{"id":6377,"date":"2025-08-08T13:25:39","date_gmt":"2025-08-08T13:25:39","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=6377"},"modified":"2025-08-08T13:25:42","modified_gmt":"2025-08-08T13:25:42","slug":"hojiirra-oolmaan-murteewwan-mirga-ulaa-galaanaa-argachuu-addunyaalessaa-cimuu-qaba-jedhan-obbo-abdulbar-shamsuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/","title":{"rendered":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu."},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Hagayya 2\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBiyyoonni ulaa galaanaa hin qabne hojiirra oolmaa seerota mirga ulaa galaanaa argachuuf dandeessisan cimsuun xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galaanaa Itoophiyaa Obbo Abdulbar Shamsuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKonfiraansiin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sadaffaa Biyyoota Guddachaa jiranii ulaa galaanaa hin qabnee Turkiministaan keessatti gaggeeffamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMaricharratti Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Humna Galaanaa Itoophiyaa Obbo Abdulbar Shamsuu haasawaa taasisaniin, bu\u2019uuraalee misoomaa itti fufiinsa qabaniifi sirni geejjibaa bu\u2019a qabeessa ta\u2019e tarsiimoo misoomaa Itoophiyaa keessatti xiyyeeffannoo ijoo ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWaggoota 10 darbanitti Itoophiyaan bu\u2019uuraalee geejjibaa daandii, baaburaa, buufata doonii goggogaa fi wiirtuuwwan loojistikii dabalatee invastimantii guddaa taasisuu ishee hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDaayirektarri olaanaan kun sarara baaburaa Finfinnee -Jibuutii kiiloo meetira 750 dheeratu akka fakkeenyaatti eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBuufata doonii goggogaa saddeet hundeessuun dhiphina buufata doonii hir\u2019isuu, geejjibaa modaalii hedduu cimsuu fi tajaajila gumurukaa mijeessuuf gumaachaa akka jiru hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaa fi Jibuutii, Finfinnee fi Naayiroobii, akkasumas Itiyoophiyaa, Keeniyaa fi Sudaan Kibbaa geejjibaan wal qunnamsiisu \u201cPirojektii Laapseet\u201d dabalatee koridaroonni bu\u2019uuraalee misoomaa tarsiimowaa ta\u2019an jiraachuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eTarsiimoon bu\u2019uuraalee misoomaa Itoophiyaa Naannoo Daldala Bilisaa Ardii Afrikaa (AfCFTA) waliin guutummaatti kan wal simu ta\u2019uu Daayirektarri Olaanaa kun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGama mirga galaanaa argachuu fi bu\u2019uura seeraatiin Itoophiyaan seera addunyaatiin mirga galaanaa argachuu fi darbiinsa biyyoota ulaa galaanaa hin qabnee eeguuf iddoo guddaa kenniti jedhan Daayirektarichi.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan tajaajila daangaa tokkicha hundeessuun seera gumurukaa walsimsiisuu dabalatee imaammattoota hojiirra oolchuuf tattaaffii milkaa\u2019aa taasifachaa turuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMul\u2019ata waloo jijjiirama dinagdee gaanfa Afrikaa galmaan ga\u2019uu fi misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf miiltoowwan misoomaa naannoo fi idil-addunyaa waliin akka hojjatan Daayirektarri kun waamicha dhiyeessaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"6377\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"77876fce12\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6377\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Hagayya 2\/2017 \u200eBiyyoonni ulaa galaanaa hin qabne hojiirra oolmaa seerota mirga ulaa galaanaa argachuuf dandeessisan cimsuun xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galaanaa Itoophiyaa Obbo Abdulbar Shamsuu ibsaniiru. \u200eKonfiraansiin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sadaffaa Biyyoota Guddachaa jiranii ulaa galaanaa hin qabnee Turkiministaan keessatti gaggeeffamaa jira. \u200eMaricharratti Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Humna Galaanaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":6379,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[24],"tags":[],"class_list":["post-6377","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dipploomasii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Hagayya 2\/2017 \u200eBiyyoonni ulaa galaanaa hin qabne hojiirra oolmaa seerota mirga ulaa galaanaa argachuuf dandeessisan cimsuun xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galaanaa Itoophiyaa Obbo Abdulbar Shamsuu ibsaniiru. \u200eKonfiraansiin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sadaffaa Biyyoota Guddachaa jiranii ulaa galaanaa hin qabnee Turkiministaan keessatti gaggeeffamaa jira. \u200eMaricharratti Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Humna Galaanaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-08T13:25:39+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-08T13:25:42+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"398\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu.\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:25:39+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:25:42+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/\"},\"wordCount\":273,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dipploomasii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/\",\"name\":\"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:25:39+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:25:42+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":398},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6377\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Hagayya 2\/2017 \u200eBiyyoonni ulaa galaanaa hin qabne hojiirra oolmaa seerota mirga ulaa galaanaa argachuuf dandeessisan cimsuun xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galaanaa Itoophiyaa Obbo Abdulbar Shamsuu ibsaniiru. \u200eKonfiraansiin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sadaffaa Biyyoota Guddachaa jiranii ulaa galaanaa hin qabnee Turkiministaan keessatti gaggeeffamaa jira. \u200eMaricharratti Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Humna Galaanaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-08T13:25:39+00:00","article_modified_time":"2025-08-08T13:25:42+00:00","og_image":[{"width":720,"height":398,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu.","datePublished":"2025-08-08T13:25:39+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:25:42+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/"},"wordCount":273,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg","articleSection":["Dipploomasii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/","name":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg","datePublished":"2025-08-08T13:25:39+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:25:42+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529237803_1205867558228685_2518966259768821892_n.jpg","width":720,"height":398},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6377\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hojiirra oolmaan murteewwan mirga ulaa galaanaa argachuu addunyaalessaa cimuu qaba jedhan Obbo Abdulbar Shamsuu."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6377","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6377"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6377\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6380,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6377\/revisions\/6380"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6379"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6377"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6377"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6377"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}