{"id":2276,"date":"2025-01-18T07:19:10","date_gmt":"2025-01-18T07:19:10","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=2276"},"modified":"2025-01-18T07:19:12","modified_gmt":"2025-01-18T07:19:12","slug":"qabeenya-dilbii-biyyi-keenya-qabdu-sirnaan-bulchuun-dinagdee-rogdaneessa-milkeessa-namarraa-gabayyoo-dooktar","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/","title":{"rendered":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN \u2013 Plus Amajjii 10\/2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Namarraa Gabayyoo (Dooktar) akka jedhanitti Misoomni albuudaa damee dinagdee gooroo shanaan keessaa tokko ta\u2019uu yaadachiisanii, mootummaanis bu\u2019aa dinagdee misooma albuudaa irraa argamu guddisuufi jajjabeessuuf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>Hoogganaan Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa Namarraa Gabayyoo (Dooktar) addatti Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaaf yaada kennaniin, bara 2012 asitti damee misooma albuudaaf xiyyeeffannoon olaanaan kennamee hojjetamaa jiraachuu fi hudhaawwan ammaan dura turan maqsuun bu\u2019aa gaariin mul\u2019achaa jiraachuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojii adda baafannaa qabeenya albuudaa wajjiin wal qabatee baroottan darban keessatti jijjiiramni mul&#8217;achaa dhufuufi fooyya\u2019iinsa gaarii kan qabu ta\u2019uu eeruun, bara kana raawwii jiruun kan bara darbeerra caalmaa argamsiisaa jiraachuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waliigalaan hojii adda baafannaa itti fufiinsaan hojjetamaa tureen albuudaalee gosa adda addaa 76 km2 4,840 irratti adda baasuun hojitti galamuu isaa ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis Bara 2016 irraa eegalee Godinaalee 10 keessatti Albuudota adda bahan km2 428 maappeessuun kan danda\u2019ame ta\u2019uu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Oomisha albuudaalee al-ergii ilaalchiisee ibsa kan nuuf kennan Abbaan Taayitichaa qabeenya albuudaa dilbii biyyattiin qabdu sirnaan hoogganuu fi bulchuun diinagdee rogdaneessa milkeessuu keessatti shoora olaanaa kan qabu ta&#8217;uu isaa ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itti aansuunis saaxilamummaa al-seerummaa ammaan dura ture maqsuun sirreeffama dinagdee gooroo irratti mootummaan taasiiseen albuuda sookoo kg 3,435 baankii biyyoolessaaf dhiyeessuuf karoorfamee giddu galeessa godhachuun karooraa qabameen ol raawwachuun kan danda&#8217;ame ta&#8217;uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Albuudota Midhagiinaa, Industriifi Sibiilaa biyya keessatti oomishamaniifi biyya alaatiif ergamaniin wajjiin wal qabatee bara kana hanqinni jiraachuu yaadachiisuun, albuudnii midhagiinaa fi industirii bara darbee haala yaadame oliin raawwtamuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana malees, Galii al-ergii\/sharafa alaa damee albuudaa irraa argamu guddina biyyaa ariifachiisuu keessatti bakka guddaa qabaachuu eeruun oomisha albuudaa al-ergee irraa bara kana hanga ammaatti galiin Doolaarri mil. 385 argamuu Dooktar Namarraan himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirreeffama gabaa albuuda sookoo irrattii taasiifameen hanga sharafa argameenis ta\u2019ee dhibbentaadhaan fooyya\u2019iinsa olaanaa kan qabu ta\u2019uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Galii biyya keessaatinis hojii misooma albuudaa waliigala gaggeffame irraa bara kana kan yeroo kamuu caalaa fooyya\u2019iinsa agarsiisuu kan danda\u2019ameefi kanarraayis galii qarshii bil.1 ol<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">argamuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itti aansuun, misoomni albuudaa sharafa alaa argamsiisuu bira darbee carraa hojii uumun fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu keessattis iddoo guddaa kan qabu ta&#8217;uu himuun, bara kana lammiilee 47,496 carraa hojii dhaabbiifi yeroo uumuu danda&#8217;uus Dooktariichi kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walumaagalatti misoomni albuudaa akka babal\u2019atuufi qulqulinni isaa karaa eegameen saffisaan akka oomishamu taasisuun guddinaafi jijjiirama biyyi keenya toora hundaan eegalte milkeessuuf hojjetamaa jiraachuu himuun, al-seerummaa damee kanaan wal qabatee jiru sirreessuuf riifoormii mootummaan gaggeessaa jiru uummanni waloon deeggaruu akka qabu dubbachuu isaanii odeeffannoon Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa irraa argame ni mul\u2019isa.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"680c50769b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2276\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN \u2013 Plus Amajjii 10\/2017 Namarraa Gabayyoo (Dooktar) akka jedhanitti Misoomni albuudaa damee dinagdee gooroo shanaan keessaa tokko ta\u2019uu yaadachiisanii, mootummaanis bu\u2019aa dinagdee misooma albuudaa irraa argamu guddisuufi jajjabeessuuf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Hoogganaan Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa Namarraa Gabayyoo (Dooktar) addatti Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaaf yaada kennaniin, bara 2012 asitti damee misooma [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":2277,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-2276","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.6 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN \u2013 Plus Amajjii 10\/2017 Namarraa Gabayyoo (Dooktar) akka jedhanitti Misoomni albuudaa damee dinagdee gooroo shanaan keessaa tokko ta\u2019uu yaadachiisanii, mootummaanis bu\u2019aa dinagdee misooma albuudaa irraa argamu guddisuufi jajjabeessuuf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Hoogganaan Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa Namarraa Gabayyoo (Dooktar) addatti Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaaf yaada kennaniin, bara 2012 asitti damee misooma [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-01-18T07:19:10+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-01-18T07:19:12+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"600\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"598\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)\",\"datePublished\":\"2025-01-18T07:19:10+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-18T07:19:12+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/\"},\"wordCount\":419,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/\",\"name\":\"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-01-18T07:19:10+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-18T07:19:12+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg\",\"width\":600,\"height\":598},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2276\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN \u2013 Plus Amajjii 10\/2017 Namarraa Gabayyoo (Dooktar) akka jedhanitti Misoomni albuudaa damee dinagdee gooroo shanaan keessaa tokko ta\u2019uu yaadachiisanii, mootummaanis bu\u2019aa dinagdee misooma albuudaa irraa argamu guddisuufi jajjabeessuuf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Hoogganaan Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa Namarraa Gabayyoo (Dooktar) addatti Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaaf yaada kennaniin, bara 2012 asitti damee misooma [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-01-18T07:19:10+00:00","article_modified_time":"2025-01-18T07:19:12+00:00","og_image":[{"width":600,"height":598,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)","datePublished":"2025-01-18T07:19:10+00:00","dateModified":"2025-01-18T07:19:12+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/"},"wordCount":419,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/","name":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg","datePublished":"2025-01-18T07:19:10+00:00","dateModified":"2025-01-18T07:19:12+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473677797_1041030781379031_7938812055769934312_n.jpg","width":600,"height":598},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2276\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2276","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2276"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2276\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2278,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2276\/revisions\/2278"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2277"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2276"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2276"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2276"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}