{"id":22199,"date":"2026-11-04T08:13:02","date_gmt":"2026-11-04T08:13:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=22199"},"modified":"2026-11-04T08:13:21","modified_gmt":"2026-11-04T08:13:21","slug":"waliigaltee-biyyaalessaa-irraa-hanga-tumsa-ardii-afrikaatti-itoophiyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/","title":{"rendered":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa!"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS|Onkoloolessa 25\/2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaa cimaa fi fudhatamummaa uummataa qabu bu\u2019uura jabaa irratti ijaaruuf waliigaltee biyyaalessaa uumuu fi cimsuun galmoota ijoo Mootummaa Ida\u2019amuuti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paartichi Itoophiyaa sirni dimokiraasii dhugaan keessatti dagaageefi tokkummaan ishee sabdaneessummaa irratti hundaa\u2019e caalmaatti mirkanaa\u2019e ijaaruuf dimokiraasiin murteessaa ta\u2019uu amana.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Galmoota biyyaalessaa kanneen milkeessuuf carraaqqiin taasifamu akkuma jirutti ta\u2019ee, tumsa michoota ardii Afrikaa waliin jiru cimsuufis Paartiin Badhaadhinaa hojjechaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma kanaan,Yaa\u2019iin Lammaffaa Paartilee Siyaasaa Afrikaa Onkololeessa 26 hanga 28\/2019tti Finfinneetti gaggeeffama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjicharratti hoggantoonni paartilee siyaasaa Afrikaa, qaamoleen imaammata qopheessan, akkasumas bakka bu\u2019oota dameewwan garaagaraa dabalatee hirmaattonni hedduun ni argamu jedhamee eegama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjicharratti kallattiiwwan fuulduraa siyaasaa fi dinagdee Afrikaa ilaalchisee dhimmoota garaagaraa irratti mariin akka gaggeeffamus tilmaamameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjichi hariiroo paartii irraa gara paartiitti jiru cimsuu bira darbee, paartilee biyyoota naannawaafi Afrikaa waliin mariin akkasumas hirmaannaa qaamolee hedduu gidduutti akka gaggeeffamuuf carraa bal\u2019aa uuma.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itoophiyaanis muuxannoowwan gaarii riifoormii dinagdee biyya keessaa, qonna, industirii, tuurizimii, albuudaa fi damee dijitaalaa irratti galmeessite waltajjicharratti ni dhiheessiti jedhamee eegama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma kanaan, dameewwan anniisaa, geejjibaa, teeknooloojii dijitaalaa fi misooma magariisaa irratti muuxannoo Itoophiyaan argatte biyyoota Afrikaa biroo waliin qooduun tumsa fi walitti hidhamiinsa ardichaa cimsuun barbaachisaa ta&#8217;uu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paartileen siyaasaa biyyoota Afrikaa keessatti daldala, invastimantii fi hariiroo uummataa irraa gara uummataatti jiru haala akka mijeessan taasisuu dabalatee seerotni akka ba\u2019an gochuu keessatti gahee isaanii bahachuu qabuunis ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"612\" height=\"409\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/888586378_2571090270040703_414011658906539467_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-22201\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/888586378_2571090270040703_414011658906539467_n.jpg 612w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/888586378_2571090270040703_414011658906539467_n-300x200.png 300w\" sizes=\"(max-width: 612px) 100vw, 612px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjiin Lammaffaan Paartilee Siyaasaa Afrikaa Finfinnee, wiirtuu dippilomaasii Afrikaa taate keessatti gaggeeffamu kun magaalattii irratti faayidaa dameewwan hedduu ni qabaata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waltajjichi hoggantoota Afrikaaf bifa gaarii Finfinnee agarsiisuu qofa osoo hin taane, sochii dinagdee magaalattii dabaluufis gumaacha ni taasisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkasumas, Finfinneen gama dippilomaasii, dinagdee fi hawaasummaatiin bu\u2019aa hedduu akka argattu ni eegama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinneen waggaa darbe qofa keessatti waltajjiiwwan idil-addunyaa 200 ol keessummeessiteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bara baajataa ammaa keessattis waltajjiiwwan ardii fi idil-addunyaa hedduu milkaa\u2019inaan keessummeessaa jirti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaafis, Finfinneen maqaa magaalaa guddoo Afrikaa qabduun Waltajjii Lammaffaa Paartilee Siyaasaa Afrikaa kana keessummeessuuf qophii barbaachisu xumuratteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeshaambal Miriheetiin<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a href=\"https:\/\/web.facebook.com\/hashtag\/itoophiyaa_finfinnee_pan?__cft__[0]=AZjM4LwLdjPVpetgwjACkve4bVTxMGPo7nWonZilt-CJO3XHmzRUBKEzTgGSRrS4CRDeRCuctK91NKoEZ_3mi0UnuSzdxVGSELu4PY6bbhyeqNAh4__FLjUVKY9dL2UjpyY6l9yF_e8&amp;__tn__=*NK-R\">#Itoophiyaa_Finfinnee_Pan<\/a>-Africanism<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b40514f6bc\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22199\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS|Onkoloolessa 25\/2019 Mootummaa cimaa fi fudhatamummaa uummataa qabu bu\u2019uura jabaa irratti ijaaruuf waliigaltee biyyaalessaa uumuu fi cimsuun galmoota ijoo Mootummaa Ida\u2019amuuti. Paartichi Itoophiyaa sirni dimokiraasii dhugaan keessatti dagaageefi tokkummaan ishee sabdaneessummaa irratti hundaa\u2019e caalmaatti mirkanaa\u2019e ijaaruuf dimokiraasiin murteessaa ta\u2019uu amana. Galmoota biyyaalessaa kanneen milkeessuuf carraaqqiin taasifamu akkuma jirutti ta\u2019ee, tumsa michoota ardii Afrikaa waliin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":22200,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-22199","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS|Onkoloolessa 25\/2019 Mootummaa cimaa fi fudhatamummaa uummataa qabu bu\u2019uura jabaa irratti ijaaruuf waliigaltee biyyaalessaa uumuu fi cimsuun galmoota ijoo Mootummaa Ida\u2019amuuti. Paartichi Itoophiyaa sirni dimokiraasii dhugaan keessatti dagaageefi tokkummaan ishee sabdaneessummaa irratti hundaa\u2019e caalmaatti mirkanaa\u2019e ijaaruuf dimokiraasiin murteessaa ta\u2019uu amana. Galmoota biyyaalessaa kanneen milkeessuuf carraaqqiin taasifamu akkuma jirutti ta\u2019ee, tumsa michoota ardii Afrikaa waliin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-11-04T08:13:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-11-04T08:13:21+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1150\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa!\",\"datePublished\":\"2026-11-04T08:13:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-11-04T08:13:21+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/\"},\"wordCount\":327,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/11\\\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/\",\"name\":\"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/11\\\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-11-04T08:13:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-11-04T08:13:21+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/11\\\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/11\\\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1150},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/22199\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa!\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS|Onkoloolessa 25\/2019 Mootummaa cimaa fi fudhatamummaa uummataa qabu bu\u2019uura jabaa irratti ijaaruuf waliigaltee biyyaalessaa uumuu fi cimsuun galmoota ijoo Mootummaa Ida\u2019amuuti. Paartichi Itoophiyaa sirni dimokiraasii dhugaan keessatti dagaageefi tokkummaan ishee sabdaneessummaa irratti hundaa\u2019e caalmaatti mirkanaa\u2019e ijaaruuf dimokiraasiin murteessaa ta\u2019uu amana. Galmoota biyyaalessaa kanneen milkeessuuf carraaqqiin taasifamu akkuma jirutti ta\u2019ee, tumsa michoota ardii Afrikaa waliin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-11-04T08:13:02+00:00","article_modified_time":"2026-11-04T08:13:21+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1150,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa!","datePublished":"2026-11-04T08:13:02+00:00","dateModified":"2026-11-04T08:13:21+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/"},"wordCount":327,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/","name":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa! - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg","datePublished":"2026-11-04T08:13:02+00:00","dateModified":"2026-11-04T08:13:21+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/11\/889544695_1645983556901293_4924231144210664139_n.jpg","width":2048,"height":1150},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/22199\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Waliigaltee Biyyaalessaa irraa Hanga Tumsa Ardii Afrikaatti \u2013 Itoophiyaa!"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22199","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=22199"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22199\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":22202,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22199\/revisions\/22202"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/22200"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=22199"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=22199"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=22199"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}