{"id":7166,"date":"2025-08-23T10:10:05","date_gmt":"2025-08-23T10:10:05","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7166"},"modified":"2025-08-23T10:10:06","modified_gmt":"2025-08-23T10:10:06","slug":"itoophiyaan-oomisha-bunaa-riikardii-tae-gabaa-addunyaaf-akkamiin-dhiyeessite","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/","title":{"rendered":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#8217;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite?"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Hagayya 16\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan bara baajataa 2017tti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyeessiteen galii riikardii haaraa ta&#8217;e doolaara biiliyoona 2.65 argatte.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2018tti ammoo buna toonii Kuma 600 erguun doolaara biiliyoona 3 argamsiisuuf hojjetamaa jira. Bakka buna itti ergamu biyyoota 60 irraa gara 84tti guddisuufis tarsiimoon qabameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Abbaan Qabeenyaa Sa\u2019id Daamxee ergitoota buna galii biyyaaf argamsiisuun adda durer ta&#8217;an keessaa isaan tokko.<\/p>\n\n\n\n<p>AMN PLUS, Qophii &#8216;Roga Dubbii&#8217; waliin turtii taasisaniin, jijjiirama Itoophiyaan oomisha qonna bunaafi gabaa bunaarratti taasifteen bu\u2019aa guddaan jiraachuu ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>Jijjiiramaan dura buna irraa galiin argamu waggaatti doolaara miiliyoona 700 hin caalu jedhan Daayeraktarri olaanaa Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayii Itoophiyaa Addunyaa Dabalaa (Dr.).<\/p>\n\n\n\n<p>Aadaa baratameenis haalli oomisha buna biyya keenyaa biyyoota biraatiin wal bira qabamee yoo ilaalamu harka sadiin duubatti hafaadhas jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Haata\u2019u malee, yeroo ammaa oomishtummaan bunaa fi haala dhiyeessii gabaa bunaa kan jijjiiramee Itoophiyaan oomisha bunaa toonii Kuma 600 gabaa alaatiif dhiyeessuun sharafa alaa riikardii ta&#8217;e doolaara biiliyoona 2.65 argachuun ishee himamera.<\/p>\n\n\n\n<p>Faddaalota daldala gabaa bunaa keessa galuun qulqullina oomisha bunaafi harkifannaa gabaa bunaa uumaa turan mootummaan hambiseera jedhan Abbaan Qabeenyaa obbo Sa\u2019id Daamxee.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan, qonnaan bulaan kallattumaan daldaltoota buna biyya alaatti ergan biratti akka gurguratan, akkasumas, warreen buna biyya alaatti ergan oomisha qonnaarrattis akka bobba\u2019an haala mijataa mootummaan uumeen fooyya\u2019inni dhufee waan baay\u2019ee jijjiires jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Haalli gabaa bunaa biyya keenyaa si\u2019ataa akka hin turre kan ibsan Dr. Addunyaa Dabalaa kana furuuf hojiileen baay\u2019een akka hojjetaman dubbatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Imaammata oomisha qonna bunaa jijjiruudhaan oomishni bunaa fi gabaan isaa akka jijjiirames ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessattuu, sagantaa ashaaraa magariisaatiin biqiltuwwan dullooman jijjiiruun biqiltuu bunaa waggoottan shanan dabran dura dhaabbatan amma oomishni bunaa akka dabalu taasiseera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Barana Addunyaarraa dhiyeessiin bunaa kan dhabame ta\u2019uu eeruun Itoophiyaan carraa kana fayyadamtee kan durii caalaa oomisha bunaa toonii kuma 200 dabalataan gabaa alaatiif dhiyeessuu ishee Dr. Addunyaa Dabalaa himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis, sagantaa ashaaraa magariisaatiin biqiltuun bunaa sanyii filatamaa ta\u2019e biiliyeenan lakka\u2019amu qonnaan bulaaf raabsamee akka dhaabbatu taasifamuun oomshni bunaa olaanaan akka argamu ta\u2019eera jedhan Dr. Addunyaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7166\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5ae8174e99\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7166\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Hagayya 16\/2017 Itoophiyaan bara baajataa 2017tti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyeessiteen galii riikardii haaraa ta&#8217;e doolaara biiliyoona 2.65 argatte. Bara 2018tti ammoo buna toonii Kuma 600 erguun doolaara biiliyoona 3 argamsiisuuf hojjetamaa jira. Bakka buna itti ergamu biyyoota 60 irraa gara 84tti guddisuufis tarsiimoon qabameera. Abbaan Qabeenyaa Sa\u2019id Daamxee ergitoota buna galii biyyaaf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7167,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[27],"tags":[],"class_list":["post-7166","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-diinagdee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#039;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#039;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Hagayya 16\/2017 Itoophiyaan bara baajataa 2017tti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyeessiteen galii riikardii haaraa ta&#8217;e doolaara biiliyoona 2.65 argatte. Bara 2018tti ammoo buna toonii Kuma 600 erguun doolaara biiliyoona 3 argamsiisuuf hojjetamaa jira. Bakka buna itti ergamu biyyoota 60 irraa gara 84tti guddisuufis tarsiimoon qabameera. Abbaan Qabeenyaa Sa\u2019id Daamxee ergitoota buna galii biyyaaf [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-23T10:10:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-23T10:10:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#8217;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite?\",\"datePublished\":\"2025-08-23T10:10:05+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-23T10:10:06+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/\"},\"wordCount\":340,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Diinagdee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/\",\"name\":\"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta'e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-23T10:10:05+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-23T10:10:06+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7166\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#8217;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta'e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta'e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Hagayya 16\/2017 Itoophiyaan bara baajataa 2017tti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyeessiteen galii riikardii haaraa ta&#8217;e doolaara biiliyoona 2.65 argatte. Bara 2018tti ammoo buna toonii Kuma 600 erguun doolaara biiliyoona 3 argamsiisuuf hojjetamaa jira. Bakka buna itti ergamu biyyoota 60 irraa gara 84tti guddisuufis tarsiimoon qabameera. Abbaan Qabeenyaa Sa\u2019id Daamxee ergitoota buna galii biyyaaf [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-23T10:10:05+00:00","article_modified_time":"2025-08-23T10:10:06+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#8217;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite?","datePublished":"2025-08-23T10:10:05+00:00","dateModified":"2025-08-23T10:10:06+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/"},"wordCount":340,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg","articleSection":["Diinagdee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/","name":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta'e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg","datePublished":"2025-08-23T10:10:05+00:00","dateModified":"2025-08-23T10:10:06+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536278254_1218158896999551_5661613733426693053_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7166\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Itoophiyaan oomisha bunaa riikardii ta&#8217;e gabaa addunyaaf akkamiin dhiyeessite?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7166","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7166"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7166\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7168,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7166\/revisions\/7168"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7167"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7166"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7166"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7166"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}