{"id":2736,"date":"2025-02-17T06:56:38","date_gmt":"2025-02-17T06:56:38","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=2736"},"modified":"2025-02-17T06:56:40","modified_gmt":"2025-02-17T06:56:40","slug":"itoophiyaan-kaayyoo-fi-qajeeltoowwan-gamtichaa-akka-milkaau-murannoo-qabdu-milkaain-yaaichaan-mulisteetti-dooktar-abiyi-ahimad","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/","title":{"rendered":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu milkaa&#8217;in yaa&#8217;ichaan mul&#8217;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS Guraandhala 10, 2017<\/p>\n\n\n\n<p>Yaa&#8217;ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Itoophiyaan akka teessoo Afrikaatti waan irraa eegamu hunda raawwachuu ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessummaa simachuu sirnaan keessummeessuun hojiin hojjette waan ajaa&#8217;ibaa kan ture ta&#8217;uu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Simannaa fi keessummeessa taasifametti gammaaduun hedduun isaanii yeroo turtii dheereessuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu gochaan mul&#8217;isuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis qophii fi hojii keessummeessuu raawwatteen ifoomeera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaa&#8217;ichi akka milkaa&#8217;u hedduun waan danda&#8217;an hunda raawwachuu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480400410_1062346755938697_3800025537938694326_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-2738\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Koreen qopheessituu, dippiloomatonni Dhimma Alaa, ogeeyyiin pirotokoolii, dhaabbileen teeleefi ibsaa, Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa, Dhaabbileen nageenyaa, Poolisoonni Tiraafikii, dargaggoonni tola ooltonni, miidiyaan, miseensonni artiifi sarkasii, hooteelonni, hooggantoonniifi ogeeyyiin Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, ogeeyyiin qulqullinaa hundinuu qalbii tokkoon dhagahanii akka qaama tokkootti raawwattoota ta&#8217;anii hojjetaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Uummanni Magaalaa Finfinnee keessummootaaf kabajaafi keessumeessuu maluuf keennuudhaan, wayita daandiiwwan cufaman obsaan eeguudhaan milkaa&#8217;ina Yaa&#8217;iichaatiif waan irraa eegamu hunda godheera.<\/p>\n\n\n\n<p>Maqaa Mootummaa Itoophiyaafi maqaakootiin hunduma keessaniifuu galata guddaan qaba.<\/p>\n\n\n\n<p>Hundi keenyayyuu miira jaalala biyyaatiin sirnaafi naamusaan hojjechuu keenyaan keessummoota keenya ajaa&#8217;ibsiifneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Olka&#8217;insa biyya keenyaa agarsiifneerra. Namoonni midiyaa kuma tokkoo ol ta&#8217;an maqaa keenya gaarii addunyaatti agarsiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessummoonni kuma 10 ol ta&#8217;an biyya keenya badhaadhaa jirtuuf ragaa ta&#8217;aniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Walta&#8217;insi keenya kuniifi murannoon milkaa&#8217;ina biyya keenyaaf qabnu yaa&#8217;icha boodas akka ittifufun amana. Hamma Itoophiyaan fakkeenya badhaadhina Afrikaa ta&#8217;uunshee dhagaarratti barreeffamutti carraaqqiin keenya ittifufa.<\/p>\n\n\n\n<p>Irra deebiidhaan hunduma keessanuu nan galateeffadha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"2736\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2736\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa&#8217;ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad ibsan. Itoophiyaan akka teessoo Afrikaatti waan irraa eegamu hunda raawwachuu ibsan. Keessummaa simachuu sirnaan keessummeessuun hojiin hojjette waan ajaa&#8217;ibaa kan ture ta&#8217;uu eeraniiru. Simannaa fi keessummeessa taasifametti gammaaduun hedduun isaanii yeroo turtii dheereessuu himaniiru. Itoophiyaan kaayyoo [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":2737,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5,4],"tags":[],"class_list":["post-2736","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#039;u murannoo qabdu milkaa&#039;in yaa&#039;ichaan mul&#039;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#039;u murannoo qabdu milkaa&#039;in yaa&#039;ichaan mul&#039;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa&#8217;ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad ibsan. Itoophiyaan akka teessoo Afrikaatti waan irraa eegamu hunda raawwachuu ibsan. Keessummaa simachuu sirnaan keessummeessuun hojiin hojjette waan ajaa&#8217;ibaa kan ture ta&#8217;uu eeraniiru. Simannaa fi keessummeessa taasifametti gammaaduun hedduun isaanii yeroo turtii dheereessuu himaniiru. Itoophiyaan kaayyoo [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-02-17T06:56:38+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-02-17T06:56:40+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"715\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"714\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu milkaa&#8217;in yaa&#8217;ichaan mul&#8217;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad\",\"datePublished\":\"2025-02-17T06:56:38+00:00\",\"dateModified\":\"2025-02-17T06:56:40+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/\"},\"wordCount\":262,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/\",\"name\":\"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa'u murannoo qabdu milkaa'in yaa'ichaan mul'isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-02-17T06:56:38+00:00\",\"dateModified\":\"2025-02-17T06:56:40+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/02\\\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg\",\"width\":715,\"height\":714},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/2736\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu milkaa&#8217;in yaa&#8217;ichaan mul&#8217;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa'u murannoo qabdu milkaa'in yaa'ichaan mul'isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa'u murannoo qabdu milkaa'in yaa'ichaan mul'isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa&#8217;ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad ibsan. Itoophiyaan akka teessoo Afrikaatti waan irraa eegamu hunda raawwachuu ibsan. Keessummaa simachuu sirnaan keessummeessuun hojiin hojjette waan ajaa&#8217;ibaa kan ture ta&#8217;uu eeraniiru. Simannaa fi keessummeessa taasifametti gammaaduun hedduun isaanii yeroo turtii dheereessuu himaniiru. Itoophiyaan kaayyoo [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-02-17T06:56:38+00:00","article_modified_time":"2025-02-17T06:56:40+00:00","og_image":[{"width":715,"height":714,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu milkaa&#8217;in yaa&#8217;ichaan mul&#8217;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad","datePublished":"2025-02-17T06:56:38+00:00","dateModified":"2025-02-17T06:56:40+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/"},"wordCount":262,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/","name":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa'u murannoo qabdu milkaa'in yaa'ichaan mul'isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg","datePublished":"2025-02-17T06:56:38+00:00","dateModified":"2025-02-17T06:56:40+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/02\/480226983_1063617639120345_4678530677585038112_n.jpg","width":715,"height":714},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/2736\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa&#8217;u murannoo qabdu milkaa&#8217;in yaa&#8217;ichaan mul&#8217;isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2736","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2736"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2736\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2739,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2736\/revisions\/2739"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/2737"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2736"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2736"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2736"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}