{"id":7480,"date":"2025-08-28T11:34:21","date_gmt":"2025-08-28T11:34:21","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7480"},"modified":"2025-08-28T11:34:22","modified_gmt":"2025-08-28T11:34:22","slug":"xiyyeeffannoo-tuurizimiif-kennameen-faayidaa-diinagdee-damicha-guddachaa-jira-qorataa-tuurizimii-mahaammad-amaan-dr","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/","title":{"rendered":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira &#8211; Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 21\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eXiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eQophii Roga Dubbii AMN PLUS irratti, Itoophiyaan hawwatoota Tuurizimii uumamaa, namtocheefi aadaa hedduu qabaachuu ishee kan yaadachiisan qorataan kun biyyattiin qabeenya bal&#8217;aa kanarraa sadarkaa ol aanaatti fayyadamaa akka hin turre ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAmma garuu bu&#8217;uuraalee misoomaa Tuurizimii babal&#8217;isuufi hojii beeksisuu hojjatamaa jiruun Xiyyeeffannoo guddaa argachuun isaa galii Tuurizimii irraa argamu dabaluu keessatti gumaacha isaa bahataa akka jiru ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHawwatoota tuuristii kanneen akka Gaarreen Baalee, Haroo Wancii, Kooyishaafi kanneen biroo akka fakkeenyaatti kan kaasan Mahaammad (Dr.) bu&#8217;uuraaleen misoomaa bakkeewwan kanneenitti babal&#8217;achuun sadarkaa addunyaatti akka beekamaniifi daawwattootni akka gara bakkeewwan kanaatti imalan taasisaa jira jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMarii kana irratti kan hirmaatan, Dursaan Hoji-raawwachiisaa Iddoowwan Hawwata Tuurizimii Ministeera Tuurizimii Itoophiyaa Obbo Musaa Kadir, Tuurizimiin akka dameetti erga hojii eegalee jaarraa walakkaa ol lakkoofsisuu yaadachuun, bakkeewwan kanaan dura daawwatamanillee muraasa tahuu eeraniru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKuufama Tuurizimii bakkeewwan hawwata tuuristii muraasa irra ture gara kallattiiwwan birootti babal&#8217;isuuf mootummaan hojjataa jiraachuu kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan hawwatoota Tuurizimii hedduu Dhaabbata Barnootaa, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii UNESCO&#8217;tti galmeessisuun Afriikaa irraa biyya ishee jalqabaa taatus, gama fayyadamummaa diinagdeeen garuu ammallee hojjatamuu akka qabu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eQorataa Tuurizimii kan ta&#8217;an Mahaammad Amaan (Dr.), hawwata Tuurizimii qabeenya ol aanaa ta&#8217;e kana faayidaa gama diinagdeefi hawaasummaan qabu daran dabaluuf ammallee bakkeewwan bu&#8217;uuraaleen misoomaa babal&#8217;isuun, hoj-maata ammayyeessuun, ijaarsa dandeettii guddisuufi hawwatoota kana kuunuunsuu akkasumas eeguun murteessaa akka ta&#8217;e dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eObbo Musaan gama isaaniin pirojektootni Maaddii Biyyaafi Dhalootaa Ministira Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) damee kana jajjabeessuu keessatti gumaacha olaanaa bahachuu ibsuun gara fuulduraatti, ministeera fayyaa wajjin tahuun Tuurizimii fayyaa wajjin wal qabatu \u201cMedical Tourism\u201djedhamu eegaluuf karoorfamuu himanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eInvastimantii Tuurizimii guddisuuf bu&#8217;uuraalee misoomaa babal&#8217;isuu, bakka boqonnaafi bashannanaa daawwatootaa qopheesuurra darbee, abbootiin qabeenyaa hojii kana keessatti akka hirmaatan taasisuuf gama mootummaan sagantaawwan onnachiisan hedduun akka qophaa&#8217;anii jiran Obbo Musaan itti dabaluun hubachiisanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7480\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5b85b1eadd\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7480\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 21\/2017 \u200eXiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. \u200eQophii Roga Dubbii AMN PLUS irratti, Itoophiyaan hawwatoota Tuurizimii uumamaa, namtocheefi aadaa hedduu qabaachuu ishee kan yaadachiisan qorataan kun biyyattiin qabeenya bal&#8217;aa kanarraa sadarkaa ol aanaatti fayyadamaa akka [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7481,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[7,16],"tags":[],"class_list":["post-7480","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-biizinasii","category-editors-pick","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 21\/2017 \u200eXiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. \u200eQophii Roga Dubbii AMN PLUS irratti, Itoophiyaan hawwatoota Tuurizimii uumamaa, namtocheefi aadaa hedduu qabaachuu ishee kan yaadachiisan qorataan kun biyyattiin qabeenya bal&#8217;aa kanarraa sadarkaa ol aanaatti fayyadamaa akka [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-28T11:34:21+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-28T11:34:22+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira &#8211; Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)\",\"datePublished\":\"2025-08-28T11:34:21+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-28T11:34:22+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/\"},\"wordCount\":342,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Biizinasii\",\"Editor's Pick\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/\",\"name\":\"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-28T11:34:21+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-28T11:34:22+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":2048},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7480\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira &#8211; Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 21\/2017 \u200eXiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. \u200eQophii Roga Dubbii AMN PLUS irratti, Itoophiyaan hawwatoota Tuurizimii uumamaa, namtocheefi aadaa hedduu qabaachuu ishee kan yaadachiisan qorataan kun biyyattiin qabeenya bal&#8217;aa kanarraa sadarkaa ol aanaatti fayyadamaa akka [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-28T11:34:21+00:00","article_modified_time":"2025-08-28T11:34:22+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":2048,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira &#8211; Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)","datePublished":"2025-08-28T11:34:21+00:00","dateModified":"2025-08-28T11:34:22+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/"},"wordCount":342,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg","articleSection":["Biizinasii","Editor's Pick"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/","name":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira - Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg","datePublished":"2025-08-28T11:34:21+00:00","dateModified":"2025-08-28T11:34:22+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/536270124_1223259899822784_7412712824570045081_n.jpg","width":2048,"height":2048},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7480\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira &#8211; Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7480","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7480"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7480\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7482,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7480\/revisions\/7482"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7481"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7480"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7480"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7480"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}