{"id":3586,"date":"2025-04-05T08:48:32","date_gmt":"2025-04-05T08:48:32","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=3586"},"modified":"2025-04-05T08:48:33","modified_gmt":"2025-04-05T08:48:33","slug":"naannoo-oromiyaatti-hanga-ammaatti-xaaoon-kuntaalli-miiliyoona-4-7-dhiyaateera-obbo-addisuu-araggaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/","title":{"rendered":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN \u2013 Bitootessa 26\/207<\/p>\n\n\n\n<p>Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaachuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Obbo Addisuu Araggaa ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017\/18f xaa\u2019oo keemikaalaa kuntaala miiliyoona 10.5 dhiyeessuuf karoorfamee hojjetamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana keessaa hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaatee jira. Kan hafes ji\u2019oota itti aanan keessatti kan dhiyaatu ta\u2019a jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara kana dhiyeessiin xaa\u2019oo kana bara darbee waliin walbira qabamee yoo ilaalamu caalmaa kuntaala miliyoona 2 qabaachuu kan ibsan Obbo Addisuun yaaddoon hanqina dhiyeessii xaa\u2019oo hinjiraatu jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gatii xaa\u2019ootiin walqabatees, gatiin sharafa alaa, loojistikiisii akkasumas gatiin xaa\u2019oo gabaa addunyaa irratti waan dabaleef gatiin xaa\u2019oo dabalee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Haala kana yaada keessa galchuudhaan mootummaan federaalaa xiyyeffannoo misooma qonnaaf kennaa jiru irraa kan ka\u2019e xaa\u2019oo kuntaala tokko irratti deeggarsa ( Subsidy) birrii kuma 3 fi 700 taasisee jira.\u2019<\/p>\n\n\n\n<p>Bara kana gatiin gurgurtaa xaa\u2019oo Yuuriyaa birrii kuma 5 fi 845 yoo ta\u2019u Daappiin ammoo birrii kuma 7 fi 778tiin dhiyaataa jira jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhiyeessiin xaa\u2019oo bara kanaa osoo deeggarsa (subsidy) mootummaa hin qabu ta\u2019ee gatiin Yuuriyaa kuntaala tokkoo birrii kuma 9 fi 545, gatiiin Daappii kuntaala tokkoo ammoo birrii kuma 10 fi 478 ta\u2019a ture jedhan Obbo Addisuun.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka waliigalaatti xaa\u2019oo Naannoo Oromiyaatti bara omishaa kana dhiyaatuuf deggersa mootummaan federaalaa taasise keessaa qonnaan bultootni naannoo keenyaa deggersa (subsidy) birrii biiliyoona 38 oli fayyadamaa ta\u2019anii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyaa har\u2019aa sochii dhiyeessii fi raabsa xaa&#8217;oo godina Shawaa Bahaa Yuuniyeenii mana kuusaa Lumee Adaamaa fi raabsa xaa\u2019oo Aanaa Lumee ganda Sharraa Dibaandibaa ilaallee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Xaa\u2019oon bara kanaa yeroodhaan dhiyaachaa akka jiruufi qonnaan bulaa bira sirnaan gahaa akka jirus mirkaneeffannee jirra jechuun Obbo Addisuun ergaa dabarsaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"3586\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3d058f0ad3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3586\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN \u2013 Bitootessa 26\/207 Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaachuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan. Obbo Addisuu Araggaa ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017\/18f xaa\u2019oo keemikaalaa kuntaala miiliyoona 10.5 dhiyeessuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Kana keessaa hanga ammaatti xaa\u2019oon [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":3587,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[7,4],"tags":[],"class_list":["post-3586","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-biizinasii","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN \u2013 Bitootessa 26\/207 Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaachuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan. Obbo Addisuu Araggaa ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017\/18f xaa\u2019oo keemikaalaa kuntaala miiliyoona 10.5 dhiyeessuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Kana keessaa hanga ammaatti xaa\u2019oon [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-04-05T08:48:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-04-05T08:48:33+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1920\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa\",\"datePublished\":\"2025-04-05T08:48:32+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-05T08:48:33+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/\"},\"wordCount\":294,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Biizinasii\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/\",\"name\":\"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-04-05T08:48:32+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-05T08:48:33+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg\",\"width\":1920,\"height\":1280},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3586\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN \u2013 Bitootessa 26\/207 Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaachuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan. Obbo Addisuu Araggaa ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017\/18f xaa\u2019oo keemikaalaa kuntaala miiliyoona 10.5 dhiyeessuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Kana keessaa hanga ammaatti xaa\u2019oon [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-04-05T08:48:32+00:00","article_modified_time":"2025-04-05T08:48:33+00:00","og_image":[{"width":1920,"height":1280,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa","datePublished":"2025-04-05T08:48:32+00:00","dateModified":"2025-04-05T08:48:33+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/"},"wordCount":294,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg","articleSection":["Biizinasii","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/","name":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg","datePublished":"2025-04-05T08:48:32+00:00","dateModified":"2025-04-05T08:48:33+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/488670370_1103264565155652_8915399565686413540_n.jpg","width":1920,"height":1280},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3586\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa\u2019oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera \u2013 Obbo Addisuu Araggaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3586","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3586"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3586\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3588,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3586\/revisions\/3588"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3587"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3586"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3586"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3586"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}