026-10-30T11:51:26+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/"},"wordCount":351,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/","name":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa'ummaa Qabu - Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg","datePublished":"2026-10-30T11:51:23+00:00","dateModified":"2026-10-30T11:51:26+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/10\/869729737_1458057143093893_3263528009599965180_n.jpg","width":843,"height":1124},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22155\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Humna Dandeettii Gahaa Qabu,Meeshaalee Waraanaa Ammayyaas Hidhatee Qophaa&#8217;ummaa Qabu &#8211; Raayyaa Ittisa Biyya Itoophiyaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22155","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=22155"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22155\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":22159,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22155\/revisions\/22159"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/22157"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=22155"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=22155"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=22155"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}