{"id":5753,"date":"2025-07-27T16:18:07","date_gmt":"2025-07-27T16:18:07","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=5753"},"modified":"2025-07-27T17:00:03","modified_gmt":"2025-07-27T17:00:03","slug":"qaama-yaaii-2ffaa-sirna-nyaataa-dhaabbata-mootummoota-gamtoomanii-kan-tahe-waltajjiin-marii-haala-gabaa-bunaa-ittiin-fooyyeessuun-dandaamurratti-xiyyeeffate-finfinneetti-taaame","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/","title":{"rendered":"Qaama Yaa&#8217;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#8217;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#8217;ame"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Adoolessa 20\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Ministeera Qonnaa Girmaa Amantee (Dr,) waltajjii kanarratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan hojii oomisha bunaaf xiyyeeffannoo kennitee&nbsp; hojjachaa jirtuun bu&#8217;aa olaanaa galmeessaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaaniis hojii oomishaa bunaa qaama sagantaa ashaaraa magariisaa gochuun waggoottan darban muraasa keessatti biqiltuu bunaa biliyoona 8.5 ol dhaabuus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo ammaatti qonnaan bultoonni 2000 ta&#8217;an kallattiin buna gabaa biyya alaaf dhiheessaa jiraachuus ifoomsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan biyya argama Bunaa tahuu kan kaasan Girmaan (Dr.) hundaa olitti oomisha bunaa gabaa addunyaarraa fayyadamtuu ta&#8217;uu akka qabdu kaasanii, galmicha milkeessuuf tarsiimoofi Imaammata adda ta&#8217;e qabattee hojjachaa turuus kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Bunni Itoophiyaa gabaa addunyaarratti barbaadamaa ta&#8217;uu kan eeran Girmaan (Dr.), oomisha bunaa kanatti sona dabaluu, Kalaqaafi teekinooloojiin deeggaruu, Agroo Industirii oomisha bunaa deegggaran babballisuu, qulqullina irratti xiyyeeffachuufi hojiilee biroorratti hojjachaa jiraachuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"346\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-3.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5756\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-3.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-3-300x144.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Yaa&#8217;ii Sirna Nyaataa 2ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Itoophiyaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Finfinnee kan jiran Barreessituu Itti Aantuun Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad (Dr.) waltajjicharratti haasawa taasisaniin, Itoophiyaan Afrikaarraa oomisha bunaafi gabaa alaaf dhiheessuun sadarkaa jalqabaarra jiraachuu ibsanii,&nbsp; caancala gabaa bunaa addunyaa keessatti jijjiiramni hunda qixa fayyadamaa taasisu jiraachuu akka qabu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana milkeessuuf immoo biyyoonni oomishtoota bunaa ta&#8217;an keessattuu kanneen naannawa tokko keessa jiran qindoominaan hojjachuu akka qabaniis dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Daayireektara Olaanaan Dhaabbata Nyaata Addunyaa Dongiyuu gamasaaniitiin biyyoonni Laatiin Ameerikaa kan akka Braazil, Hunduraasiifi Elsalvaadoor gabaa bunaa addunyaa duursuu kan danda&#8217;an qindoominaan waan hojjataniifi jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"350\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-2-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5757\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-2-1.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42-2-1-300x146.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Biyyoonni Afrikaa kanneen akka Itoophiyaa fi Ugaandaa oomisha bunaa baayyinaan gabaa addunyaaf dhiheessaniis muuxannoo kana fudhachuun waliin hojjachuu akka qaban dhaamsa dabarsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Pirezidaantii Itti Aantuun Rippaablika Ugaandaa Jaasikaa Aliikoo gamasaaniin, ummata biyyattiif Bunni jireenya tahuu himuun, sadarkaa barbaadamutti biyyattiin gabaa bunaarraa akka fayyadamtuuf hojjatamaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Waltajjii kana Mootummaa Itoophiyaa, Xaaliyaaniifi qooda fudhattoonni idil addunyaa waloon kan qopheessan ta\u2019uu odeeffanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Mahaammad Toofiq tu gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"5753\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b8cacd0a32\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5753\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Adoolessa 20\/2017 Ministirri Ministeera Qonnaa Girmaa Amantee (Dr,) waltajjii kanarratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan hojii oomisha bunaaf xiyyeeffannoo kennitee&nbsp; hojjachaa jirtuun bu&#8217;aa olaanaa galmeessaa jiraachuu ibsaniiru. Kanaaniis hojii oomishaa bunaa qaama sagantaa ashaaraa magariisaa gochuun waggoottan darban muraasa keessatti biqiltuu bunaa biliyoona 8.5 ol dhaabuus ibsaniiru. Yeroo ammaatti qonnaan bultoonni 2000 ta&#8217;an kallattiin buna [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":5755,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[21,16,18],"tags":[],"class_list":["post-5753","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ashaaraa-magariisaa","category-editors-pick","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Qaama Yaa&#039;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#039;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#039;ame - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Qaama Yaa&#039;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#039;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#039;ame - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Adoolessa 20\/2017 Ministirri Ministeera Qonnaa Girmaa Amantee (Dr,) waltajjii kanarratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan hojii oomisha bunaaf xiyyeeffannoo kennitee&nbsp; hojjachaa jirtuun bu&#8217;aa olaanaa galmeessaa jiraachuu ibsaniiru. Kanaaniis hojii oomishaa bunaa qaama sagantaa ashaaraa magariisaa gochuun waggoottan darban muraasa keessatti biqiltuu bunaa biliyoona 8.5 ol dhaabuus ibsaniiru. Yeroo ammaatti qonnaan bultoonni 2000 ta&#8217;an kallattiin buna [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-07-27T16:18:07+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-07-27T17:00:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"540\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Qaama Yaa&#8217;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#8217;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#8217;ame\",\"datePublished\":\"2025-07-27T16:18:07+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-27T17:00:03+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/\"},\"wordCount\":313,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg\",\"articleSection\":[\"Ashaaraa Magariisaa\",\"Editor's Pick\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/\",\"name\":\"Qaama Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda'amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa'ame - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg\",\"datePublished\":\"2025-07-27T16:18:07+00:00\",\"dateModified\":\"2025-07-27T17:00:03+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/07\\\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg\",\"width\":720,\"height\":540},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/5753\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Qaama Yaa&#8217;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#8217;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#8217;ame\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Qaama Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda'amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa'ame - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Qaama Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda'amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa'ame - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Adoolessa 20\/2017 Ministirri Ministeera Qonnaa Girmaa Amantee (Dr,) waltajjii kanarratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan hojii oomisha bunaaf xiyyeeffannoo kennitee&nbsp; hojjachaa jirtuun bu&#8217;aa olaanaa galmeessaa jiraachuu ibsaniiru. Kanaaniis hojii oomishaa bunaa qaama sagantaa ashaaraa magariisaa gochuun waggoottan darban muraasa keessatti biqiltuu bunaa biliyoona 8.5 ol dhaabuus ibsaniiru. Yeroo ammaatti qonnaan bultoonni 2000 ta&#8217;an kallattiin buna [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-07-27T16:18:07+00:00","article_modified_time":"2025-07-27T17:00:03+00:00","og_image":[{"width":720,"height":540,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Qaama Yaa&#8217;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#8217;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#8217;ame","datePublished":"2025-07-27T16:18:07+00:00","dateModified":"2025-07-27T17:00:03+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/"},"wordCount":313,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg","articleSection":["Ashaaraa Magariisaa","Editor's Pick","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/","name":"Qaama Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda'amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa'ame - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg","datePublished":"2025-07-27T16:18:07+00:00","dateModified":"2025-07-27T17:00:03+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/07\/photo_2025-07-27_19-12-42.jpg","width":720,"height":540},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/5753\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Qaama Yaa&#8217;ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan tahe Waltajjiin marii haala gabaa Bunaa ittiin fooyyeessuun danda&#8217;amurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa&#8217;ame"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5753","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5753"}],"version-history":[{"count":7,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5753\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5766,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5753\/revisions\/5766"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5755"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5753"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5753"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5753"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}