{"id":6381,"date":"2025-08-08T13:27:03","date_gmt":"2025-08-08T13:27:03","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=6381"},"modified":"2025-08-08T13:27:04","modified_gmt":"2025-08-08T13:27:04","slug":"hidhi-haaromsa-guddichi-itoophiyaa-humna-walii-galaa-maddisifame-keessaa-dhibantaa-33-2-gumaachuu-isaa-humni-ibsaa-itoophiyaa-ibseera","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/","title":{"rendered":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera."},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN-PLUS-Hagayya 2\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eRaawwii karoora baajata bara 2017 fi karoora baajata bara 2018 ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa Dhaabbanni Humna Elektirikii Ityoophiyaa baaseen Hidhi Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa (GED) fi Warshaaleen Humna Ibsaa Gibee 3 (GEP) humna waliigalaa bara bajataa keessatti maddisiifame keessaa dhibbeentaa 33.2 fi dhibbeentaa 24.2 gumaachaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHojii Gaggeessaan Humna Elektirikii Itiyoophiyaa Injinar Ashabbir Baalchaa akka jedhanitti, bara bajataa kana keessatti Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa dabalatee warshaaleen humna elektiriikaa 20 anniisaa sa\u2019aatii gigawattii 25,423 oomishuuf karoorfamee anniisaa sa\u2019aatii gigawattii 29,480 oomishameera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa (GEDP) fi warshaaleen humna elektiriikaa Gibee 3 bara bajataa kana keessatti anniisaa waliigalaa maddisiifame keessaa dhibbeentaa 33.2 fi dhibbeentaa 24.2 gumaachuu isaanii ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"439\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529342038_1205819464900161_2655186376093054777_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6383\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529342038_1205819464900161_2655186376093054777_n.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529342038_1205819464900161_2655186376093054777_n-300x183.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eBara baajataa 2017 xumurametti gurgurtaa humna ibsaa biyyoota keessaa fi alaafi tajaajiloota kanaan walqabatan irraa birrii biiliyoona 75.4 argamuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKunis dhaabbatichi galii sharafa alaa bara baajataa 2016tti doolaara miiliyoona 140 ture bara baajataa 2017tti gara doolaara miiliyoona 388tti akka guddatuu kan dandeessise tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBara baajataa kana keessatti pirojektoonni humna ibsaa afur ijaaramaa akka turan kaasuun, isaan keessaas lama bara 2018 hojii kan eegalan tahuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200ePirojektiin humna ibsaa Koyishaa dhibbeentaa 71 irra gahuu himuun, Pirojektiin humna qilleensaa maddisiisu ammoo dhibbeentaa 85 irra gahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200ePirojektoota humna ibsaa dabarsanii fi raabsan keessaa shan tajaajila kennuu kan eegalan tahuus dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbatichi bara bajataa 2018tti humna ibsaa giigaa waattii kuma 38 fi 124 maddisiisuu fi gurgurtaa humnaa ibsaa irraa Birrii biiliyoona 109 argachuuf karoorfachuu isaa Tajaajilli Oduu Itoophiyaa gabaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"6381\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"fdc56cd195\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6381\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN-PLUS-Hagayya 2\/2017 \u200eRaawwii karoora baajata bara 2017 fi karoora baajata bara 2018 ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa Dhaabbanni Humna Elektirikii Ityoophiyaa baaseen Hidhi Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa (GED) fi Warshaaleen Humna Ibsaa Gibee 3 (GEP) humna waliigalaa bara bajataa keessatti maddisiifame keessaa dhibbeentaa 33.2 fi dhibbeentaa 24.2 gumaachaniiru. \u200eHojii Gaggeessaan Humna Elektirikii Itiyoophiyaa Injinar Ashabbir Baalchaa akka jedhanitti, [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":6382,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[18],"tags":[],"class_list":["post-6381","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN-PLUS-Hagayya 2\/2017 \u200eRaawwii karoora baajata bara 2017 fi karoora baajata bara 2018 ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa Dhaabbanni Humna Elektirikii Ityoophiyaa baaseen Hidhi Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa (GED) fi Warshaaleen Humna Ibsaa Gibee 3 (GEP) humna waliigalaa bara bajataa keessatti maddisiifame keessaa dhibbeentaa 33.2 fi dhibbeentaa 24.2 gumaachaniiru. \u200eHojii Gaggeessaan Humna Elektirikii Itiyoophiyaa Injinar Ashabbir Baalchaa akka jedhanitti, [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-08T13:27:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-08T13:27:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"404\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera.\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:27:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:27:04+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/\"},\"wordCount\":231,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/\",\"name\":\"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-08T13:27:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-08T13:27:04+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":404},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6381\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN-PLUS-Hagayya 2\/2017 \u200eRaawwii karoora baajata bara 2017 fi karoora baajata bara 2018 ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa Dhaabbanni Humna Elektirikii Ityoophiyaa baaseen Hidhi Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa (GED) fi Warshaaleen Humna Ibsaa Gibee 3 (GEP) humna waliigalaa bara bajataa keessatti maddisiifame keessaa dhibbeentaa 33.2 fi dhibbeentaa 24.2 gumaachaniiru. \u200eHojii Gaggeessaan Humna Elektirikii Itiyoophiyaa Injinar Ashabbir Baalchaa akka jedhanitti, [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-08T13:27:03+00:00","article_modified_time":"2025-08-08T13:27:04+00:00","og_image":[{"width":720,"height":404,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera.","datePublished":"2025-08-08T13:27:03+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:27:04+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/"},"wordCount":231,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg","articleSection":["Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/","name":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg","datePublished":"2025-08-08T13:27:03+00:00","dateModified":"2025-08-08T13:27:04+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/529252249_1205819388233502_2300260545722666240_n.jpg","width":720,"height":404},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6381\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa humna walii galaa maddisifame keessaa dhibantaa 33.2 gumaachuu isaa Humni Ibsaa Itoophiyaa ibseera."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6381","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6381"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6381\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6384,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6381\/revisions\/6384"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6382"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6381"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6381"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6381"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}