{"id":6492,"date":"2025-08-11T09:22:21","date_gmt":"2025-08-11T09:22:21","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=6492"},"modified":"2025-08-11T09:22:23","modified_gmt":"2025-08-11T09:22:23","slug":"dhaloota-bara-haaromsaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/","title":{"rendered":"Dhaloota Bara Haaromsaa"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200e<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Hagayya 04\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan Afrikaa keessaa madda laggeen baay&#8217;eeti kan jechisiise tokko laga Abbayyaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGaruu biyyattiin madda laggeen baay&#8217;ee taatus kennaa kanatti osoo hin fayyadamiin waggoottan hedduu darbaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan baroota baayyeedhaaf hiyyummaafi dukkana keessaa bahuuf laga Abbayyaa hidhuun akka barbaachisu yaadaa turuun ishee seenaan ni yaadata<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHaata&#8217;u malee hawwii kana hojiitti jijjiiruuf qormata baay&#8217;eefi mormiin waan mudateef baroota baay&#8217;eedhaaf osoo hin milkaa&#8217;in tureera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAmma garuu yeroon isaa dhufnaan karoorri yaadame dhugoomuun lagaa Abbayyaarratti hidhi ijaaramee dhaloonni bara haaromsaa uumame.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBara 2003 ji&#8217;a Bitootessaa Abbayyaarratti hidha ijaaruuf dhakaan bu&#8217;uura ka&#8217;ame.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhiibbaa fedhii alaa qolachuuf xiqqaa hanga guddaatti itti hirmaachuun hidhi haaromsa guddichi Abbayyaa humna lammiilee Itoophiyaatiin ijaaramee jijjiirama ammaatirra gaheera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"597\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/519644801_1207584921390282_3828566255086004053_n-1024x597.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6494\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/519644801_1207584921390282_3828566255086004053_n-1024x597.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/519644801_1207584921390282_3828566255086004053_n-300x175.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/519644801_1207584921390282_3828566255086004053_n-768x448.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/519644801_1207584921390282_3828566255086004053_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eMinistira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) ji&#8217;oottan kudha tokkon dura Iddoo Hidhi haaromsaa guddichi itti ijaaramaa jiru Gubaarraa haasa&#8217;a nama jajjabeessu taasisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>&#8220;\u200eHidha kana humna keessaniin ijaaruu hin dandeessan, badhaadhina milkeessuu hin dandeessan jedhanii kan nutti baacan hunda, humna keenyaafi tokkummaan qindaa&#8217;uun hidha haaromsa guddicha ijaaruun ifatti agarsifneerra&#8221; jedhanii turan.<\/p>\n\n\n\n<p>Maarree kunoo \u200eHidhi haaromsaa ji&#8217;a Fuulbaanaa 2018 eebbifamuf jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Jiraataan magaalaa Finfinnee jalqabbii pirojektichaarraa kaasuun mallaqa buusaa turan tokko, hidhaan Itoophiyaanota tokkoomse kun eebbifamuuf ta&#8217;uu yeroo dhagahan gammachuun isaanii daangaa hin arganne.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidha Guddicha Haaromsaa siidaa Itoophiyaanotaati kan jedhan jiraataan Finfinnee kun, ijoollee isaaniif jecha deeggaruun haga xumurasaan gahuu dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhaa kana waloon ijaarree xumuruu keenyaan tokkummaa biyyaalessaa qabnu kan itti agarsiisnedha jechuun, waloon yoo dhaabbannu waan hundaa raawwachuu akka dandeenyuuf mul&#8217;istuudha jedhan.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"589\" height=\"320\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-6495\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n-1.jpg 589w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n-1-300x163.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 589px) 100vw, 589px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Dargaggeessi biraa AMN waliin turtii taasises Itoophiyaanotni maaddii guyyuu isaaniirraa qooduun hidhaa milkeessan waan ta&#8217;eef sadarkaa kanarra gahuun isaa na boonsa jedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhagaan bu&#8217;uuraa yeroo kaa&#8217;amu hojjetaa mootummaa ta&#8217;uusaanii kan eeran obbo Axinaafuu Kaasaa gama isaaniin, mindaa ji&#8217;aarraa qooduun deeggaraa turuu yaadatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Nuti Itoophiyaanotni akka abbootii keenyaa gootummaan beekamna kan jedhan obbo Axinaafuun, rakkoowwan hedduun osoo nu hin danqin hidhaa kana milkeessine hedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Tumsi biyyaalessaa Adawaa irratti mul&#8217;ate Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa irrattis irra deebiin mul&#8217;ateera jedhan Dhalootni Bara Haaromsaa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHeelen Tasfayeetu Gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"6492\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6492\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200e \u200eAMN PLUS- Hagayya 04\/2017 \u200eItoophiyaan Afrikaa keessaa madda laggeen baay&#8217;eeti kan jechisiise tokko laga Abbayyaadha. \u200eGaruu biyyattiin madda laggeen baay&#8217;ee taatus kennaa kanatti osoo hin fayyadamiin waggoottan hedduu darbaniiru. \u200eItoophiyaan baroota baayyeedhaaf hiyyummaafi dukkana keessaa bahuuf laga Abbayyaa hidhuun akka barbaachisu yaadaa turuun ishee seenaan ni yaadata \u200eHaata&#8217;u malee hawwii kana hojiitti jijjiiruuf qormata [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":6493,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,18],"tags":[],"class_list":["post-6492","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200e \u200eAMN PLUS- Hagayya 04\/2017 \u200eItoophiyaan Afrikaa keessaa madda laggeen baay&#8217;eeti kan jechisiise tokko laga Abbayyaadha. \u200eGaruu biyyattiin madda laggeen baay&#8217;ee taatus kennaa kanatti osoo hin fayyadamiin waggoottan hedduu darbaniiru. \u200eItoophiyaan baroota baayyeedhaaf hiyyummaafi dukkana keessaa bahuuf laga Abbayyaa hidhuun akka barbaachisu yaadaa turuun ishee seenaan ni yaadata \u200eHaata&#8217;u malee hawwii kana hojiitti jijjiiruuf qormata [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-11T09:22:21+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-11T09:22:23+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"589\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"320\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Dhaloota Bara Haaromsaa\",\"datePublished\":\"2025-08-11T09:22:21+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-11T09:22:23+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/\"},\"wordCount\":338,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/\",\"name\":\"Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-11T09:22:21+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-11T09:22:23+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg\",\"width\":589,\"height\":320},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6492\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaloota Bara Haaromsaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200e \u200eAMN PLUS- Hagayya 04\/2017 \u200eItoophiyaan Afrikaa keessaa madda laggeen baay&#8217;eeti kan jechisiise tokko laga Abbayyaadha. \u200eGaruu biyyattiin madda laggeen baay&#8217;ee taatus kennaa kanatti osoo hin fayyadamiin waggoottan hedduu darbaniiru. \u200eItoophiyaan baroota baayyeedhaaf hiyyummaafi dukkana keessaa bahuuf laga Abbayyaa hidhuun akka barbaachisu yaadaa turuun ishee seenaan ni yaadata \u200eHaata&#8217;u malee hawwii kana hojiitti jijjiiruuf qormata [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-11T09:22:21+00:00","article_modified_time":"2025-08-11T09:22:23+00:00","og_image":[{"width":589,"height":320,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Dhaloota Bara Haaromsaa","datePublished":"2025-08-11T09:22:21+00:00","dateModified":"2025-08-11T09:22:23+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/"},"wordCount":338,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/","name":"Dhaloota Bara Haaromsaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg","datePublished":"2025-08-11T09:22:21+00:00","dateModified":"2025-08-11T09:22:23+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/530814465_1207584641390310_1760946263267915004_n.jpg","width":589,"height":320},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6492\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaloota Bara Haaromsaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6492","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6492"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6492\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6496,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6492\/revisions\/6496"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6493"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6492"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6492"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6492"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}