{"id":2335,"date":"2025-01-21T05:49:00","date_gmt":"2025-01-21T05:49:00","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=2335"},"modified":"2025-01-21T05:49:02","modified_gmt":"2025-01-21T05:49:02","slug":"misooma-sululaa-buuura-cehumsa-hundagaleessaa-obbo-shimallis-abdiisaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/","title":{"rendered":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa"},"content":{"rendered":"\n<p>Ergaa Pirezidaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaa<\/p>\n\n\n\n<p>Bulchiinsa qabeenya umamaa ittifufiinsafi madaallii naannawaa eege mirkaneessun dhimma filannoof dhiyaatu miti. Duudhan keenya kunuunsa qabeenya umamaa lubbuu ittifufsiisudhaan walqixxeessa ture. Adeemsan dimimmisuu duudhaa kanarraa kan ka\u2019e, mancaatii hedduun gaheera. Mootummaan Jijjiiramaa keenya mancaatii caalu hambisuuf, galmoota qonna irratti qabate <a><\/a>milkeessuf, akkasumas dinagdee magariisa qormaata jijjiirama qilleensaa dandamatu dhugoomsuf rakkoolee gama kunuunsafi eegumsa naannawaatin jiran furuun dhimmaa ijoo ta\u2019uu hubatee socho\u2019uu irratti argama. Bu\u2019uuruma kanaan, gama tokkoon Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gama birootin misooma sululaa xiyyeeffannoo addaatin raawwachuu irratti argama.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"640\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802342_1042898224525620_5870970139194267143_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-2337\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hojii baldhaafi humna guddaa gaafatu kun hirmaannaa cimaa ummata keenyaa malee kan milkaa\u2019u hinturre; ummannis akkaataa duudhaa isaatin karaa Tajaajila Lammummaa sochoosun milkeessera. Hirmaannaa ummanni keenya taasiseefi bu&#8217;aa argamsiisef Mootummaan Naannoo Oromiyaa beekamtii olaanaa kenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojii boonsaa waggoottan darban hojjateen, ummanni keenya bu&#8217;aawwan jajjabeessoos argachaa jira. Lafti qonnaa, bosonaafi dheedichaa manca\u2019ee faayidaa ala ta\u2019ee ture tajaajilatti deebi\u2019aa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Kuufamni bishaan lafa jalaas ta\u2019e gubbaa dabaluu irratti argama. Burqaawwan kosaniifi haroowwan goganii turan bakkatti deebi\u2019uu jalqabaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sululoonni manca\u2019anii turan misooma dammaa, nyaata beeyladaa, muduraalee, qurxummii, xaawulaafi kkf\u2019niin dargaggootafi dubartootaf madda carraa hojiifi galii ta\u2019aa jiru. Walumaagalatti mancaatii caalu hambisuufi eegumsa madaalli umamaa cimsuun milkaa\u2019ina galmoota keenyatiif bu\u2019uura kaa\u2019uu cinaatti, hawaasa idil-addunyaa biratti biyya keenyaf maqaa gaarii horuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"929\" height=\"540\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473443551_1042898384525604_2322977104358544440_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-2338\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p>Bara kanas, muuxannoowwaniifi jijjiirama waggoottan darban argamaa jiran cimsuun, biyya magariisa dhalootaa dabarsuuf dhaadannoo \u201cQabeenya Umamaa Eeguu, Kunuunsuufi Ittifayyadamuun Dirqama Dhaloota Har\u2019aati!\u201d jedhuun karoora xiiqii qabachuun hojii eegaleerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2017 kanatti, hojii suluulota maqeessuu \u201cGPS\/GIS\u201dn raawwatameen sululoota 6,465 qabnu keessaa sululoonni 5,660 kan maqeeffaman (codified) yoota\u2019u, kanneen hafanis xumuruuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Karoora hojii nafootin (physical) sululoota 6,465 keessatti lafa hkt. 3,232,500 misoomsuuf qabanneerra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"540\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473807476_1042898324525610_7587843662829117167_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-2339\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p>Bifuma kanaan, daagaa gosa adda addaa km 1,247,929, caasaalee bishaan yaasan metirkuubii 3,221,499, caasaalee bishaan qusatan 16,734,317 ijaaruu; hallayyaa gaabiyoonifi dhagaa metirkuubii 853,265 gahuun hidhuu; hallayyaa km 1,665,927 mukaan hidhuu; lafa hkt. 698,230 tuttuqqaa irraa bilisa taasisuu; dagaa adda addaa km 261,837 suphuu kan raawwannu ta\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojiin kun akkuma yeroo maraa bara kanas hirmaannaa ummataa barbaada. Bara kanas ummata mil. 10\u2019tti dhiyaatu gama Tajaajila Lammummaatin hirmaachisuuf karoorfameera. Ergamni kun ergama hambaa umamaa keenya haala amansiisaan oolchuu, hiyyummaa seenaa taasisuufi imala badhaadhina milkeessuti.<\/p>\n\n\n\n<p>Hoggansi keenya sadarkaan jirtan ittigaafatamummaa olaanan akka sochootan cimsee kanan hubachiisu ta\u2019a. Dhumarrattis, ummanni keenya kabajaman, akkasumas dhimmamtoonni misoomaa keenya hundi, karoora egeree dhalootaa murteessu kana gama dandeessan hundaan tumsuun gahee keessan akka baatan waamicha kabajaa isiniif dhiyeessuun barbaada.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"2335\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2335\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Ergaa Pirezidaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Bulchiinsa qabeenya umamaa ittifufiinsafi madaallii naannawaa eege mirkaneessun dhimma filannoof dhiyaatu miti. Duudhan keenya kunuunsa qabeenya umamaa lubbuu ittifufsiisudhaan walqixxeessa ture. Adeemsan dimimmisuu duudhaa kanarraa kan ka\u2019e, mancaatii hedduun gaheera. Mootummaan Jijjiiramaa keenya mancaatii caalu hambisuuf, galmoota qonna irratti qabate milkeessuf, akkasumas dinagdee magariisa qormaata jijjiirama qilleensaa dandamatu dhugoomsuf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":2336,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-2335","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Ergaa Pirezidaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Bulchiinsa qabeenya umamaa ittifufiinsafi madaallii naannawaa eege mirkaneessun dhimma filannoof dhiyaatu miti. Duudhan keenya kunuunsa qabeenya umamaa lubbuu ittifufsiisudhaan walqixxeessa ture. Adeemsan dimimmisuu duudhaa kanarraa kan ka\u2019e, mancaatii hedduun gaheera. Mootummaan Jijjiiramaa keenya mancaatii caalu hambisuuf, galmoota qonna irratti qabate milkeessuf, akkasumas dinagdee magariisa qormaata jijjiirama qilleensaa dandamatu dhugoomsuf [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-01-21T05:49:00+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-01-21T05:49:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"400\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"400\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa\",\"datePublished\":\"2025-01-21T05:49:00+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-21T05:49:02+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/\"},\"wordCount\":409,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/\",\"name\":\"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-01-21T05:49:00+00:00\",\"dateModified\":\"2025-01-21T05:49:02+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/01\\\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg\",\"width\":400,\"height\":400},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2335\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Ergaa Pirezidaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Bulchiinsa qabeenya umamaa ittifufiinsafi madaallii naannawaa eege mirkaneessun dhimma filannoof dhiyaatu miti. Duudhan keenya kunuunsa qabeenya umamaa lubbuu ittifufsiisudhaan walqixxeessa ture. Adeemsan dimimmisuu duudhaa kanarraa kan ka\u2019e, mancaatii hedduun gaheera. Mootummaan Jijjiiramaa keenya mancaatii caalu hambisuuf, galmoota qonna irratti qabate milkeessuf, akkasumas dinagdee magariisa qormaata jijjiirama qilleensaa dandamatu dhugoomsuf [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-01-21T05:49:00+00:00","article_modified_time":"2025-01-21T05:49:02+00:00","og_image":[{"width":400,"height":400,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa","datePublished":"2025-01-21T05:49:00+00:00","dateModified":"2025-01-21T05:49:02+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/"},"wordCount":409,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/","name":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg","datePublished":"2025-01-21T05:49:00+00:00","dateModified":"2025-01-21T05:49:02+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/01\/473802034_1042891227859653_8510682634264943438_n.jpg","width":400,"height":400},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2335\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Misooma Sululaa: Bu\u2019uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2335","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2335"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2335\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2340,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2335\/revisions\/2340"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2336"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2335"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2335"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2335"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}