{"id":7004,"date":"2025-08-20T05:43:29","date_gmt":"2025-08-20T05:43:29","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7004"},"modified":"2025-08-20T05:43:31","modified_gmt":"2025-08-20T05:43:31","slug":"labsiin-bilisummaa-odeeffannoo-walitti-qabuu-fudhachuufi-tamsaasuu-heera-mootummaatiin-qophae-dhiyaatera","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/","title":{"rendered":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#8217;e dhiyaatera"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 13\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun Aadde Simmany Wuube.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummata Itoophiyaa Labsii Bilisummaa Odeeffannoo of danda\u2019ee qophaa\u2019e kana irratti hooggantootaafi ogeeyyii kominikeeshinii federaalaa, naannoo fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin Adaamaatti mari\u2019achaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummata Itoophiyaa heera mootummaa FDRI keewwata 55 Keewwata Xiqqaa 15 tiin dhaabbata dimokiraatawaa heera mootummaatiin hundeeffame yoo ta\u2019u; Labsii Lakk.211\/1992 kan mirkanaa&#8217;e ta&#8217;uu ni yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbata Abbagaarii Ummata Itoophiyaatti Abbagaarii Olaantuun Aadde Simmany Wuubee akka jedhanitti; Bilisummaa Odeeffannoo qorachuu, qorannoo gaggeessuu, hubannoo uumuu fi raawwii hojii hordofuu labsii Lak.590\/2000 Lakk.3 jalatti too&#8217;achuu akka gahee qabu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBilisummaan odeeffannoo jalqaba akka lakkoofsa Itoophiyaatti bara 1946tti Yaa\u2019ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti beekamtii akka argate yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYaa\u2019iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bara 1948 Labsii Mirgoota Namoomaa Waliigalaa keewwata 19 irratti bilisummaan odeeffannoo akka mirga dhala namaa bu\u2019uuraatti beekamtii kennamuun isaa yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eUNESCOn gabaasa bara 2024 baaseen Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 34fi biyyoonni addunyaa 139 seera bilisummaa odeeffannoo baasuu isaanii beeksiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHaaluma kanaan bilisummaan odeeffannoo biyya keessaa sadarkaa idil-addunyaatti fudhatama akja argatu hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan bara 1993tti Mirgoota Siivilii fi Siyaasaa irratti Waliigaltee erga mallatteessitee booda bilisummaa odeeffannoo fudhachuu fi dabarsuu akka dandeessu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHeerri mootummaa Federaalaa Rippabiliika Itoophiyaa namni kamiyyuu odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasaa akka qabu gamaggamuu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMurtii Bilisummaa Odeeffannoo hojiirra oolchuuf dhaabbileen miidiyaa Labsii Bilisummaa Odeeffannoo Lakk.590\/2000 keessatti tumaalee bahan baay&#8217;ee ta&#8217;uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eLabsichi namni kamiyyuu qaama mootummaa kamirraayyuu odeeffannoo gaafachuu, fudhachuu fi dabarsuu, akkasumas yeroo murtaa\u2019e keessatti odeeffannoo kennuu akka qabu ibeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHaa ta\u2019u malee, daangeffamni Labsii kanaa qaamotni mootummaa dirqama isaanii yeroo ba\u2019uu dadhaban sirna raawwachiisummaa kan hin hammanne ta\u2019uu isaa, akkasumas tumaaleen odeeffannoo hin ibsamne hiikamuu kan qaban ta\u2019uu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKanumaarraa ka&#8217;uun mirga heera mootummaatiin odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi dabarsuu eegsisuuf labsiin haaraan mootummaa fi Dhaabbanni Abba Gaariin itti amane qophaa&#8217;u isaa TOI gabaaseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7004\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7004\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 13\/2017 \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun Aadde Simmany Wuube. \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummata Itoophiyaa Labsii Bilisummaa Odeeffannoo of danda\u2019ee qophaa\u2019e kana irratti hooggantootaafi ogeeyyii kominikeeshinii federaalaa, naannoo fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7005,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19],"tags":[],"class_list":["post-7004","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#039;e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#039;e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 13\/2017 \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun Aadde Simmany Wuube. \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummata Itoophiyaa Labsii Bilisummaa Odeeffannoo of danda\u2019ee qophaa\u2019e kana irratti hooggantootaafi ogeeyyii kominikeeshinii federaalaa, naannoo fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-20T05:43:29+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-20T05:43:31+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#8217;e dhiyaatera\",\"datePublished\":\"2025-08-20T05:43:29+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-20T05:43:31+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/\"},\"wordCount\":346,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/\",\"name\":\"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha'e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-20T05:43:29+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-20T05:43:31+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7004\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#8217;e dhiyaatera\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha'e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha'e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 13\/2017 \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun Aadde Simmany Wuube. \u200eDhaabbanni Abbagaarii Ummata Itoophiyaa Labsii Bilisummaa Odeeffannoo of danda\u2019ee qophaa\u2019e kana irratti hooggantootaafi ogeeyyii kominikeeshinii federaalaa, naannoo fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-20T05:43:29+00:00","article_modified_time":"2025-08-20T05:43:31+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#8217;e dhiyaatera","datePublished":"2025-08-20T05:43:29+00:00","dateModified":"2025-08-20T05:43:31+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/"},"wordCount":346,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/","name":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha'e dhiyaatera - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg","datePublished":"2025-08-20T05:43:29+00:00","dateModified":"2025-08-20T05:43:31+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536274765_1215542923927815_9215607177083579496_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7004\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha&#8217;e dhiyaatera"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7004","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7004"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7004\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7006,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7004\/revisions\/7006"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7005"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7004"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7004"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7004"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}