{"id":2550,"date":"2025-02-01T10:10:34","date_gmt":"2025-02-01T10:10:34","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=2550"},"modified":"2025-02-01T10:10:39","modified_gmt":"2025-02-01T10:10:39","slug":"bakka-buoonni-paartilee-obolummaa-sister-party-adda-addaa-biyyoyta-isaani-bulchaa-jiran-yaaii-idilee-paartii-badhaadhinaa-irratti-argamuun-maal-jedhani","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/","title":{"rendered":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka Bu\u2019aa Paartii Jibuutii \u2019Djibouti Peoples Rally For Progress\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo\u2019ichaa irratti argmuun haasa\u2019aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Jijjirama akka biyyaa fi magaalatti mula\u2019ate yeroo dhiyoo keessatti kan dhufee <a><\/a>ta\u2019uu dhugaa bahaniiru, jijjiramich hnga baadiyyaa biyyatitti babala\u2019achaa jiraachuus ibsaniiru,<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Milkaa\u2019ina argameef qoodaa guddaa kan qaban abbaa mul\u2019aataa kan ta\u2019an Muummicha Ministeera Abiyyi Ahamad (Dr,) akka ta;an dubbataniiru,<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Keesumaa Magaalli Finfinnee ammayyummaa uffachuun ishee bulchiinsi magaalittii fi hoggantooni waan qindoominaan hojjetaniif akka ta\u2019e dhugaa bahaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan karoora midhaan nyaataan of danda\u2019uuf tattaffin gochaa jirtu waan nama ajaa\u2019ibsiisu ta\u2019uu ibsaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Biyyitiin yeroo gababaa keessatti diinagdee cimaa galmeessisaa jirti, kun immoo gaggeessa abbaa mul\u2019ataa cimaa waan qabduufidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka Bu\u2019aa Paartii Sudaan Kibbaa \u2019South Sudan Peoples Revolution \u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Paartiin Badhaadhinaa Paartii waadaa uummata isaaf galee qabatamaan hojitti hiikee agarsiise dha. Kun immoo Partiin kamiyyuu filannoo mo,ate gara taayitatti yeroo dhufu lammilee biyyaattif waan waadaa gale qabatamaan raawwachuun paartii kamiifuu fakkeenyumma guddadha<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan tokkummaa ishee cimsachuuf Jabana Masaafntii irraa egalee hanga ammaatti boqannalee hedduu ceetetti, dhiyoo kana MM Abiyyi (Dr.) tarkaanfii fudhataniin akka biyyaatti- gama diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaatiin jijjirama ijaan argamu galmeessuun danda\u2019ameera,<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Riifoormiin akka biyyaatti dhufe falaasama \u2019IDA\u201dAMUUN\u2019irratti kan hundaa\u2019e yoo ta\u2019u ilalchaa garagaraa walitti qindeessuun biyyaaf hojjechuudhan akka ta\u2019es ibsaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka bu\u2019aa Paarti Zumbaabee \u2019 &#8216;The Zimbabwe African National Union \u2013 Patriotic Front- ZANU-PF Party\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan biyya hin koloneefamnee fi biyya walabummaa ishee eeggatee turtee ummata tokkummaa isaa tifkate ta\u2019uun Afrikaaf guca walabummaa akka taate dubbataniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Miirri hin bitamuu Itoophiyaanoota gara biyyoota Afrikaatti dagaaguun bilisummaa isaaniif akka dammaqanii falmatan taasiseera<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Zumbaabeen yeroo bilisummaa ishee gonfatte gaheen Itoophiyaa guddaa waan tureef uummanni biyyaatti oolmaa kana yoomiyyuu hin irraanfatu<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka bu\u2019aa Paarti Kibba Afrikaa \u2019 African National Congress\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan ilaalcha farra kolonii fi sirna Appaartaayidii irratti qabsoo hadhaayaan akka taasifamu qooda gumaachiteen biyyoonni Afrikaa hedduun bilisa akka bahan gumaacha guddaa taasifteetti<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan walbummaa biyyoota Afrikaaf fakeenyummaa guddaa biyya qabdudha<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Milkaa\u2019ummaan Itoophiyaa milkka\u2019ummaa Afrikaati, akkasumas qormmaanni Itoophiyaa qormaata afrikaati, kanafuu Itoophiyaan biyya cimtuu taatee akka mul\u2019atu biyyoon Afrikaa hunduu tumsuu qabu<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Akka Paan Afrikaatti, jijjirama fiduun fedhii fi abjuu uummata keenyaa dhugoomsuuf waliin hojjenna, waliin dhhaabbanna<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Daandileen Magaalaa Finfinnee hanga gaarren Joohaansbarg, suluula Dhiha Saahaaraa hanga gammoojjii Namibiyaatti ol-ka\u2019umsa Afrikaaf waliin hojjenna.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka bu\u2019aa Parrtii Turkiyee \u2019AK Party\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Yaadni fi ilaalchi MM Abiyyi Ahimad (Dr.), hawwii badhaadhina biyya isaaniirra darbee Afrikaaf kan gahu ta\u2019uu eeraniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc MMI waadaa galan kan hojiitti hiikan, hojiin kan agarsiisaniif mula\u2019ata gaanfa Afrikaa diinagdeen walitti hidhuuf qaban dinqisiifataniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan biyya seenaa qabeetti,qormaata ishee mudateef osoo hin jilbeeffatiin waggoota hedduu kan ceetedha<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan addunyaarratti biyya walaba taatee qofa osoo hin ta\u2019iin warra walabummaa isaanii gonfachuuf carraaqan cina biyya dhaabbachaa turtedha<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka bu\u2019aa Paartii Raashiyaa \u2019United Russia Party\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Yaa\u2019iin kun Itoophiyaa dagaagina itti aanutti kan tarkaanfachiisuu fi biyyattiin akka idil-addunyaati bakka qabdu kan guddisudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Walitti dhufeenyi biyyota lamaanii cimee akka itti fufu paartiin Raashiyaa\u2019United Russia Party\u2019 akka hojjetu waada galaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Miseensummaa \u2019BIRCS\u2019 keessatti qooda Itoophiyaan qabdu fayyadamuun waltumsuu irratti ni hojjenna<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Paartiin Badhaadhinaa fulduratti milkaa\u2019ina dabalataa akka galmeessu abdii qaban himaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka bu\u2019aa Paartii Taanzaaniyaa \u2019Chama Cha Mapinduzi\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Itoophiyaan hoggansa bilchaata MM Abiyyi Ahimad (Dr.)tiin guddina ariifachiisa keessa jirti<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Walitti dhufeenyi biyyoota lamanii yeroo dheeraa kan lakkofsise yoo ta\u2019u fuldurattis cimee kan itti fufu ta\u2019uu mirkaneesaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Adduynaan rakkoo jijjiirama qilleensaa, walitti bu\u2019insa naannoo, hongee fi beelaaan gidirfamaa jirtu, keesumaa Afrikaan rakkolee kan qolachuuf waliin hojjechuun barbaachisaa ta\u2019u himaniiru<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakka Bu\u2019aa Ruwaandaa \u2019Rwandan Patriotic Front\u2019<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Waltumsi paartilee siyaasaa lamaanii cimee kan itti fufu ta\u2019uu mirikaneesaniruu<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Afrikaan rakkoo wal-xaxaa keessaa akka baatuuf nagaa fi badhaadhina biyyota isaanii fiduuf paartileen siyaasa biyyoota Afrikaa waliin hojjechuu qabu<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\uf0fc Ruwaandaan walitti dhufeenyaa seena qabeeseeaa Itoophiyaa waliin qabdu gara fuulduraatti cimsitee kan itti fuftudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS- Amajjii 24\/2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tolasaa Mabraateetu qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"bbf391e162\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2550\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Bakka Bu\u2019aa Paartii Jibuutii \u2019Djibouti Peoples Rally For Progress\u2019 \uf0fc Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo\u2019ichaa irratti argmuun haasa\u2019aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru \uf0fc Jijjirama akka biyyaa fi magaalatti mula\u2019ate yeroo dhiyoo keessatti kan dhufee ta\u2019uu dhugaa bahaniiru, jijjiramich hnga baadiyyaa biyyatitti babala\u2019achaa jiraachuus ibsaniiru, \uf0fc Milkaa\u2019ina argameef [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":2551,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5,4],"tags":[],"class_list":["post-2550","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Bakka Bu\u2019aa Paartii Jibuutii \u2019Djibouti Peoples Rally For Progress\u2019 \uf0fc Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo\u2019ichaa irratti argmuun haasa\u2019aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru \uf0fc Jijjirama akka biyyaa fi magaalatti mula\u2019ate yeroo dhiyoo keessatti kan dhufee ta\u2019uu dhugaa bahaniiru, jijjiramich hnga baadiyyaa biyyatitti babala\u2019achaa jiraachuus ibsaniiru, \uf0fc Milkaa\u2019ina argameef [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-02-01T10:10:34+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-02-01T10:10:39+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"639\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?\",\"datePublished\":\"2025-02-01T10:10:34+00:00\",\"dateModified\":\"2025-02-01T10:10:39+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/\"},\"wordCount\":676,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/OB.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/\",\"name\":\"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/OB.jpg\",\"datePublished\":\"2025-02-01T10:10:34+00:00\",\"dateModified\":\"2025-02-01T10:10:39+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/OB.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/OB.jpg\",\"width\":960,\"height\":639},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2550\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Bakka Bu\u2019aa Paartii Jibuutii \u2019Djibouti Peoples Rally For Progress\u2019 \uf0fc Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo\u2019ichaa irratti argmuun haasa\u2019aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru \uf0fc Jijjirama akka biyyaa fi magaalatti mula\u2019ate yeroo dhiyoo keessatti kan dhufee ta\u2019uu dhugaa bahaniiru, jijjiramich hnga baadiyyaa biyyatitti babala\u2019achaa jiraachuus ibsaniiru, \uf0fc Milkaa\u2019ina argameef [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-02-01T10:10:34+00:00","article_modified_time":"2025-02-01T10:10:39+00:00","og_image":[{"width":960,"height":639,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?","datePublished":"2025-02-01T10:10:34+00:00","dateModified":"2025-02-01T10:10:39+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/"},"wordCount":676,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/","name":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg","datePublished":"2025-02-01T10:10:34+00:00","dateModified":"2025-02-01T10:10:39+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/OB.jpg","width":960,"height":639},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2550\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Bakka bu\u2019oonni Paartilee Obolummaa (Sister Party) adda addaa biyyoyta isaani bulchaa jiran yaa\u2019ii idilee Paartii Badhaadhinaa irratti argamuun maal jedhani?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2550","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2550"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2550\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2552,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2550\/revisions\/2552"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2551"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2550"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2550"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2550"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}