{"id":4106,"date":"2025-04-29T06:10:55","date_gmt":"2025-04-29T06:10:55","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=4106"},"modified":"2025-04-29T06:10:57","modified_gmt":"2025-04-29T06:10:57","slug":"magaalaa-finfinnee-saamicha-karaa-gurmaaeen-raawwatamu-hattummaafi-yaaddoo-nageenyaarraa-bilisa-gochuuf-hojiin-nageenya-kabachiisuu-eegalame-cimee-itti-fufuu-akka-qabu-ibsame","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/","title":{"rendered":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLU-Ebla 20\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadee Adaanech Abeebee hoggantoota magalatti waliin hojii nageenyaa Magaalaa Finfinnee ji\u2019oottan 9 darbanii qorataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kantiibaa Adaanech waltajjicharratti, caasaa nageenya guddinaa fi jijjiirama magaalatti madaalu ijaaruurratti hojiin hojjetame gaarii ta\u2019uu kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojimaata qindoomina qabu jabeessuun sochiiwwan yaaddoo nageenyaa ta&#8217;an dursanii adda baasurratti hojiin hojjetame gaarii akka ta&#8217;e kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>Yakkoota hir\u2019isuuf ummata magalatti kallattiin abbaa nageenyaa taasisuun, shakkamtoota adamsanii to\u2019anno jala oolchuun qorachuu akkasumas akka adabaman taasisuun magaalattii nagaa, tasgabbii fi hawwasasheef bakka jireenyaa mijata taasisuuf hojjii hedduun hojjetamuu fi kanaanis bu\u2019aan galmaa\u2019uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sochiiwwan yaaddoo nageenyaa ta\u2019an dursanii adda baasuu, uummanni abbummaan nageenyasaa akka eeggatu gochuu, yakka ittisuufi shakkamtoota adamsanii qabuu, qorachuufi tarkaanfii seeraa fudhachiisuurratti hojiin fakkeenyummaa qabu hojjetameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalaan magaalaa tasgabbooftuu, jireenyaafi mijattuu gochuurrattis hojii hojjetameen bu\u2019aan galmaa\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama caasaa nageenyaatiin deeggarsi hunda galeessi qaamolee nageenyaatiif taasifamu hamilee gaarii uumuu kaasuun, dandeettiin yakka ittisuufi to\u2019achuu magaalaa Finfinnee yeroodhaa gara yerootti guddachaa dhufuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Bu\u2019aan kun argamuu kan inni danda\u2019e Jiraattonni magaalatti raayyaa nageenyaa jalatti gurmaa\u2019uun qoodasaanii bahaataa jiraachuu, caasaan nageenyaafi tasgabbii, humni Poolisii, danbii kabajsiisuu fi qaamoleen nageenyaa federaalaa qindoominaan hojjechuun akka ta\u2019es himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf gahumsa dhaabbilee cimsuun, hojii riifoormii jabeessuun,naamuusa tajaajiltummaa goonfachuun, hawaasa hojii nageenyaarratti hirmaachisuun, qaamoleen nageenyaa qindoominaan hojjechuun akka irraa eegamuufi bu\u2019aafi jijjiiramoota argaman daran cimsuun akka irraa eegamu Kantiibaa Adaanech Abeebee hubachiisuu isaanii waajjira kantiibaarraa odeeffanne.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"4106\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"ed1925c676\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4106\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLU-Ebla 20\/2017 Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsameera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadee Adaanech Abeebee hoggantoota magalatti waliin hojii nageenyaa Magaalaa Finfinnee ji\u2019oottan 9 darbanii qorataniiru. Kantiibaa Adaanech waltajjicharratti, caasaa nageenya guddinaa fi jijjiirama magaalatti madaalu ijaaruurratti hojiin hojjetame gaarii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":4107,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,3],"tags":[],"class_list":["post-4106","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLU-Ebla 20\/2017 Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsameera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadee Adaanech Abeebee hoggantoota magalatti waliin hojii nageenyaa Magaalaa Finfinnee ji\u2019oottan 9 darbanii qorataniiru. Kantiibaa Adaanech waltajjicharratti, caasaa nageenya guddinaa fi jijjiirama magaalatti madaalu ijaaruurratti hojiin hojjetame gaarii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-04-29T06:10:55+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-04-29T06:10:57+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"719\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame\",\"datePublished\":\"2025-04-29T06:10:55+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-29T06:10:57+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/\"},\"wordCount\":287,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/\",\"name\":\"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg\",\"datePublished\":\"2025-04-29T06:10:55+00:00\",\"dateModified\":\"2025-04-29T06:10:57+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/04\\\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg\",\"width\":1080,\"height\":719},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4106\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLU-Ebla 20\/2017 Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsameera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadee Adaanech Abeebee hoggantoota magalatti waliin hojii nageenyaa Magaalaa Finfinnee ji\u2019oottan 9 darbanii qorataniiru. Kantiibaa Adaanech waltajjicharratti, caasaa nageenya guddinaa fi jijjiirama magaalatti madaalu ijaaruurratti hojiin hojjetame gaarii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-04-29T06:10:55+00:00","article_modified_time":"2025-04-29T06:10:57+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":719,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame","datePublished":"2025-04-29T06:10:55+00:00","dateModified":"2025-04-29T06:10:57+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/"},"wordCount":287,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/","name":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg","datePublished":"2025-04-29T06:10:55+00:00","dateModified":"2025-04-29T06:10:57+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/04\/photo_2025-04-28_12-09-07-6.jpg","width":1080,"height":719},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4106\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Magaalaa Finfinnee saamicha karaa gurmaa\u2019een raawwatamu, hattummaafi yaaddoo nageenyaarraa bilisa gochuuf hojiin nageenya kabachiisuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu ibsame"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4106","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4106"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4106\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4108,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4106\/revisions\/4108"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4107"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4106"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4106"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4106"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}