{"id":6359,"date":"2025-08-08T13:18:06","date_gmt":"2025-08-08T13:18:06","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=6359"},"modified":"2025-08-08T13:18:09","modified_gmt":"2025-08-08T13:18:09","slug":"ibsa-mana-maree-paartii-badhaadhinaa-irraa-kenname","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/","title":{"rendered":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname."},"content":{"rendered":"\n<p>****************<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Nuti miseensonni paartii badhaadhinaa Adoolessa 30 hanga Hagayya 2 bara 2017tti walgahii idilee gaggeessineen Dhimmoota Addunyaa, Ardiifi qaxanaafi dhimma biyyaa irratti bal&#8217;inaan mari&#8217;annee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Manni maree kun haala Ji\u2019oo Polotiksii amma jiruun akkaataafi daandii faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa ittiin eegamu danda\u2019u ilaaleera.Daandii ida&#8217;amuun badhaadhina bira ga&#8217;uuf carraaqqii taasifamaa jirus gamaggameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Addunyaa irratti Haalli teessuma siyaasaa yookiin Ji\u2019oo polotiksi amma mul\u2019achaa jiru biyya keenyaaf carraa fi qormaata fidee dhufuu kan ilaale manni marichaa, qormaata irra aanuu fi carraa jirutti fayyadamuun maloota ittiin dantaa biyya keenyaa daran eegsifnu irratti bal\u2019inaan mari\u2019atee kallattii kaa&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma beekamu lola waggoota muraasa dura kutaa kaaba biyya keenyaatti nu mudate injifannoon keessa baaneerra. Injifachuu qofa osoo hin taane, injifannoo waraanaa keenyas Waliigaltee Nagaa Piritooriyaatiin xumurree jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Haa ta\u2019u malee, diinonni keenya lola yeroo dheeraa barbaadan waliigaltichaan jalaa fashala&#8217;uu isaan kan mufatan, tooftaa biraa yaaluu eegalaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka isaan eeganitti ta\u2019uu baatus, qaamoleen kunneen finxaaleyyii kutaalee biyya keenyaa gara garaa keessa socho&#8217;an fayyadamuun humna mootummaa fi tokkummaa ummataa addaan qooduuf tattaaffii taasisaa jiran itti fufaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hoggansaa fi qindeessummaa diinota keenya seenaa, fi Meeshaa ta&#8217;uu baandaawwan finxaaleyyii tokko tokkootiin, har&#8217;as diinonni keenya fedhii waraanaaf qaban hin dhaabne.<\/p>\n\n\n\n<p>Waggoota lamaan darban keessatti diinonni keenya Tokkummaa uummataafi mootummaa qoruuf karaa lama fayyadamanii turan.<\/p>\n\n\n\n<p>Tooftaa tokkoffaan waldhabdee naannoo adda addaatti babal&#8217;isuu yoo ta\u2019u, inni biraa immoo karaa miidiyaa dijitaalaatiin mootummaa fudhatama dhabsiisuuf yaaludha.<\/p>\n\n\n\n<p>Haata&#8217;uutii duula lamaaniinu akka yaadan sana bu&#8217;aa buufachuu hin dandeenye. Carraan Itiyoophiyaa dadhabsiisuuf qaban dhiphateera. Bakka jirrutti dhidhimuu dandeenya jedhaniis sodaataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaloonni har\u2019aa jirru cabiinsa seenaa keenyaafi haala addunyaan keessa jirtu irraa barannee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka durii daandii tokko nuuf banerra timuurraa tokkumaa biyyaalessa keenyaafi dandeettii dhaabbilee keenyaa cimsuuf hojjechaa kan jirru yoo ta&#8217;u, kunis saaxilamummaa keenya baay\u2019ee hir\u2019isee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Dandeettii biyyaalessaa Rakkoo dandamatee mul&#8217;ata biyyaalessaa milkeessuuf nu dandeessisu ijaaruun itti fufa.<\/p>\n\n\n\n<p>Hunda caalaa tarsimoon keenya haaraan carraa siyaasaa nagaa duguugee fayyadamuudha. Waggoota torban darban keessa yeroo qormaanni cimaa turetti damee hundaan injifannoo galmeessineerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessattuu Ajandaalee biyyaalessaa sadii irratti jijjiirama qabatamaa fidneerra:<\/p>\n\n\n\n<p>Jijjiiramni siyaasaa fi dinagdee qormaataaf osoo hin jilbeeffatin bayyanataniiru. Kunis saaxilamummaa keessoo keenyaa dhiphisee baandaawwan bakka dhabsiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Abbayya irratti hojii sirriifi seera qabeessa ta&#8217;e gaggeessuun qaxanaa kanarratti Bakka ji\u2019oo istiraateejii keenya jijjiirree dhaabbii cimaarra jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Mirga Seenaafi uumamaan hulaa galaanaa argachuuf qabnu ajandaa addunyaa gooneerra. Haala kanaan ejjennoo ji\u2019oo-istiraatejii Galaana Diimaa irratti qabnu deebisuuf tarkaanfii boqonnaa tokkoo ol deemneerra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529230445_1205739981599373_48286794628139391_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6363\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529230445_1205739981599373_48286794628139391_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529230445_1205739981599373_48286794628139391_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529230445_1205739981599373_48286794628139391_n-768x511.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529230445_1205739981599373_48286794628139391_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Jijjiiramni siyaasaa, hawaasummaa fi dinagdee keenya qormaataan osoo hin liqimfamin milkaa\u2019inaan tarkaanfachaa jira. Madda saaxilamummaa keessoo keenyaa ta\u2019uu dhiisanii, gara dandeettii biyyaalessaatti jijjiiramaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Baandaawwan qoqqoodinsa keessoo qirixiin babal\u2019isuu fi diinota seenaa Itiyooophiyaa waliin ta\u2019uun Itiyoophiyaa loluuf humna walitti qabaa jiran irraa mulqineerra.Ajandaa sabaafi biyyaalessaa qoodinsa ittin baldhisan dhabsiifnerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Siyaasa keenya siyaasa eenyummaa caalbaasii gabaaf dhiyeessu keessaa akka ba&#8217;u goonerra. Tokkummaa sab-daneessumaa irratti hundaa\u2019ee haala badhaadhina mirkaneessuun qiyyaasneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama tokkoon haaromsa dhaabbilee fi haaromsa dinagdee maakroo jalqabneen dandeettii keessoo biyya keenyaa cimsinee jirra. Gama biraatiin haala ji\u2019oopoolitikaa guutummaatti hubachuun dantaa biyya keenya Itiyoophiyaa kabachiifneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Itiyoophiyaan shakkii malee bayyanachaa jirti. Ijaan arguun ,harkaan qaqqabuun,odeeffannoon adda baasuun ,dirree bobba&#8217;uun dhugaa kana mirkaneeffachuun ni dandaa&#8217;ama.<\/p>\n\n\n\n<p>Milkaa\u2019ina kanaaf waltajjiiwwan biyyaalessaa hanga addunyaatti namoonni miiliyoonaan lakkaa\u2019aman ragaan jiru. Haa ta\u2019u malee, dhugaan kun diinota keenya seenaa fi ergamtoota isaaniif hin liqimfamu.Kanaafis Itiyoophiyaa daandii ishee irraa maqsuuf yaalii dhumaa taasisaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaalii dhumaa taasisan kana tooftaalee ja&#8217;a fayyadamuuf akka ka&#8217;an manni maree keenya gamaaggameera. Isaanis: humnoota wal-ajjeesuuf wal-barbaadan faayidaan walitti hidhuu,Itiyoophiyaa jeequmsa keessa tursiisuu, komii ummataa rakkoo bulchiinsa gaarii irraa maddu jeequmsaaf itti fayyadamuu; Ajandaa roorroo kaasan afarsuu. miidiyaa akka meeshaa jeequmsaatti fayyadamuu; akkasumas karaa sharafa alaa fi meeshaalee bu&#8217;uuraatiin shira diinagdee uumuu dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Nuti miseensonni Mana Maree paartii Badhaadhinaa, yaalii dhumaa diinonni seenaa keenyaa godhan kana injifachuuf waadaa fi gochaan qophaa\u2019oo ta\u2019uu , kutannoon qabsaa\u2019uu fi bu\u2019a qabeessa ta\u2019uu akka qabnu hubanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhimmoota torba itti aanan irratti xiyyeeffannaa olaanaan wanta nurraa eegamu ol raawwachuuf kutannee kaaneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>1.Filannoowwan nagaa waldhibdee hambisan kallattii hundaan yaaluufi hidhattoota daandii nagaan qabsaa&#8217;uuf murteessaniif waan barbaachisu hundaa gochuu.<\/p>\n\n\n\n<p>2. Filannoo nagaa fudhachuu dhiisuun humnoota ummataa fi qabeenya biyyaa irratti rakkoo uumuuf ka\u2019an irratti karaa qindaa\u2019een seera kabachiisuu.<\/p>\n\n\n\n<p>3. Gaaffilee bulchiinsa gaarii uummanni sadarkaa sadarkaan kaasu, gaaffilee haqaa fi diinagdee sadarkaa dandeettii humni biyyaa danda&#8217;een deebisuu.<\/p>\n\n\n\n<p>4.Odeeffannoo sirrii fi dhugaa ta\u2019e yeroo yeroon ummataaf kennuu fi odeeffannoo sobaa saaxiluu.<\/p>\n\n\n\n<p>5.Hoggantootaa fi tajaajiltoota dhaabbileetti ramadamuun hanqina naamusaa, malaanmaltummaa fi rakkoo bulchiinsa gaarii uuman irratti qabsaa&#8217;uu.<\/p>\n\n\n\n<p>6.Dameelee Qonnaa, Indaastirii oomishaa, Turizimii, Albuudaa, fi Teeknooloojii odeeffannootiin hojiilee misoomaa eeggalle caalmaan milkeessuun, inisheetiivoota eegalaman bu&#8217;a qabeessa taasisuu,Jijjiirama magaalaa fi baadiyyaa hirmaannaa ummataan mirkaneessuu,<\/p>\n\n\n\n<p>7. Gama dippiloomaasiitiin karaa hundaan dantaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf Waliigaltee irra geenyee jirra. Walumaagalatti nuti miseensonni Mana Maree Paartii Badhaadhinaa, imalli badhaadhina Itiyoophiyaa yeroo qabameef dursee akka milkaa\u2019uuf qajeeltoo \u201cqolachuu, ifaajuufi qulqulleessuu\u201d jedhu qabannee hojii keenya itti aanu raawwachuuf murteessineerra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529888810_1205739894932715_7251033476393590575_n-1-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6365\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529888810_1205739894932715_7251033476393590575_n-1-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529888810_1205739894932715_7251033476393590575_n-1-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529888810_1205739894932715_7251033476393590575_n-1-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529888810_1205739894932715_7251033476393590575_n-1.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Qorumsaa fi shira diinota keenyaa ni qolanna. Badhaadhinni Itiyoophiyaa damee hundaan akka milkaa\u2019uuf kan yeroo kamiiyyuu caalaa cimnee ni hojjenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Ilaalcha,aadaa, bartee,lootee seentotaafi baandota imala badhaadhina keenyaa gufachiisan ammoo cimnee ni qulqulleessina.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya jaallannu,abjuufi kaayyoo biyyaa dhaabbannuuf qabna. Ummata tajaajillu qabna.Dantaa biyyaa kabachiifnu qabna. Diinni kana hunda balleessuu, diiguu fi gufachiisuu barbaada. Misoomsuu, ijaaruu fi bu&#8217;uuressuun;balleessuu,gufachiisuufi diiguu irra dandeettiifi ifaajuu gaafata.<\/p>\n\n\n\n<p>Injifannoo fi Itiyoophiyaan hidhata qabu. Haata&#8217;uuti injifannoowwan hunda kan caalu injifannootu jira.Innis injifannoo Kasaaraa xiqqaadhaan mirkaneessuu fi bu\u2019aa waaraa waliin walitti hidhuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Injifannoon injifannoo caalu; injifannoo qofa osoo hin taane,injifannoo galma tarsiimaawaa qabame mirkaneessuudha. Injifannoo itti fufiinsa qabu jechuun baandaawwan keessaa qofa osoo hin taane diinota alaa karaa tarsiimoodhaan injifachuu jechuudha. Badhaadhinni heddumina gootummaa gaafata.<\/p>\n\n\n\n<p>Wareegama dhiigaa qofa osoo hin taane wareegama dafqaas barbaada.<\/p>\n\n\n\n<p>Gootummaa fi qophaa\u2019ummaan, seenaa biyya jijjiiru. Nuti miseensonni Mana Maree Badhaadhinaa ofii keenyaa jabaannee ifaajnee hojjachuun ummata keenyas jabeessuuf kutannee kaaneerra.Of qulqulleessinee uummata keenyas rakkoorraa qulqulleessuuf murteessineerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka hooggansa gootaatti sadarkaa nurraa malutti qabsaa\u2019uuf murteessinee jirra.Hooggansi badhaadhinaa goota diinagdeefi dirree waraanatis.Adda waraanatti ni lola, uummatas ni qindeessa.Aantummaa isaas ni cimsa.Nuti Kana kan yeroo kamiyyuu caalaa raawwachuuf waadaa keenya haaromsinee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Jabanni kun carraaqqii roga hedduu barbaada.Addunyaan jijjiiramaafi gaaga&#8217;ama hedduu Qabdi. Biyyi keenyammoo rakkoofi fedhii uummataa hedduu qabdi. Humnoota diinaa adda guddina ishii qoranis qabdi. Yeroo fi haalli murteessaan akkasii ogummaa fi carraaqqii hooggansaa roga hedduu akka barbaadu hubanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Diinonni seenaa keenyafi baandonni keesso keenyaa Itiyoophiyaa laaffisuuf kutatanii jiru. Yeroo kanatti gama tokkoon haleellaa diinaa qolachuu akka qabnu ;gama biraan ammoo Galma itti fufiinsa qabuufi kaayyoowwan qabanne milkeessuuf hojjachuu akka qabnu bal&#8217;inaan mari&#8217;annee murteessinee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Hoggantoonni keenya sadarkaa sadarkaan jirru yeroo tokkotti hojii hedduu raawwachuu akka qabnu kan waliigalle yoo ta&#8217;u, diinota keenya yeroo ittisnuufi nageenya yeroo mirkaneessinu hojii misoomaa qabannee itti fufuurraa osoo hin maqin ta\u2019uu qaba.<\/p>\n\n\n\n<p>Badhaadhinni dhaaba heddummina keenya kabajudha; paartii tokkummaa keenya walitti itiche .Dhaaba seenessa kan darberraa baratee ,egeree waloo hundaa bareechu qabatedha.Seenessa diigumsaa diinota keenyaa ittisuun seenessa dhugaa keenya ijaaruuf Gootummaa dijitaalaa qabatamaan hojiitti hiikna.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529288289_1205739838266054_5659728604323389016_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6366\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529288289_1205739838266054_5659728604323389016_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529288289_1205739838266054_5659728604323389016_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529288289_1205739838266054_5659728604323389016_n-768x511.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529288289_1205739838266054_5659728604323389016_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Diinni tokkummaa biyya keenyaa diiguu fi badhaadhina gufachiisuuf miira haaloo bahuun seenessa diigumsaa qabatee ka&#8217;eera. Nuti seenessa eenyummaan keenya walitti hidhuufi mul&#8217;ata waloo keenya milkeessu uummata keenya qabsiisuuf goota ta\u2019uuf kutannee kaanerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa uummata miidhaa jiran furree itti quufinsa ummataa dabaluuf xiyyeeffannoon ni hojjenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Madda komii ummataa adda baasnee hiikna. Komii ummataa dhaggeeffachuun, karooraa baasuufi hordoffii cimaa goonee deebii ariifachiisaa kennuuf ni hojjenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Lootee seentota gufuu Kaayyoo biyyaalessaafi uummattummaa qabanne danquuf dhamaatu ni qulqulleessina.<\/p>\n\n\n\n<p>Hattummaa balleessuuf ni qabsoofna.<\/p>\n\n\n\n<p>Sochii sharafa alaa Biyya keessaafi ala jiru miira jaalala biyyaan akka socho&#8217;u gochuun ,akkasumas meeshaalee bu&#8217;uuraa sirnaan akka raabsaman gochuun diina keessoo fi alaa shira diinagdee raawwatan irratti ni qabsoofna.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataan, filannoo biyyaalessaa torbaffaan dhufu dimokiraatawaa, seera qabeessa, hirmaannaa ummataa guutuu kan calaqqisu akka ta\u2019uuf ;akka hoggansaafi miseensota Paartii Badhaadhinaa, akkasumas, akka lammii Itiyoophiyaatti dammaqinaan ni hirmaanna.<\/p>\n\n\n\n<p>Murteewwan kanaa olitti dabarsineefi galmoonni Waadaa galle milkaa&#8217;anii badhaadhina Itiyoophiyaa bu\u2019uura cimaa irratti ijaaruu akka dandeenyu, Miseensonni paartii badhaadhinaa guutuufi lammiileen Itiyoophiyaa tokkummaa sabdaneessummaan akka hiriiran waamicha dabarsina!<\/p>\n\n\n\n<p>Mana Maree Paartii Badhaadhinaa<\/p>\n\n\n\n<p>Hagayya 02, 2017<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinnee<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"6359\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3d058f0ad3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6359\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>**************** Nuti miseensonni paartii badhaadhinaa Adoolessa 30 hanga Hagayya 2 bara 2017tti walgahii idilee gaggeessineen Dhimmoota Addunyaa, Ardiifi qaxanaafi dhimma biyyaa irratti bal&#8217;inaan mari&#8217;annee jirra. Manni maree kun haala Ji\u2019oo Polotiksii amma jiruun akkaataafi daandii faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa ittiin eegamu danda\u2019u ilaaleera.Daandii ida&#8217;amuun badhaadhina bira ga&#8217;uuf carraaqqii taasifamaa jirus gamaggameera. Addunyaa irratti Haalli teessuma siyaasaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":6360,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,23],"tags":[],"class_list":["post-6359","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"**************** Nuti miseensonni paartii badhaadhinaa Adoolessa 30 hanga Hagayya 2 bara 2017tti walgahii idilee gaggeessineen Dhimmoota Addunyaa, Ardiifi qaxanaafi dhimma biyyaa irratti bal&#8217;inaan mari&#8217;annee jirra. Manni maree kun haala Ji\u2019oo Polotiksii amma jiruun akkaataafi daandii faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa ittiin eegamu danda\u2019u ilaaleera.Daandii ida&#8217;amuun badhaadhina bira ga&#8217;uuf carraaqqii taasifamaa jirus gamaggameera. Addunyaa irratti Haalli teessuma siyaasaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-08T13:18:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-08T13:18:09+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"719\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"7 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname.\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:18:06+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:18:09+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/\"},\"wordCount\":1359,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/\",\"name\":\"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:18:06+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:18:09+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":719},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6359\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"**************** Nuti miseensonni paartii badhaadhinaa Adoolessa 30 hanga Hagayya 2 bara 2017tti walgahii idilee gaggeessineen Dhimmoota Addunyaa, Ardiifi qaxanaafi dhimma biyyaa irratti bal&#8217;inaan mari&#8217;annee jirra. Manni maree kun haala Ji\u2019oo Polotiksii amma jiruun akkaataafi daandii faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa ittiin eegamu danda\u2019u ilaaleera.Daandii ida&#8217;amuun badhaadhina bira ga&#8217;uuf carraaqqii taasifamaa jirus gamaggameera. Addunyaa irratti Haalli teessuma siyaasaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-08T13:18:06+00:00","article_modified_time":"2025-08-08T13:18:09+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":719,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"7 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname.","datePublished":"2025-08-08T13:18:06+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:18:09+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/"},"wordCount":1359,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/","name":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg","datePublished":"2025-08-08T13:18:06+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:18:09+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529689711_1205739744932730_8922807799817813099_n.jpg","width":1080,"height":719},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6359\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ibsa mana maree Paartii Badhaadhinaa irraa kenname."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6359","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6359"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6359\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6367,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6359\/revisions\/6367"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6360"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6359"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6359"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6359"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}