{"id":3599,"date":"2025-04-06T14:40:57","date_gmt":"2025-04-06T14:40:57","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=3599"},"modified":"2025-04-06T14:40:59","modified_gmt":"2025-04-06T14:40:59","slug":"hidhi-haaromsaa-itoophiyaa-guddichi-pirojektii-mulata-biyyoonni-naannichaa-waliin-guddachuuf-qaban-kan-milkeessuudha-ambaasaaddar-nabiyaat-geetaachoo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/","title":{"rendered":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>Bitootessa 27\/2017(TOI)- Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessu ta\u2019uu dubbi himaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dubbi himaan kun TOItti akka himanitti, hidhi haaromsaa Itoophiyaanonni kan itti boonan, Afriikaanotaaf ammoo miira ni danda\u2019ama jedhu kan uumedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Pirojektichi deeggarsa Itoophiyaanota biyya keessaa fi biyyaa alaa jiraataniin, dhalattoota Itoophiyaa fi michoota Itiyoophiyaan kan dhugoome ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi hidha kanaa qormaata hedduu darbee har\u2019a gahuusaa ibsanii, biyyoonni sulula gadi jiran dhiibbaa uumuuf dhimma hidhaa kanaa amma waltajjii addunyaatti akka geessan yaadachiisniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Umannii fi mootummaan Itiyoophiyaa dhiibbaa dippiloomaasii hedduu damdamachuun ijaara hidhaa kana boqonnaa xumuraarra geessisuu kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhi haaromsaa bu\u2019aa gamtaa fi cimina Itoophiyaanotaa ta\u2019uu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhi haaromsaa Itoophiyaanotarra darbee Afriikaanotaaf humna ofiin pirojektoota gurguddoo ijaaruun akka danda\u2019amu kaka\u2019umsa uumuusaa ibsaniira.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan biyya sochii paan Afriikaatiin beekamtudha kan jedhan dubbi himaan kun, Hidhi haaromsaas qajeelfama paan Afriikaanizimiin ijaaramee kabaja biyyaalessaa ta\u2019eera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi naannicha humna elektiriikiin walitti fiduun ajandaa 2063 milkeessuuf kan gargaaru ibsituu fayyadama waloo ta\u2019uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Fakkeenyaaf Itoophiyaan Sudaan, Sudaan Kibbaa , Keeniyaa fi Taanzaaniyaa waliin waliigaltee tumsa dhiheessii anniisaa akka qabdu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan ijaarsa bu\u2019uura misoomaa, sektara daldalaa fi Invastimantiin milkaa\u2019ina ajandaa 2063 Afriikaaf gumaacha taasisuun carraaqqii olaanaarra akka jirtu TOI gabaaseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"3599\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3599\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Bitootessa 27\/2017(TOI)- Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessu ta\u2019uu dubbi himaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan. Dubbi himaan kun TOItti akka himanitti, hidhi haaromsaa Itoophiyaanonni kan itti boonan, Afriikaanotaaf ammoo miira ni danda\u2019ama jedhu kan uumedha. Pirojektichi deeggarsa Itoophiyaanota biyya keessaa fi biyyaa alaa jiraataniin, dhalattoota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":3600,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,18],"tags":[],"class_list":["post-3599","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Bitootessa 27\/2017(TOI)- Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessu ta\u2019uu dubbi himaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan. Dubbi himaan kun TOItti akka himanitti, hidhi haaromsaa Itoophiyaanonni kan itti boonan, Afriikaanotaaf ammoo miira ni danda\u2019ama jedhu kan uumedha. Pirojektichi deeggarsa Itoophiyaanota biyya keessaa fi biyyaa alaa jiraataniin, dhalattoota [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-04-06T14:40:57+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-04-06T14:40:59+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"584\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo\",\"datePublished\":\"2025-04-06T14:40:57+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-06T14:40:59+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/\"},\"wordCount\":231,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/3.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/\",\"name\":\"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/3.jpg\",\"datePublished\":\"2025-04-06T14:40:57+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-06T14:40:59+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/3.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/3.jpg\",\"width\":584,\"height\":280},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/3599\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Bitootessa 27\/2017(TOI)- Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessu ta\u2019uu dubbi himaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan. Dubbi himaan kun TOItti akka himanitti, hidhi haaromsaa Itoophiyaanonni kan itti boonan, Afriikaanotaaf ammoo miira ni danda\u2019ama jedhu kan uumedha. Pirojektichi deeggarsa Itoophiyaanota biyya keessaa fi biyyaa alaa jiraataniin, dhalattoota [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-04-06T14:40:57+00:00","article_modified_time":"2025-04-06T14:40:59+00:00","og_image":[{"width":584,"height":280,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo","datePublished":"2025-04-06T14:40:57+00:00","dateModified":"2025-04-06T14:40:59+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/"},"wordCount":231,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/","name":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg","datePublished":"2025-04-06T14:40:57+00:00","dateModified":"2025-04-06T14:40:59+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/3.jpg","width":584,"height":280},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/3599\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hidhi haaromsaa Itoophiyaa guddichi pirojektii mul\u2019ata biyyoonni naannichaa waliin guddachuuf qaban kan milkeessuudha\u2019 Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3599","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3599"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3599\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3601,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3599\/revisions\/3601"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3600"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3599"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3599"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3599"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}