{"id":7028,"date":"2025-08-20T09:09:25","date_gmt":"2025-08-20T09:09:25","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7028"},"modified":"2025-08-20T09:53:46","modified_gmt":"2025-08-20T09:53:46","slug":"sirna-magaaloota-itoophiyaa-dijitaaleessuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/","title":{"rendered":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Hagayya 14\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni bakka argama teessoo dijitaaleessuu magaalota Itoophiyaa 15 keessatti hojiirra ooluuf ta&#8217;uu himame.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaa keessatti magaalonni saffisaan guddachuu fi babal\u2019achaa dhufuurraa kan ka\u2019e argama iddoowwanii salphuumatti argachuun rakkisaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo balaan tasaa mudate konkolaattonni ittisa abiddaa fi ambulaansii miidhamtoota fuudhuufi balaa too\u2019achuuf iddoo itti waamaman ga\u2019uuf daqiiqaa hedduu akka fudhata.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"848\" height=\"754\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/534978189_1216572997180979_7660947096737782750_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7030\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/534978189_1216572997180979_7660947096737782750_n-1.jpg 848w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/534978189_1216572997180979_7660947096737782750_n-1-300x267.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/534978189_1216572997180979_7660947096737782750_n-1-768x683.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 848px) 100vw, 848px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan rakkoo kana furuuf ji&#8217;a Hagayya 2014 irraa eegaltee sirna teessoo argamaa dijitaaleessuu magaalootaa hojiirra oolchaa jirti.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni teessoo dijitaaleessuu kun haala salphaa ta\u2019een argamni iddoo tokkoo namaaf akkataa galuu danda\u2019uun adda baasuun beeksisuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Inistiitiyuutii Saayinsii Hawaa fi Ji\u2019oo Ispashiyaalititti Hoji Raawwachiisan Pirojektii Sirna Teessoo Dijitaaleessuu Obbo Agmaasee Gabayyoo akka himanitti, hojiirra oolmaan yaalii sirna dijitaaleessuu magaalaa Bishooftuutti xumuramee tajaajilichi Gurraandhala 2016 guutummaatti hojiirra oolu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"444\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535099498_1216573130514299_1872912458828984892_n-1-1024x444.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7031\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535099498_1216573130514299_1872912458828984892_n-1-1024x444.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535099498_1216573130514299_1872912458828984892_n-1-300x130.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535099498_1216573130514299_1872912458828984892_n-1-768x333.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535099498_1216573130514299_1872912458828984892_n-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Muuxannoo gaarii Bishooftuutti fayyadamuun sirnicha gara magaalota birootti babal\u2019isuuf hojjetamaa akka jirus akeekaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Magaaloota kanneen akka Finfinnee, Adaamaa, Harar, Baahar Daar, Dabra Biraanii fi Jimmaatti hojiiwwan adda addaa kanneen akka suuraa qilleensarraa kaasuu, ragawwaan qopheessuu, argama iddoowwanii kennuu, odeeffannoo qopheessuu, kaartaa qopheessuu fi sirna dijitaalaan wal-walqabsiisuun xumuramuutti akka jiru akeekaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroon yaalii sirna dijitaaleessuu magaaloota jahaa xumuramee hanga Muddee 30, 2018tti guutummaatti hojiirra akka oolu akeekaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara baajataa 2017tti hojii dijitaaleessuu kan jalqaban magaaloonni akka Kombolchaa, Gondar, Arbaa Minci, Mizaan Amaan, Wolaayittaa Sooddoo, Awaash sabaati, Hawaasaa, Jijjiigaa fi Dirree Dawaa keessatti hojiirra oolmaa sirna teessoo dijitaalaa bara baajataa kanatti akka xumuramu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"447\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535158762_1216572923847653_4720730583371064997_n-1-1024x447.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7032\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535158762_1216572923847653_4720730583371064997_n-1-1024x447.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535158762_1216572923847653_4720730583371064997_n-1-300x131.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535158762_1216572923847653_4720730583371064997_n-1-768x335.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535158762_1216572923847653_4720730583371064997_n-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Walumaagalatti baajata qopha\u2019een magaaloonni 15 guutummaatti dijitaaleessuu hojiirra kan oolchan ta\u2019uu ibsameeru.<\/p>\n\n\n\n<p>Inistiitiyuutichi magaalaa fi Ministeera Bu\u2019uuraalee misoomaa waliin ta\u2019uun bara baajataa kana keessatti hojii qophii sirna dijitaaleessuu magaalota 18 keessatti xumuruuf karoorfachuus akeekeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalota akka Adawaa, Amboo, Adigraat, Shiree, Aksuum, Maqalee, Waldiyaa, Walqixxee, Baatuu, Boongaa, Fiichee, Gaambeellaa, Jinkaa, Kamisee, Roobee, Shaggar, Waraabee fi Walisoo magaalota hojiin qophii itti raawwatamuudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"880\" height=\"745\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536168213_1216573047180974_2896108324592982023_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7033\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536168213_1216573047180974_2896108324592982023_n.jpg 880w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536168213_1216573047180974_2896108324592982023_n-300x254.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536168213_1216573047180974_2896108324592982023_n-768x650.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 880px) 100vw, 880px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Akka Obbo Agmaasi jedhanitti; Hojiin magaaloota 18 bara baajataa 2019tti akka xumuramu akeekaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Teessoo Dijitaalaa hojiirra oolmaa tarsiimoo Dijitaalaa Itiyoophiyaa 2025 fi ijaarsa diinagdee dijitaalaa keessatti gahee murteessaa kan qabu ta\u2019uus ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"509\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536269020_1216572823847663_7542754387765950583_n-1024x509.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7035\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536269020_1216572823847663_7542754387765950583_n-1024x509.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536269020_1216572823847663_7542754387765950583_n-300x149.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536269020_1216572823847663_7542754387765950583_n-768x382.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536269020_1216572823847663_7542754387765950583_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Sirni Teessoo Dijitaalaa, karaa akeekuu bira darbee, meeshaalee geejjibsisuu, ambulaansii, daldala onlaayinii, daandiiwwan, bu\u2019uuraalee misoomaa fi tajaajiloota biroo toora interneetii irratti waliin gayinsaa taasisuufi faayidaa hedduu akka qabu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Karoora waggaa 10 tiin magaaloota 73 Sirna Teessoo Dijitaalaatiin fayyadamoo taasisuuf karoorri qabamee hojjetamaa akka jiru hoji raawwachisaan kun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Adawaa, Amboo, Adigraat, Shiree, Aksuum, Maqalee, Waldiyaa, Walqixxee, Baatuu, Boongaa, Fiichee, Gaambeellaa, Jiinkaa, Kamisee, Roobee, Shaggar, Waraabee fi Walisoo magaalota hojiin qophii itti raawwatamuudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"443\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535502001_1216209510527823_8850535392449707007_n-1024x443.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7038\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535502001_1216209510527823_8850535392449707007_n-1024x443.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535502001_1216209510527823_8850535392449707007_n-300x130.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535502001_1216209510527823_8850535392449707007_n-768x332.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/535502001_1216209510527823_8850535392449707007_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Akka Obbo&nbsp; Agmaaseen jedhanitti, hojiin magaaloota 18 bara baajataa 2019tti akka xumuramu akeekaniiru. Sirni Teessoo Dijitaalaa hojiirra oolmaa tarsiimoo Dijitaalaa Itiyoophiyaa 2025 fi ijaarsa diinagdee dijitaalaa keessatti gahee murteessaa kan qabu ta\u2019uus&nbsp; ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Teessoo Dijitaalaa, karaa akeekuu bira darbee, meeshaalee geejjibsisuu, ambulaansii, daldala interneeti, daandiiwwan, bu\u2019uuraalee misoomaa fi tajaajiloota biroo toora interneetii irratti waliin gayinsaa taasisuufi faayidaa hedduu akka qabu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Karoora waggaa 10 tiin&nbsp; magaaloota 73 Sirna Teessoo Dijitaalaatiin&nbsp; fayyadamoo taasisuuf karoorri qabamee hojjetamaa akka jiru hoji raawwachisaan&nbsp; kun ibsuu isaani TOI\u2019tu gabaase.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7028\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"77876fce12\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7028\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Hagayya 14\/2017 Sirni bakka argama teessoo dijitaaleessuu magaalota Itoophiyaa 15 keessatti hojiirra ooluuf ta&#8217;uu himame. Itoophiyaa keessatti magaalonni saffisaan guddachuu fi babal\u2019achaa dhufuurraa kan ka\u2019e argama iddoowwanii salphuumatti argachuun rakkisaadha. Yeroo balaan tasaa mudate konkolaattonni ittisa abiddaa fi ambulaansii miidhamtoota fuudhuufi balaa too\u2019achuuf iddoo itti waamaman ga\u2019uuf daqiiqaa hedduu akka fudhata. Itoophiyaan rakkoo [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7029,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,17],"tags":[],"class_list":["post-7028","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-teeknoloojii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Hagayya 14\/2017 Sirni bakka argama teessoo dijitaaleessuu magaalota Itoophiyaa 15 keessatti hojiirra ooluuf ta&#8217;uu himame. Itoophiyaa keessatti magaalonni saffisaan guddachuu fi babal\u2019achaa dhufuurraa kan ka\u2019e argama iddoowwanii salphuumatti argachuun rakkisaadha. Yeroo balaan tasaa mudate konkolaattonni ittisa abiddaa fi ambulaansii miidhamtoota fuudhuufi balaa too\u2019achuuf iddoo itti waamaman ga\u2019uuf daqiiqaa hedduu akka fudhata. Itoophiyaan rakkoo [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-20T09:09:25+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-20T09:53:46+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"553\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu\",\"datePublished\":\"2025-08-20T09:09:25+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-20T09:53:46+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/\"},\"wordCount\":486,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Teeknoloojii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/\",\"name\":\"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-20T09:09:25+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-20T09:53:46+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":553},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7028\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Hagayya 14\/2017 Sirni bakka argama teessoo dijitaaleessuu magaalota Itoophiyaa 15 keessatti hojiirra ooluuf ta&#8217;uu himame. Itoophiyaa keessatti magaalonni saffisaan guddachuu fi babal\u2019achaa dhufuurraa kan ka\u2019e argama iddoowwanii salphuumatti argachuun rakkisaadha. Yeroo balaan tasaa mudate konkolaattonni ittisa abiddaa fi ambulaansii miidhamtoota fuudhuufi balaa too\u2019achuuf iddoo itti waamaman ga\u2019uuf daqiiqaa hedduu akka fudhata. Itoophiyaan rakkoo [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-20T09:09:25+00:00","article_modified_time":"2025-08-20T09:53:46+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":553,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu","datePublished":"2025-08-20T09:09:25+00:00","dateModified":"2025-08-20T09:53:46+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/"},"wordCount":486,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Teeknoloojii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/","name":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg","datePublished":"2025-08-20T09:09:25+00:00","dateModified":"2025-08-20T09:53:46+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536188809_1216572883847657_6705955317817555933_n.jpg","width":1280,"height":553},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7028\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Sirna Magaaloota Itoophiyaa dijitaaleessuu"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7028","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7028"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7028\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7039,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7028\/revisions\/7039"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7029"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7028"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7028"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7028"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}