{"id":4062,"date":"2025-04-26T11:32:24","date_gmt":"2025-04-26T11:32:24","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=4062"},"modified":"2025-04-26T11:32:30","modified_gmt":"2025-04-26T11:32:30","slug":"addis-miidiyaa-neetwork-yeroo-jalqabaaf-feestivaala-ispoortii-hariiroo-hawaasummaa-fi-waliitti-dhufeenya-hojjattotaa-dhaabbatichaa-giddu-jiruu-cimsuu-irratti-fulleffatee-adeemsise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/","title":{"rendered":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS- Ebla 18\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAddis Miidiyaa Neetwork hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu, akkasumas hoggansaafi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya buleessa ta&#8217;e hirachuu irratti fulleffachuun yeroo jalqabaaf Feestivaalaa dorgommii ispoortii gosa garagaraa adeemsiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSagantaa Feestiivaala Ispoortii Addis Miidiyaa Neetworki irratti kan argaman hojii raawwachisaa Olaanaan dhaabbatichaa Obbo Kaasaahun Gonfaa sagantaan Feestivaala Ispoortii AMN yeroo jalqabaaiif qophesse kun waliitti dhufeenya hojjattotaa giddu jiruu cimsuufi hoggansaa fi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya qabessa ta&#8217;e horachuuf shoora olaanaa taphataa jedhaniru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAMN dhaabbata qabiyyee fi bifiyyeedhan jijjirama guddaa keessa kan jiruu ta&#8217;u kan kaasan Obbo Kaasaahun sagantaan feestivaala ispoortii akkanaa waliitti dhufeenya hojjataa dhaabbatichaa cimsuun dhaga&#8217;amtuummaa dhaabbatichaa gara fula duraatti itti fufsiisuuf ni gargaaras jedhaniru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAMN sagantaa 24\/7n hojii odeeffannoo wayitaawaa dhaqqabsiisuun gamatti sagantaalee kan akka feestivaalaa Ispoortiifi kannen biroo waliitti dhufeenya hawaasummaa hojjattotaa cimsan itti fufinsaan kan qopheessuu ta&#8217;u Hojii Raawwachisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa himaniru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojjettoonni AMN gama isaaniin, sagantaan akkasii qophaa\u2019uun isaa walitti dhufeenya fi jaalaa hojjettota giddu jiru waan cimsuuf cimee itti fufuu akka qabu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKaasiyyee Maanguddaatu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"4062\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Ebla 18\/2017 \u200eAddis Miidiyaa Neetwork hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu, akkasumas hoggansaafi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya buleessa ta&#8217;e hirachuu irratti fulleffachuun yeroo jalqabaaf Feestivaalaa dorgommii ispoortii gosa garagaraa adeemsiseera. \u200eSagantaa Feestiivaala Ispoortii Addis Miidiyaa Neetworki irratti kan argaman hojii raawwachisaa Olaanaan dhaabbatichaa Obbo Kaasaahun Gonfaa sagantaan Feestivaala Ispoortii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":4063,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[6],"tags":[],"class_list":["post-4062","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ispoortii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Ebla 18\/2017 \u200eAddis Miidiyaa Neetwork hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu, akkasumas hoggansaafi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya buleessa ta&#8217;e hirachuu irratti fulleffachuun yeroo jalqabaaf Feestivaalaa dorgommii ispoortii gosa garagaraa adeemsiseera. \u200eSagantaa Feestiivaala Ispoortii Addis Miidiyaa Neetworki irratti kan argaman hojii raawwachisaa Olaanaan dhaabbatichaa Obbo Kaasaahun Gonfaa sagantaan Feestivaala Ispoortii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-04-26T11:32:24+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-04-26T11:32:30+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"853\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise\",\"datePublished\":\"2025-04-26T11:32:24+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-26T11:32:30+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/\"},\"wordCount\":197,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/Kasahun.jpg\",\"articleSection\":[\"Ispoortii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/\",\"name\":\"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/Kasahun.jpg\",\"datePublished\":\"2025-04-26T11:32:24+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-26T11:32:30+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/Kasahun.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/Kasahun.jpg\",\"width\":1280,\"height\":853},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4062\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Ebla 18\/2017 \u200eAddis Miidiyaa Neetwork hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu, akkasumas hoggansaafi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya buleessa ta&#8217;e hirachuu irratti fulleffachuun yeroo jalqabaaf Feestivaalaa dorgommii ispoortii gosa garagaraa adeemsiseera. \u200eSagantaa Feestiivaala Ispoortii Addis Miidiyaa Neetworki irratti kan argaman hojii raawwachisaa Olaanaan dhaabbatichaa Obbo Kaasaahun Gonfaa sagantaan Feestivaala Ispoortii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-04-26T11:32:24+00:00","article_modified_time":"2025-04-26T11:32:30+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":853,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise","datePublished":"2025-04-26T11:32:24+00:00","dateModified":"2025-04-26T11:32:30+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/"},"wordCount":197,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg","articleSection":["Ispoortii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/","name":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg","datePublished":"2025-04-26T11:32:24+00:00","dateModified":"2025-04-26T11:32:30+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/Kasahun.jpg","width":1280,"height":853},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4062\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4062"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4064,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062\/revisions\/4064"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4063"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4062"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4062"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4062"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}