{"id":6975,"date":"2025-08-19T10:58:01","date_gmt":"2025-08-19T10:58:01","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=6975"},"modified":"2025-08-19T10:58:02","modified_gmt":"2025-08-19T10:58:02","slug":"fakkeenyummaa-finfinnee-fi-imala-ol-kaafamuu-itoophiyaa-cimsanii-itti-fufuuf-waliigalteerra-gahamuu-isaa-waajjirri-paartii-badhaadhinaa-damee-finfinnee-beeksise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/","title":{"rendered":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Hagayya 13\/2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eFakkeenyummaa Finfinnee fi Ol Kaafamuu Itoophiyaa Cimsanii itti fufuuf akkasumas yaadota ceesisoo paartichaa kutannoodhaan hojiitti hiikuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Beeksise<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eWaajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee gaggeessitoonni sadarkaa sadarkaan jiran tokkummaa yaadaa fi gochaa cimsuu, akka biyyaatti imala deemsa asii gadiirraa gara bayyanachuutti cehuuf, milkaa&#8217;inoota waggoottan torban darban keessatti galma&#8217;an cimsanii itti fufuuf, hanqinoota sirreesuun gama hundaan milkaa&#8217;ina galmeessuuf dhimmootta dandeessisan irratti marii guyyoota sadiif adeemsisaa turan, kaka&#8217;umsa fooyya&#8217;aan, bu&#8217;aa ol aanaa galmeessisuuf waliigalteerra gahuun akka xumurame Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee beeksiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eMarii kanarratti haala biyyaa, qormaatilee mudatan keessatti injifannoowwan galma&#8217;anillee akka ka&#8217;an waajjirichi beeksiseera<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200ePaartii cimaa ijaaruun dandeettii raawwachiisumnaa mootummaa guddisuuf hojiin hojjatamaa jiraachuu ibsuun, badhaadhina gama maraan milkeessuuf miseensotni paartichaa fi lammiileen hojii irratti bobba&#8217;aniin itti gaafatamummaa isaanii bahachuun ashaaraa isaanii biyya isaaniif kaa&#8217;uu akka qabanillee paartichi yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eMootummaan tattaaffii nagaa eegale cimsee itti fufuuf kutannoo qabaachuus Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eHooggansi sadarkaa sadarkaan jirus kenniinsa tajaajilaan hannaafi hojmaata badaa irratti duuluun, fayyadamummaa gama maraa lammiilee mirkaneessuufi goota misoomaa ta\u2019uun, gama maraan badhaadhinni akka milkaa&#8217;uuf kutannoon akka hojjatamu mari&#8217;achuu isaanii Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee odeeffannoo Addis Miidiyaa Neetworkiif ergeen beeksiseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"e878b29be6\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6975\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Hagayya 13\/2017 \u200eFakkeenyummaa Finfinnee fi Ol Kaafamuu Itoophiyaa Cimsanii itti fufuuf akkasumas yaadota ceesisoo paartichaa kutannoodhaan hojiitti hiikuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Beeksise \u200eWaajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee gaggeessitoonni sadarkaa sadarkaan jiran tokkummaa yaadaa fi gochaa cimsuu, akka biyyaatti imala deemsa asii gadiirraa gara bayyanachuutti cehuuf, milkaa&#8217;inoota waggoottan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":6976,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-6975","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Hagayya 13\/2017 \u200eFakkeenyummaa Finfinnee fi Ol Kaafamuu Itoophiyaa Cimsanii itti fufuuf akkasumas yaadota ceesisoo paartichaa kutannoodhaan hojiitti hiikuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Beeksise \u200eWaajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee gaggeessitoonni sadarkaa sadarkaan jiran tokkummaa yaadaa fi gochaa cimsuu, akka biyyaatti imala deemsa asii gadiirraa gara bayyanachuutti cehuuf, milkaa&#8217;inoota waggoottan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-19T10:58:01+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-19T10:58:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise\",\"datePublished\":\"2025-08-19T10:58:01+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-19T10:58:02+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/\"},\"wordCount\":226,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/\",\"name\":\"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-19T10:58:01+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-19T10:58:02+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/6975\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Hagayya 13\/2017 \u200eFakkeenyummaa Finfinnee fi Ol Kaafamuu Itoophiyaa Cimsanii itti fufuuf akkasumas yaadota ceesisoo paartichaa kutannoodhaan hojiitti hiikuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Beeksise \u200eWaajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee gaggeessitoonni sadarkaa sadarkaan jiran tokkummaa yaadaa fi gochaa cimsuu, akka biyyaatti imala deemsa asii gadiirraa gara bayyanachuutti cehuuf, milkaa&#8217;inoota waggoottan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-19T10:58:01+00:00","article_modified_time":"2025-08-19T10:58:02+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":720,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise","datePublished":"2025-08-19T10:58:01+00:00","dateModified":"2025-08-19T10:58:02+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/"},"wordCount":226,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/","name":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg","datePublished":"2025-08-19T10:58:01+00:00","dateModified":"2025-08-19T10:58:02+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535086571_1215325160616258_4422050752953276100_n.jpg","width":1080,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/6975\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6975","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6975"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6975\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6977,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6975\/revisions\/6977"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6976"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6975"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6975"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6975"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}