{"id":3363,"date":"2025-03-22T13:07:56","date_gmt":"2025-03-22T13:07:56","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=3363"},"modified":"2025-03-22T13:07:59","modified_gmt":"2025-03-22T13:07:59","slug":"hidhi-haaromsi-guddichi-afrikaaf-humna-dinagdee-walooti-isteefan-kaaringii","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/","title":{"rendered":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN- Bitootessa 13\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee waloo ta\u2019uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Komishinii Diinagdee Afrikaatti Daarektarri Kutaa Hariiroo Naannoo fi Daldalaa Isteefan Kaaringii dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>Madda oomisha guddaa kan taate Itoophiyaan, biyyoota naannoo Bahaa fi Kibba Afrikaaf wiirtuu walitti hidhamiinsa anniisaa ta\u2019uu ishee ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan kanaan dura biyyoota adda addaatiifis human ibsaa dhiyeessaa turuu ishee dinqisiifachuun; Sararrii dabarsii humna ibsaa guddaa biyya Keeniyaa waliin walqunnamsiisu ijaaramuu isaa beeksisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis bu\u2019uuraalee anniisaa naannichaa walitti hidhuu keessatti ga\u2019ee Itoophiyaan qabdu kan agarsiisu yoo ta\u2019u, Afrikaa Bahaa bira darbee gara naannoo Gaanfa Afrikaatti akka wiirtuu anniisaatti akka tajaajiltu kan taasisu ta\u2019uu ishee dabalataan ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Misoomni humna ibsaa haaromfamuu danda\u2019u dorgomtummaa indaastirii guddisuu qofa osoo hin taane dhiibbaa jijjiirama qilleensaa hir\u2019isuu keessattis gahee hammana hin jedhamne qaba jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"617\" height=\"281\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485722130_1088673126637634_2274685858768467034_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-3367\" style=\"width:998px;height:auto\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hidhi Haaromsi Guddichi Itoophiyaa dhiyeessii humna ibsaa fooyyessuudhaan guddina indaastirii Afrikaa saffisiisuuf gumaacha olaanaa akka taasisu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessattuu, Waliigalteen Naannoo Daldala Walabaa Ardii Afrikaa sirna daldalaa fi investimantii Afrikaa mijeessuu keessatti gahee olaanaa akka qabu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan carraa daldalaa fi investimantii guddaa uumuun waliigaltee naannoo daldala bilisaa ardii Afrikaa hojiirra oolchuuf kan dandeessisu ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Waliigaltee kana hojiirra oolchuuf tarsiimoo qopheessuu keessatti tarkaanfiin guddaan biyyattiin fudhatte muuxannoo biyyoonni biroo hordofuu qaban ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsa zoonii dinagdee addaatiin, damee aviyeeshinii, geejjibaa, fi qonnaa irrattiis dabaluudhaan waliigaltee kana hojiirra oolchuuf kutannoo qaban agarsiisaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Milkaa\u2019inni invastimantii Itoophiyaa, fedhii lammiilee ishiitiin alatti, daldala bilisaatiin karaa qajeelfama waliigaltee naannoo Afrikaanotaaf ogummaa fi qabeenya akka laattu kan taasisu ta\u2019uus hubachiisuusaanii tajaajilli oduu Itoophiyaa gabaaseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"3363\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3363\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Bitootessa 13\/2017 Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee waloo ta\u2019uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Komishinii Diinagdee Afrikaatti Daarektarri Kutaa Hariiroo Naannoo fi Daldalaa Isteefan Kaaringii dubbatan. Madda oomisha guddaa kan taate Itoophiyaan, biyyoota naannoo Bahaa fi Kibba Afrikaaf wiirtuu walitti hidhamiinsa anniisaa ta\u2019uu ishee ibsaniiru. Itoophiyaan kanaan dura biyyoota adda addaatiifis human ibsaa dhiyeessaa turuu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":3366,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[7,4],"tags":[],"class_list":["post-3363","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-biizinasii","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Bitootessa 13\/2017 Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee waloo ta\u2019uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Komishinii Diinagdee Afrikaatti Daarektarri Kutaa Hariiroo Naannoo fi Daldalaa Isteefan Kaaringii dubbatan. Madda oomisha guddaa kan taate Itoophiyaan, biyyoota naannoo Bahaa fi Kibba Afrikaaf wiirtuu walitti hidhamiinsa anniisaa ta\u2019uu ishee ibsaniiru. Itoophiyaan kanaan dura biyyoota adda addaatiifis human ibsaa dhiyeessaa turuu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-03-22T13:07:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-03-22T13:07:59+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"626\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"284\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii\",\"datePublished\":\"2025-03-22T13:07:56+00:00\",\"dateModified\":\"2025-03-22T13:07:59+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/\"},\"wordCount\":265,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Biizinasii\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/\",\"name\":\"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg\",\"datePublished\":\"2025-03-22T13:07:56+00:00\",\"dateModified\":\"2025-03-22T13:07:59+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/03\\\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg\",\"width\":626,\"height\":284},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3363\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Bitootessa 13\/2017 Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee waloo ta\u2019uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Komishinii Diinagdee Afrikaatti Daarektarri Kutaa Hariiroo Naannoo fi Daldalaa Isteefan Kaaringii dubbatan. Madda oomisha guddaa kan taate Itoophiyaan, biyyoota naannoo Bahaa fi Kibba Afrikaaf wiirtuu walitti hidhamiinsa anniisaa ta\u2019uu ishee ibsaniiru. Itoophiyaan kanaan dura biyyoota adda addaatiifis human ibsaa dhiyeessaa turuu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-03-22T13:07:56+00:00","article_modified_time":"2025-03-22T13:07:59+00:00","og_image":[{"width":626,"height":284,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii","datePublished":"2025-03-22T13:07:56+00:00","dateModified":"2025-03-22T13:07:59+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/"},"wordCount":265,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg","articleSection":["Biizinasii","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/","name":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg","datePublished":"2025-03-22T13:07:56+00:00","dateModified":"2025-03-22T13:07:59+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/03\/485757186_1088672969970983_8743485573109270105_n-1.jpg","width":626,"height":284},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3363\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"\u2018Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti\u2019 \u2013 Isteefan Kaaringii"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3363","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3363"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3363\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3368,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3363\/revisions\/3368"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3366"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3363"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3363"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3363"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}