{"id":5653,"date":"2025-07-24T14:11:43","date_gmt":"2025-07-24T14:11:43","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=5653"},"modified":"2025-07-24T14:11:45","modified_gmt":"2025-07-24T14:11:45","slug":"namoota-dhuunfaafi-gareewwan-biyya-keessaafi-alaa-taauun-miidiyaalee-hawaasaa-adda-addaa-fayyadamuun-biyyattii-keessatti-jeequmsaafi-hokkora-kaasuuf-yaalan-irratti-hordoffii-cimaan-akka-taasi","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/","title":{"rendered":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Adoolessa 17\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa garaagaraa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Qondaaltonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa, Poolisii Federaalaa, Ministeera Dhimma Alaa, Eegdota Riippabliikaa, Tajaajila Odeeffannoofi Nageenya biyyaalessaa akkasumas Poolsii Magaalaa Finfinneerraa walitti dhufan karoora nageenyaafi tasgabbii baatiiwwan sadan dhufaniirratti mari\u2019ataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kaayyoon karoorichaas taateewwan gurguddo addunyaa, aardiifi biyyaalessaa baatii Adoolessaa hanga Fulbaana 30 bara 2018tti biyyattiitti adeemsifaman ilaalchisuun akka ta\u2019es ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G\/Mikaa\u2019eel taateewwan gurguddoo kanneen karaa nagaafi milkaa\u2019ina qabuun qopheessuuf keessummaa simachuurraa kaasee bobbii hojii hunda karaa gurmaa\u2019een hoogganuufi qindeessuun akka barbaachisu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523360461_1193281582820616_8758740539517739105_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5655\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523360461_1193281582820616_8758740539517739105_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523360461_1193281582820616_8758740539517739105_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523360461_1193281582820616_8758740539517739105_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523360461_1193281582820616_8758740539517739105_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200c\u200eHordoffiifi sakatta\u2019iinsi farreen nageenyaarratti xiyyeeffateefi hawaasa hirmaachise magaalaa Finfinneefi naannawaa ishee, akkasumas keellaa seensaafi bahiinsaa hundarratti akka taasifamus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaatti fayyadamuun biyyattiitti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irrattis hordoffii cimaan ni taasifama, seerattis akka dhihaatan ni taasifama jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash dhaabbileen nageenyaa hundinuu torbee guutuufi sa\u2019aatii 24 qindoominaan hojjechuun, humna namaafi teeknolojii fayyadamuun yakkamtoota gurmaa\u2019an to\u2019achuufi dhaabsisuun akka irraa eegamu hubachiisuusaaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Odeeffannoo Poolisiin Federaalaatu AMN \u2019f erge.<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"5653\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5653\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Adoolessa 17\/2017 Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa garaagaraa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibseera. Qondaaltonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa, Poolisii Federaalaa, Ministeera Dhimma Alaa, Eegdota Riippabliikaa, Tajaajila Odeeffannoofi Nageenya biyyaalessaa akkasumas Poolsii Magaalaa Finfinneerraa walitti dhufan karoora nageenyaafi tasgabbii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":5654,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19],"tags":[],"class_list":["post-5653","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Adoolessa 17\/2017 Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa garaagaraa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibseera. Qondaaltonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa, Poolisii Federaalaa, Ministeera Dhimma Alaa, Eegdota Riippabliikaa, Tajaajila Odeeffannoofi Nageenya biyyaalessaa akkasumas Poolsii Magaalaa Finfinneerraa walitti dhufan karoora nageenyaafi tasgabbii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-07-24T14:11:43+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-07-24T14:11:45+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"907\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse\",\"datePublished\":\"2025-07-24T14:11:43+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-24T14:11:45+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/\"},\"wordCount\":223,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/\",\"name\":\"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-07-24T14:11:43+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-24T14:11:45+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":907},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5653\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Adoolessa 17\/2017 Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa garaagaraa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibseera. Qondaaltonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa, Poolisii Federaalaa, Ministeera Dhimma Alaa, Eegdota Riippabliikaa, Tajaajila Odeeffannoofi Nageenya biyyaalessaa akkasumas Poolsii Magaalaa Finfinneerraa walitti dhufan karoora nageenyaafi tasgabbii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-07-24T14:11:43+00:00","article_modified_time":"2025-07-24T14:11:45+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":907,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse","datePublished":"2025-07-24T14:11:43+00:00","dateModified":"2025-07-24T14:11:45+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/"},"wordCount":223,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/","name":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg","datePublished":"2025-07-24T14:11:43+00:00","dateModified":"2025-07-24T14:11:45+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/523878662_1193281699487271_6106577866239936677_n.jpg","width":1280,"height":907},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5653\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Namoota dhuunfaafi gareewwan biyya keessaafi alaa taa\u2019uun miidiyaalee hawaasaa adda addaa fayyadamuun biyyattii keessatti jeequmsaafi hokkora kaasuuf yaalan irratti hordoffii cimaan akka taasifamu Poolisiin Federaalaa ibse"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5653","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5653"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5653\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5656,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5653\/revisions\/5656"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5654"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5653"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5653"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5653"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}