{"id":7415,"date":"2025-08-27T11:18:13","date_gmt":"2025-08-27T11:18:13","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7415"},"modified":"2025-08-27T13:20:30","modified_gmt":"2025-08-27T13:20:30","slug":"milkaainni-hidhaa-haaroomsaa-ilaalcha-biyyoota-alaa-itoophiyaaf-qaban-jijjiire-hayyoota","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/","title":{"rendered":"Milkaa&#8217;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Hagayya 21\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eImala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf ifa taasisuuf guyyoota muraasatu hafa.<\/p>\n\n\n\n<p>Gorsaan Ministira Ministeera Bishaaniifi Inarjii Obbo Mootummaa Maqaasaa turtii AMN PLUS waliin taasisaniin, \u200eItoophiyaan hidha kana ijaaruu hin dandeessu jechuun guutuun addunyaa ajandaa godhatee hasa&#8217;aa kan ture san lammiileen kutannoon ka&#8217;anii yaadama sana akka jijjiiran dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBiyyoonni addunyaa Itoophiyaan dhuguma pirojektii guddaa hagana gahu kana ijaaruu dandeessi jedhanii kan shakkan san jijjiiruun, akka Itoophiyaan cimtuu, jabduu taate ifatti agarsiisuun ilaalcha siyaasaafi kutannoo biyyattiin dinagdeerratti qabdu kan mul&#8217;isu ta&#8217;uu Obbo Mootummaa Maqaasaa ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMilkaa&#8217;inni Hidha Haaromsaa walitti dhufeenya Itoophiyaafi biyyoota oolla akkasumas dipoloomaasii biyyoota heddu waliin uumuu keessatti gumaachi isaa guddaa ta&#8217;uu Barsiisaafi Qorataan Dhimma Bishaanii Dr. Bojaa Mokonnin ni ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHumna ibsa amma Hidha haaromsarraa maddu biyyoota Gaanfa Afriikaafi kanneen birootiif &#8216;export&#8217; gochuun walitti hidhaamiinsa dinagdee Itoophiyaan biyyoota addunyaa waliin qabdu daran akka cimsu Dr. Bojaa Mokonnin kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMilkaa&#8217;inni ijaarsa hidha haaromsaa dandeettii Itoophiyaa qofa osoo hin ta&#8217;in gahumsa Afrikaanootaallee addunyaatti akka agrsiise Falmaan Hidha Haaromsaafi Fayidaa Biyyaalessaa Obbo Muusaa Sheekoo ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan Hidha kana ijaaruu isheetiin yeroo 14f mana maree addunyaatti kan himatamte, atakaroo kana hunda keessa dabruun injiffaannoo har&#8217;aa kana hidha Abbayyaa kana xumuruun eebbaf qopha&#8217;uun ishee injiffannoo boonsaa ta&#8217;uu Obbo Muusaa Sheekoo dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidhan Haaromsaa Itoophiyaa kun biyyoota baha Afrikaatti nageenyaa fi tasgabbii akka fidus obbo Mootummaa Maqaasaa himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis hidhi kuni madda waloo biyyoota baha Afrikaa waan ta&#8217;eef biyyoonni wal danda&#8217;uun misooma waloorratti akka xiyyeeffataniif gumaachi isaa olaanaa ta&#8217;uus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGama biraatiin harkisa tuurizimii ta&#8217;uun magaaloota itti dhiyeenyan argamaniif madda galii guddaa akka uumu Dr. Bojaa Mokonnin himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBiyyoota yaa&#8217;a gara gadiis lagni Abbayyaa hidhamuun wanni inni miidhu akka hin jirre ibsameera. Inumaa bishaan yeroo gannaa yaa&#8217;e dabruu kuusuun yemmuu hanqinni bishaanii mudatellee seera addunyaatiin bishaan gahaa ta&#8217;ee akka yaa&#8217;u taasisuun akka danda&#8217;amus ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n\n\n\n<p>.<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7415\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"d18107df73\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7415\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Hagayya 21\/2017 \u200eImala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa&#8217;eera. \u200eHidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf ifa taasisuuf guyyoota muraasatu hafa. Gorsaan Ministira Ministeera Bishaaniifi Inarjii Obbo Mootummaa Maqaasaa turtii AMN PLUS waliin taasisaniin, \u200eItoophiyaan hidha kana ijaaruu hin dandeessu jechuun [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7417,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[24,16],"tags":[],"class_list":["post-7415","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dipploomasii","category-editors-pick","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Milkaa&#039;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Milkaa&#039;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Hagayya 21\/2017 \u200eImala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa&#8217;eera. \u200eHidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf ifa taasisuuf guyyoota muraasatu hafa. Gorsaan Ministira Ministeera Bishaaniifi Inarjii Obbo Mootummaa Maqaasaa turtii AMN PLUS waliin taasisaniin, \u200eItoophiyaan hidha kana ijaaruu hin dandeessu jechuun [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-27T11:18:13+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-27T13:20:30+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1920\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Milkaa&#8217;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota\",\"datePublished\":\"2025-08-27T11:18:13+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-27T13:20:30+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/\"},\"wordCount\":346,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/6-6-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Dipploomasii\",\"Editor's Pick\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/\",\"name\":\"Milkaa'inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/6-6-1.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-27T11:18:13+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-27T13:20:30+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/6-6-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/6-6-1.jpg\",\"width\":1920,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7415\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Milkaa&#8217;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Milkaa'inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Milkaa'inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Hagayya 21\/2017 \u200eImala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa&#8217;eera. \u200eHidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf ifa taasisuuf guyyoota muraasatu hafa. Gorsaan Ministira Ministeera Bishaaniifi Inarjii Obbo Mootummaa Maqaasaa turtii AMN PLUS waliin taasisaniin, \u200eItoophiyaan hidha kana ijaaruu hin dandeessu jechuun [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-27T11:18:13+00:00","article_modified_time":"2025-08-27T13:20:30+00:00","og_image":[{"width":1920,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Milkaa&#8217;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota","datePublished":"2025-08-27T11:18:13+00:00","dateModified":"2025-08-27T13:20:30+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/"},"wordCount":346,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg","articleSection":["Dipploomasii","Editor's Pick"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/","name":"Milkaa'inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg","datePublished":"2025-08-27T11:18:13+00:00","dateModified":"2025-08-27T13:20:30+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/6-6-1.jpg","width":1920,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7415\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Milkaa&#8217;inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7415","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7415"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7415\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7429,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7415\/revisions\/7429"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7417"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7415"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7415"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7415"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}