{"id":3088,"date":"2025-03-06T10:58:04","date_gmt":"2025-03-06T10:58:04","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=3088"},"modified":"2025-03-06T12:40:19","modified_gmt":"2025-03-06T12:40:19","slug":"taarifni-ameerikaa-biyyoota-biroo-irratti-dabalaa-jirtu-eenyuun-gaagaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/","title":{"rendered":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a?"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"992\" height=\"558\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/image_2025-03-06_15-35-10-2.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-3107\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 27\/2017<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n\n\n\n<p>Pirezidaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp erga Waayit Haawus seenani as omishalee biyyota warra dhiyaa irratti taarifa akka dabalan dhaaddacha turaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Tarkaanfii Tiraamp tibbana oomishaalee Kanaadaa, Meeksikoo, Biraazil, Chaayinaa, akkasumas Gamtaa Awurooppaa dabalatee meeshaalee galfamu hunda irratti qaraxa %25 akka dabalan irra dedeebiin ibsa turan.<\/p>\n\n\n\n<p>Doonald Tiraamp qaraxa dabaluuf murteesaniyyuu biyyoonni akka Kanaadaa, Chaayinaa fi kanneen biroonis gama isaanitiin oomishalee Ameerikaa irraa gara biyyota kanneeniti ergaman irratti qaraxa dabaluuf murteessa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ameerikan Kanaadaa irraa biyya humna annisaa elektirikaa gudda bittudha. Haata\u2019u malee, Kanaadaan gama isheetiin daballii qaraxa Tiraamp isheerratti dabale deebii kennuuf human annisaa elektirikaa irratti kan dabaltu yoo ta\u2019u naannoleen Kaaba Ameerikaa jiran daballii kanaan daran kan miidhaman ta\u2019uu Rooyitars guyyaa kaleessa oduu baaseen akeekkachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"1200\" height=\"1200\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/481902114_1077793904369385_1010176147150544027_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-3090\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Kanaadaa Jastiin Tirudoon, &#8220;doorsifni taarifa oomishalee irratti taasifamu kun eenyuunuu hin fayyaddu&#8221; jedhan. Tarkaanfiin akkasii Ameerikaa dabalatee biyyoota Ameerikaa Kaabaa hunda rakkoo qaal\u2019insa jireenyaaf kan saaxilu ta\u2019u ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Muummichi Ministeeraa Kanaadaa Jastiin Tirudoo Kibxata darbe ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin Kanaadaan \u201clola irraa duubatti hin deebitu\u201d jechuun akeekkachiisaniiru. Meeshaalee Ameerikaa Doolaara biiliyoona 30 (Doolaara biiliyoona 20.7) irratti taarifa %25 hatattamaan hojiirra akka oolu ibsuun, guyyoota 21 keessatti doolaara biiliyoona 125 (Doolaara biiliyoona 86.2) dabalataan akka hojiirra oolu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ibsa isanii keessatti &#8220;Ameerikaa fi Kanaadaan biyyota michuu lameen gidduutti gochi akkasii uumamuu hinqabu ture, garuu gochi kun diinota keenyaa waan baay\u2019ee gammachisudha&#8221; jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministeerri Maallaqa biyyatti ibsa baaseen oomishaalee aannani, foon, midhaan, wayinii, dhugaatii alkoolii, uffata, kophee, doqdoqqee, meeshaalee miidhaginaa, oomishaalee waraqaa fi meeshaalee Ameerikaa muraasa irratti taarifni hatattamaa akka dabalamu murteessera.<\/p>\n\n\n\n<p>Chaayinaan tibbana haaloo bahuun, Ameerikaa irraa qamadii, boqqolloo fi suufii gara biyya isheetti galfamu irratti taarifa %15 dabaluuf labsuu ishee ibsi Komishinii Galiiwwan Mana Maree biyyattii irraa argame ni mul\u2019isa.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"1200\" height=\"720\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/481907381_1077793991036043_3199448700078817587_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-3091\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Dabalataniis oomishaalee midhaan akka mishingaa, fuduraalee, kuduraalee, qurxumii fi oomishaalee aanani irratti taarifa %10 kaa\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Liin Jiyaan Kibxata kaleessa ibsa idilee kennaniin, Ameerikaan \u201cwaraana taarifaa, waraana daldalaa ykn waraana gosa biroo kamiyyuu gaggeessuu irratti yoo cimte, Chaayinaan hanga dhumaatti ni qabsoofti\u201d jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>&#8221;Chaayinaan hafuura sodaa hin qabdu, akkasumas olaantummaa biyya tokkoof jilbeenfannee akka hin beekne irra deebi&#8217;ee ibsuun barbaada&#8221; jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhiibbaa uumuun, dirqisiisuu fi doorsisuun Chaayinaa waliin hojjechuuf yaaluun karaa sirrii miti. Chaayinaa irratti dhiibbaa guddaa gochuuf yaaluun shallaggii dogoggoraati&#8221; jechuun dabalataan yaadachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministeerri Daldalaa Chaayinaa addatti dhaabbilee Ameerikaa 15 warshaa diroonii oomishu &#8216;Skydio&#8217; dabalatee hordoffii cimaa akka irratti gaggeeffamu qajeelcha baasera.<\/p>\n\n\n\n<p>Meeksikoonis karaa walfaakkaatuun tarkaanfii haaloo bahuu gama isheetiin akka fudhattu ni eeggama.<\/p>\n\n\n\n<p>Doorsifini taarifa biyyota guddatanii kun adeemsa keessa biyyota dinagdeen gadi bu\u2019aa fi giddu-galeessa irratti dhiibbaa uumuu akka danda\u2019u ogeeyyiin diinagde gama kanarratti yaada kennan soda qaban irra dedeebiin ni dubbatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Maddi: CNN, BBC, Aljeeziraa fi Rooyiters<\/p>\n\n\n\n<p>Qopheessan Tolasaa Mabraateti<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"3088\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"108d9af345\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3088\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 27\/2017 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp erga Waayit Haawus seenani as omishalee biyyota warra dhiyaa irratti taarifa akka dabalan dhaaddacha turaniiru. Tarkaanfii Tiraamp tibbana oomishaalee Kanaadaa, Meeksikoo, Biraazil, Chaayinaa, akkasumas Gamtaa Awurooppaa dabalatee meeshaalee galfamu hunda irratti qaraxa %25 akka dabalan irra dedeebiin ibsa turan. Doonald Tiraamp qaraxa dabaluuf murteesaniyyuu biyyoonni akka [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":3097,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"yes","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-3088","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 27\/2017 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp erga Waayit Haawus seenani as omishalee biyyota warra dhiyaa irratti taarifa akka dabalan dhaaddacha turaniiru. Tarkaanfii Tiraamp tibbana oomishaalee Kanaadaa, Meeksikoo, Biraazil, Chaayinaa, akkasumas Gamtaa Awurooppaa dabalatee meeshaalee galfamu hunda irratti qaraxa %25 akka dabalan irra dedeebiin ibsa turan. Doonald Tiraamp qaraxa dabaluuf murteesaniyyuu biyyoonni akka [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-03-06T10:58:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-03-06T12:40:19+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/image_2025-03-06_15-35-10.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"992\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"558\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a?\",\"datePublished\":\"2025-03-06T10:58:04+00:00\",\"dateModified\":\"2025-03-06T12:40:19+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/\"},\"wordCount\":449,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/image_2025-03-06_15-35-10.png\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/\",\"name\":\"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/image_2025-03-06_15-35-10.png\",\"datePublished\":\"2025-03-06T10:58:04+00:00\",\"dateModified\":\"2025-03-06T12:40:19+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/\"]}]},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3088\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 27\/2017 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp erga Waayit Haawus seenani as omishalee biyyota warra dhiyaa irratti taarifa akka dabalan dhaaddacha turaniiru. Tarkaanfii Tiraamp tibbana oomishaalee Kanaadaa, Meeksikoo, Biraazil, Chaayinaa, akkasumas Gamtaa Awurooppaa dabalatee meeshaalee galfamu hunda irratti qaraxa %25 akka dabalan irra dedeebiin ibsa turan. Doonald Tiraamp qaraxa dabaluuf murteesaniyyuu biyyoonni akka [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-03-06T10:58:04+00:00","article_modified_time":"2025-03-06T12:40:19+00:00","og_image":[{"width":992,"height":558,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/image_2025-03-06_15-35-10.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a?","datePublished":"2025-03-06T10:58:04+00:00","dateModified":"2025-03-06T12:40:19+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/"},"wordCount":449,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/image_2025-03-06_15-35-10.png","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/","name":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/image_2025-03-06_15-35-10.png","datePublished":"2025-03-06T10:58:04+00:00","dateModified":"2025-03-06T12:40:19+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/"]}]},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3088\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Taarifni Ameerikaa biyyoota biroo irratti dabalaa jirtu eenyuun gaaga\u2019a?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3088","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3088"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3088\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3108,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3088\/revisions\/3108"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3097"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3088"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3088"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3088"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}