{"id":4904,"date":"2025-07-02T09:00:39","date_gmt":"2025-07-02T09:00:39","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=4904"},"modified":"2025-07-02T09:00:41","modified_gmt":"2025-07-02T09:00:41","slug":"duulli-dhaabbii-biqiltuu-ashaaraa-magariisaa-guyyaa-boruu-naannoo-oromiyaatti-akka-eegalubiiroon-qonnaa-oromiyaa-beeksise-2","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/","title":{"rendered":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN-Waxabajji 23,2017<\/p>\n\n\n\n<p>Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Waxabajji 24\/2017 Naannoo Oromiyaatti akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p>Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa dhaadannoo &#8220;Dhaabuun Bayyanachuu&#8221; jedhuun naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu akka eegalu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsa miidiyaaleef kennaniin himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Naannichatti qophii ashaaraa magariisaaf taasifamaa tureen,buufatalee biqiltuu kuma 38 keessatti biqiltuun biiliyoonni 5.2 kan qophaa&#8217;e yoo ta\u2019u, kana keessaa biqiltuun biiliyoonni 5 dhaabbiif qaqqabuu Obbo Geetuun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Biqiltuuwwan dhaabaman keessaa dhibbeentaan 40 biqiltuu bosonaa,dhibbeentaan 10 biqiltuuwwan nyaataaf oolaniidha fi dhibbeentaan 30 biqiltuuwwan tajaajila garaagaraaf oolan yoo ta&#8217;u dhibbeentaan 20 ammoo nyaata beelladootaaf kan oolan ta&#8217;a.<\/p>\n\n\n\n<p>Duula ashaaraa magariisaa oromiyaatti guyyaa boruu eegalamuun,ganna kana waliigala naannichatti lafa hektaara miiliyoona 1.1 irratti biqiltuun kan dhaabatu ta&#8217;a,uummanni miiliyoona 15.9 duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa kana irratti ni hirmaatuun eegama.<\/p>\n\n\n\n<p>Naannoo Oromiyaatti sosochiin duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara 2011 kan eegalame yoo ta&#8217;u, waggoottan 6&#8217;n darbanitti naannichatti biqiltuuwwan faayyidaa garaagaraaf oolan biiliyoonni 23.5 ol lafa hektaara miiliyoona 6.8 irra dhaabbachuu Obbo Geetuun himanii, biqiltuuwwan dhaabaman keessaa dhibbeentaan 88 latuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaanis uwwisni bosonaa Naannoo Oromiyaa bara 2011 dura dhibbeentaa 18 ture, dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaatiin booda gara dhibbeentaa 29&#8217;tti ol guddachuu Obbo Geetuun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Duula Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa guyyaa borii eegalu irratti uummanni waloon bahanii dhaabbii biqiltuu irratti akka hirmaatan Obbo Geetuun waamicha dhiheessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaaddessaa Geetaachootu gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"4904\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"8c11740630\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4904\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN-Waxabajji 23,2017 Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Waxabajji 24\/2017 Naannoo Oromiyaatti akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa dhaadannoo &#8220;Dhaabuun Bayyanachuu&#8221; jedhuun naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu akka eegalu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsa miidiyaaleef kennaniin himaniiru. Naannichatti qophii ashaaraa magariisaaf taasifamaa tureen,buufatalee biqiltuu kuma [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":4905,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[21],"tags":[],"class_list":["post-4904","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ashaaraa-magariisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN-Waxabajji 23,2017 Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Waxabajji 24\/2017 Naannoo Oromiyaatti akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa dhaadannoo &#8220;Dhaabuun Bayyanachuu&#8221; jedhuun naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu akka eegalu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsa miidiyaaleef kennaniin himaniiru. Naannichatti qophii ashaaraa magariisaaf taasifamaa tureen,buufatalee biqiltuu kuma [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-07-02T09:00:39+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-07-02T09:00:41+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"481\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise\",\"datePublished\":\"2025-07-02T09:00:39+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-02T09:00:41+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/\"},\"wordCount\":230,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg\",\"articleSection\":[\"Ashaaraa Magariisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/\",\"name\":\"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg\",\"datePublished\":\"2025-07-02T09:00:39+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-02T09:00:41+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg\",\"width\":720,\"height\":481},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4904\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN-Waxabajji 23,2017 Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Waxabajji 24\/2017 Naannoo Oromiyaatti akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa dhaadannoo &#8220;Dhaabuun Bayyanachuu&#8221; jedhuun naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu akka eegalu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsa miidiyaaleef kennaniin himaniiru. Naannichatti qophii ashaaraa magariisaaf taasifamaa tureen,buufatalee biqiltuu kuma [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-07-02T09:00:39+00:00","article_modified_time":"2025-07-02T09:00:41+00:00","og_image":[{"width":720,"height":481,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise","datePublished":"2025-07-02T09:00:39+00:00","dateModified":"2025-07-02T09:00:41+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/"},"wordCount":230,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg","articleSection":["Ashaaraa Magariisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/","name":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg","datePublished":"2025-07-02T09:00:39+00:00","dateModified":"2025-07-02T09:00:41+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17.jpg","width":720,"height":481},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4904\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruu Naannoo Oromiyaatti akka eegalu,Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4904","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4904"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4904\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4906,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4904\/revisions\/4906"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4905"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4904"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4904"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4904"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}