{"id":4841,"date":"2025-06-25T06:43:43","date_gmt":"2025-06-25T06:43:43","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=4841"},"modified":"2025-06-25T06:43:45","modified_gmt":"2025-06-25T06:43:45","slug":"duudhaalee-sirna-gadaa-oromoo-beektuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/","title":{"rendered":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>Gadaan Sirna siyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa Ummanni Oromoo ittiin walbulchaa tureedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata dimookraatawa hawaasni martii haala walqixxummaa qabuun keessatti qooda fudhataniidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Gadaa Ummata Oromoo gosaan yookiin gitaan osoo gargar hin baasiin, Gadaa shanitti gurmeesse akka dabareen walbulchan kan taasiseedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Gadaan, Ummanni Oromoo Gadaa shanan jalatti gurmaahee dabaree darbuun(buusuun) wagga saddet saddeetiin kan ittiin walbulchuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Gadaan Sirna waan mara ofkeessatti qabuufi jireenya Oromoo kallatti maraan sakkata&#8217;uudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Gadaa jechuun jilaafi godaanuu qofa miti,yookiin buttaa qaluufi nyaachisu qofa osoo hin taane Gadaa keessatti aadaa jaarmiyaalee akka Guddisaa, Gumaa, Araara, Meedhicha,<\/p>\n\n\n\n<p>Rakoo,Waaqeefannaa, Irreessa, Siiqqee, Marabbaafi kanneen biroo hedduutu jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Duudhaalee Sirna Gadaa:<\/p>\n\n\n\n<p>1.Waaqeeffachuu:seeroota jajjaboo amantii waaqeeffanna keessa tokko kan tahe dhuunfanis tahee gamtaadhaan kan raawwatamu, sirna aarsaa,kadhaafi galataati.<\/p>\n\n\n\n<p>2.Laguu: jechuun waan hojjetamuufi nyaatamuu hin qabne irraa ofittisuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Innis lubbuu namaa balleessuu,<\/p>\n\n\n\n<p>hatuu,sobuufi ragaa sobaafi waan saalfii tahe raawwachuu dhiisuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>3.Hooda:waan badduu dubbachuuf, arrabarratti namatti ulfaatu jechurraa of qusachuu jechuu yoo tahu,Ulfinaaf Oromoon maqaa biraatiin walyaama.<\/p>\n\n\n\n<p>Fakkeenyaaf bakakkaan yoo manatti bu&#8217;ee gube, akkuma jiruun jecha kana yaamuun waan hoodatamuuf, bishaan jala yaa&#8217;e jedhama.<\/p>\n\n\n\n<p>4.Safuu:Ijooleen warra isaaniif, quxusuun angafaaf,dargagaggoonni maanguddotaaf, akkasumas hayyotaafi Shammaran Bokkuu,Kallacha,Calleefi Caaccuun, Siqqeefi Alangeen kabajaafi ulfina qabu.<\/p>\n\n\n\n<p>5.Naamusa: adaba ykn amala gaarii ittiin bulmaanni Sirni Gadaa of keessatti qabuufi haala gaarii Ummanni Oromoo jiruufi jireenya isaa keessatti ofii waliin jiraachuu,hawaasaa biraafi uumama waaqayyoo waliin jiraachuuf dirqama heeraafi seeraa Oromoo keessa jiruudha.<\/p>\n\n\n\n<p>6.Nageenya:Sirni Gadaa Oromoo bu&#8217;uraa dimokraasiifi bulchinsa gaarii waan taheef, nageenyi wabii jireenyaati waan jedhu waan qabuuf akka duudhaa waan cimaa tokkotti fudhachuun iddoo guddaa kennaaf.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Gadaa mallattoo nageenyaa qofa otoo hin tayiin, mataa isaatiin nagaya.<\/p>\n\n\n\n<p>Ummanni Oromoo aadaa isaa keessatti waan hunda dura nagayaaf dura kenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Walumaagalatti Sini Gadaa Oromoo mallattoo ykn fakkeenya duudhaalee armaan gadii of keessatti hammata:<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Mallattoo walqixxumaati.<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Fakkeenya walkabajuufi waldandahuuti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Mallattoo tokkumaati.<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Bu&#8217;ura walgargaarsaafi walii dirmachuuti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Wiirtuu araaraafi nagiyaati.<\/p>\n\n\n\n<p>\u221a Waltajjii aadaa waljijjiraniifi walirraa itti baraniidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Maddi:- Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaati.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"4841\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4841\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Gadaan Sirna siyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa Ummanni Oromoo ittiin walbulchaa tureedha. Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata dimookraatawa hawaasni martii haala walqixxummaa qabuun keessatti qooda fudhataniidha. Sirni Gadaa Ummata Oromoo gosaan yookiin gitaan osoo gargar hin baasiin, Gadaa shanitti gurmeesse akka dabareen walbulchan kan taasiseedha. Gadaan, Ummanni Oromoo Gadaa shanan jalatti gurmaahee dabaree darbuun(buusuun) wagga saddet saddeetiin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":4842,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-4841","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-uncategorized","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Gadaan Sirna siyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa Ummanni Oromoo ittiin walbulchaa tureedha. Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata dimookraatawa hawaasni martii haala walqixxummaa qabuun keessatti qooda fudhataniidha. Sirni Gadaa Ummata Oromoo gosaan yookiin gitaan osoo gargar hin baasiin, Gadaa shanitti gurmeesse akka dabareen walbulchan kan taasiseedha. Gadaan, Ummanni Oromoo Gadaa shanan jalatti gurmaahee dabaree darbuun(buusuun) wagga saddet saddeetiin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-06-25T06:43:43+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-06-25T06:43:45+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"377\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?\",\"datePublished\":\"2025-06-25T06:43:43+00:00\",\"dateModified\":\"2025-06-25T06:43:45+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/\"},\"wordCount\":333,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/06\\\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/\",\"name\":\"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/06\\\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg\",\"datePublished\":\"2025-06-25T06:43:43+00:00\",\"dateModified\":\"2025-06-25T06:43:45+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/06\\\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/06\\\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg\",\"width\":720,\"height\":377},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4841\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"Gadaan Sirna siyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa Ummanni Oromoo ittiin walbulchaa tureedha. Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata dimookraatawa hawaasni martii haala walqixxummaa qabuun keessatti qooda fudhataniidha. Sirni Gadaa Ummata Oromoo gosaan yookiin gitaan osoo gargar hin baasiin, Gadaa shanitti gurmeesse akka dabareen walbulchan kan taasiseedha. Gadaan, Ummanni Oromoo Gadaa shanan jalatti gurmaahee dabaree darbuun(buusuun) wagga saddet saddeetiin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-06-25T06:43:43+00:00","article_modified_time":"2025-06-25T06:43:45+00:00","og_image":[{"width":720,"height":377,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?","datePublished":"2025-06-25T06:43:43+00:00","dateModified":"2025-06-25T06:43:45+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/"},"wordCount":333,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg","inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/","name":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg","datePublished":"2025-06-25T06:43:43+00:00","dateModified":"2025-06-25T06:43:45+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/06\/photo_2025-06-24_17-52-16.jpg","width":720,"height":377},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4841\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4841","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4841"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4841\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4843,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4841\/revisions\/4843"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4842"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4841"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4841"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4841"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}