{"id":4916,"date":"2025-07-02T09:04:30","date_gmt":"2025-07-02T09:04:30","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=4916"},"modified":"2025-07-02T09:04:32","modified_gmt":"2025-07-02T09:04:32","slug":"naannoo-oromiyaatti-dhaabbiin-biqiltuu-ashaaraa-magariisaa-marsaa-7ffaan-godina-shawaa-kibbaa-lixaa-aanaa-wanciitti-hara-eegalame","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/","title":{"rendered":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#8217;a eegalame"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS-Waxabajji 24\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Sadarkaa Itti aanaa Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaa,dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa akka Oromiyaatti,Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wancii Gaara Sonqollee irratti eegalchiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gandoota baadiyaa oromiyaa hunda keessatti,buufatni biqiltuu 7 akka qophaa&#8217;uuf sosochii taasifameen akka naannoo Oromiyaatti,buufataleen biqiltuu kumni 38 ol qophaa&#8217;ee, biqiltuuwwan dhaabbiif gahan biiliyoonni 5 ol qophaa&#8217;u Obbo Addisuun himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Buufataalee Biqiltuu hunda keessatti dargaggoonni waldaan gurmaa&#8217;anii biqiltuu bosonaafi nyaataaf oolan kunuunsuun madda galii irraa argachaa jiraachuu, Obbo Addisuun eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyaa har&#8217;aas Aanaa Wancii Gaara Sonqollee irratti uummanni naannawwichaa duulaan biqiltuu kuma 200 ol dhaabaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Biqiltuuwwan nyaataaf oolan kanneen akka Avokaadoo,Burtukaaniifi Loomii baay&#8217;inaan dhaabamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Duula ashaaraa magariisaa Oromiyaatti har&#8217;a eegalameen,ganna kana waliigala naannichatti lafa hektaara miiliyoona 1.1 irratti biqiltuun kan dhaabatu ta&#8217;a,Uummanni miiliyoona 15.9 duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa kana irratti ni hirmaatuun eegama.<\/p>\n\n\n\n<p>Naannoo Oromiyaatti sosochiin duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara 2011 kan eegalame yoo ta&#8217;u, waggoottan 6&#8217;n darbanitti naannichatti biqiltuuwwan faayyidaa garaagaraaf oolan biiliyoonni 23.5 ol lafa hektaara miiliyoona 6.8 irratti kan dhaabaman yoo ta\u2019u,kanneen keessaas biqiltuuwwan dhibbeentaan 88 latuun himameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan uwwisni bosonaa Naannoo Oromiyaa bara 2011 dura dhibbeentaa 18 ture, dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaatiin booda gara dhibbeentaa 29&#8217;tti ol akka guddate Obbo Addisuun himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itti aanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eliyaas Kadir,hojii misooma ashaaraa magariisaatiin eegumsa biyyeefi bishaaniif taasifameen, haala qilleensaa mijataa argameen, oomishaafi oomishni dabaluu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa har&#8217;aa eegalameen Godinaalee, Bulchiinsa magaalotaa akkasumas aanolee fi gandoota baadiyaa Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu itti fufeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaaddessaa Geetaachootu gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"4916\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5b85b1eadd\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4916\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Waxabajji 24\/2017 Sadarkaa Itti aanaa Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaa,dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa akka Oromiyaatti,Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wancii Gaara Sonqollee irratti eegalchiisaniiru. Gandoota baadiyaa oromiyaa hunda keessatti,buufatni biqiltuu 7 akka qophaa&#8217;uuf sosochii taasifameen akka naannoo Oromiyaatti,buufataleen biqiltuu kumni 38 ol qophaa&#8217;ee, biqiltuuwwan dhaabbiif gahan biiliyoonni 5 [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":4917,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[21],"tags":[],"class_list":["post-4916","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ashaaraa-magariisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#039;a eegalame - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#039;a eegalame - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Waxabajji 24\/2017 Sadarkaa Itti aanaa Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaa,dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa akka Oromiyaatti,Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wancii Gaara Sonqollee irratti eegalchiisaniiru. Gandoota baadiyaa oromiyaa hunda keessatti,buufatni biqiltuu 7 akka qophaa&#8217;uuf sosochii taasifameen akka naannoo Oromiyaatti,buufataleen biqiltuu kumni 38 ol qophaa&#8217;ee, biqiltuuwwan dhaabbiif gahan biiliyoonni 5 [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-07-02T09:04:30+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-07-02T09:04:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"577\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#8217;a eegalame\",\"datePublished\":\"2025-07-02T09:04:30+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-02T09:04:32+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/\"},\"wordCount\":271,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg\",\"articleSection\":[\"Ashaaraa Magariisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/\",\"name\":\"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har'a eegalame - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg\",\"datePublished\":\"2025-07-02T09:04:30+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-02T09:04:32+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg\",\"width\":1280,\"height\":577},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/4916\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#8217;a eegalame\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har'a eegalame - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har'a eegalame - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Waxabajji 24\/2017 Sadarkaa Itti aanaa Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaa,dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa akka Oromiyaatti,Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wancii Gaara Sonqollee irratti eegalchiisaniiru. Gandoota baadiyaa oromiyaa hunda keessatti,buufatni biqiltuu 7 akka qophaa&#8217;uuf sosochii taasifameen akka naannoo Oromiyaatti,buufataleen biqiltuu kumni 38 ol qophaa&#8217;ee, biqiltuuwwan dhaabbiif gahan biiliyoonni 5 [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-07-02T09:04:30+00:00","article_modified_time":"2025-07-02T09:04:32+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":577,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#8217;a eegalame","datePublished":"2025-07-02T09:04:30+00:00","dateModified":"2025-07-02T09:04:32+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/"},"wordCount":271,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg","articleSection":["Ashaaraa Magariisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/","name":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har'a eegalame - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg","datePublished":"2025-07-02T09:04:30+00:00","dateModified":"2025-07-02T09:04:32+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-01_22-58-17-4.jpg","width":1280,"height":577},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/4916\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa marsaa 7ffaan Godina Shawaa Kibbaa lixaa Aanaa Wanciitti har&#8217;a eegalame"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4916","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4916"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4916\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4918,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4916\/revisions\/4918"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4917"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4916"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4916"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4916"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}