{"id":7490,"date":"2025-08-28T13:35:28","date_gmt":"2025-08-28T13:35:28","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7490"},"modified":"2025-08-28T13:52:39","modified_gmt":"2025-08-28T13:52:39","slug":"lubbuu-ooli-jedhamte","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/","title":{"rendered":"Lubbuu ooli jedhamte"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS \u2013 Hagayya 22\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Mormi garagalee ilaaluuf uumame jedhama mitiiree? Yerooma xiqqoo morma nama dhukkubee of irra garagaluun ilaaluun nama dhibullee hangam yaaddoo akka uumu tilmaamuun nama hin dhibu.<\/p>\n\n\n\n<p>Namnimaqaan isaa akka hin ibsamne barbaadu kun garuu waggoota Afran darbaniif garagalee ilaaluuf miti; bakka namni gahe gahuun saalfii itti tahe. Ba\u2019aan isaaitti ulfaachuurra darbee sirni hargansuu isaa jeeqamaa, qilleensa fudhachuufi baasuun qorumsa itti tahee ture.<\/p>\n\n\n\n<p>DoktorObsaa Birraatuu Ispeeshalistii Wal\u2019aansa Baqaqsanii yaaluu Hospitaala Rifaraala Yunivarsiitii Ambooti, Wal\u2019aansa baqaqsanii yaaluu kana irratti illee hirmaatanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"656\" height=\"1004\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-2.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7492\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-2.jpg 656w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-2-196x300.jpg 196w\" sizes=\"(max-width: 656px) 100vw, 656px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Haala isaas, AMN Digital\u2019f ibsanii jiru. Ga\u2019eessi waggaa 40 kuni torban lama dura gara hospitaalaa yeroo dhufu, haala wal xaxaa keessa akka ture yaadatu.Dhukkubbiin xannacha morma isaa irratti guddatee argamu kanaa&nbsp; cimaa akka ture dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Maal kana qofa, waan itti ulfaatuuf ol jedheenama ilaaluu, of irra garagaluu mitii, asiifi achi socho\u2019uunuu rakkisaa akka ture dubbatan, Dr. Obsaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Gareen qorannoo dhimmuma kanaaf hundaa\u2019e erga ogummaa isaatti dhimma bahuun akkasumas kitaabotaafi qorannoowwan hedduu dubbisee booda, bira gahuu akka danda\u2019es ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Wanti morma ga\u2019eessa kana irraa kahuun gara irree isaa lamaanitti deemaa jiruufinaannoo morma isaa guutummaatti dhiita\u2019uun isa dhaale kun quufa mormaa akkan taane bira gahuu ibsaniiru. Xannachi sababaa cooma hinn barbaachisne gogaa jalaa naannoo morma isaatti baate babal\u2019achaaadeemuun rakkoo guddaa nama kanatti fiduu dubbatan. Dhibeen &#8216;Madelung\u2019s Disease&#8217; jedhamu kun akkuma addunyaatti iyyuu darbee darbee maleebaay\u2019inaan kan mudatu akkan taane ibsaniiru, Dr. Obsaan.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"649\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-649x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7493\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-649x1024.jpg 649w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-190x300.jpg 190w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05.jpg 718w\" sizes=\"(max-width: 649px) 100vw, 649px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Akka qorannoowwan mul\u2019isanitti namoota Kuma Tokko keessa namoota muraasa irratticarraa uumamuu qaba jedhan. Ga\u2019eessi kun mormi isaa akka malee dhiita\u2019uun bhawaasa keessaa akka addatti bahu gochuurra darbee, sochiif waan isaf hinmijanneef hojjatee jiraachuu hin dandeenye jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Nyaachuufi dhuguu, qilleensa seensisuufi baasuu ykn harganuun, ciisuun akka isaaf hin danda\u2019amne kan ibsan Dr. Obsaan amma ammoo gara Somba isaatti illee deemaa akkature himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ergaqophii barbaachisu hundumaa taasisanii booda, ogeessotni 3\u2019n kutaa wal\u2019aansi baqaqsanii yaaluu itti taasisamu seenan. Isaanis Dr. Obsaa Birraatuu, DrSiinboonaa Araarsaa fi Dr. Birhaanuu Niguseefi ogeessotni kanneen biro hirmaachuun, xannacha cooma qaama namaa keessatti hin barbaachifneen uumame kana yaalii sa\u2019aatii5 fudhateen dhabamsiisuu danda\u2019anii jiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"634\" height=\"960\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-40.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-7494\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-40.jpg 634w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-40-198x300.jpg 198w\" sizes=\"(max-width: 634px) 100vw, 634px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Qindeessaangaree wal\u2019aansa kanaa Dr. Obsaan, morma ga\u2019eessa kanaarraa xannacha Kiiloo Giraama 3 fi walakkaa ol ta\u2019u kana dhabamsiisuuf sa\u2019aatii 5 akka isaanitti fudhateibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ga\u2019eessikun yeroo ammaa fayyaa gaarii irratti akka argamu kan dubbatan Dr. Obsaan, amma sirnaan harganuu akka danda\u2019e itti dabaluun dubbataniiru. Boqonnaa yeroomuraasaa booda ammoo, qaamuma xannacha kanaa kutaalee qaama namtichaa irratti argaman akka dhabamsiisan AMN Digital\u2019itti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kutaaleenhawaasaa garaa garaa yeroo qaama isaanii irratti mallattoowwan hin baratamne akkasii argan dafanii gara dhaabbata fayyaa dhaquun rakkoo wal fakkaataa ittiaansee dhufuu malu irraa of baraaruun, fayyaa isaanii eeggachuu qabu jechuun dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>MalkaamuuAbbabaatiin,<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7490\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"fdc56cd195\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7490\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS \u2013 Hagayya 22\/2017 Mormi garagalee ilaaluuf uumame jedhama mitiiree? Yerooma xiqqoo morma nama dhukkubee of irra garagaluun ilaaluun nama dhibullee hangam yaaddoo akka uumu tilmaamuun nama hin dhibu. Namnimaqaan isaa akka hin ibsamne barbaadu kun garuu waggoota Afran darbaniif garagalee ilaaluuf miti; bakka namni gahe gahuun saalfii itti tahe. Ba\u2019aan isaaitti ulfaachuurra darbee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7491,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[22,26],"tags":[],"class_list":["post-7490","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-fayyaa","category-oduu-dinqisiisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS \u2013 Hagayya 22\/2017 Mormi garagalee ilaaluuf uumame jedhama mitiiree? Yerooma xiqqoo morma nama dhukkubee of irra garagaluun ilaaluun nama dhibullee hangam yaaddoo akka uumu tilmaamuun nama hin dhibu. Namnimaqaan isaa akka hin ibsamne barbaadu kun garuu waggoota Afran darbaniif garagalee ilaaluuf miti; bakka namni gahe gahuun saalfii itti tahe. Ba\u2019aan isaaitti ulfaachuurra darbee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-28T13:35:28+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-28T13:52:39+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"610\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Lubbuu ooli jedhamte\",\"datePublished\":\"2025-08-28T13:35:28+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-28T13:52:39+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/\"},\"wordCount\":450,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg\",\"articleSection\":[\"Fayyaa\",\"Oduu Dinqisiisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/\",\"name\":\"Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-28T13:35:28+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-28T13:52:39+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg\",\"width\":720,\"height\":610},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7490\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Lubbuu ooli jedhamte\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS \u2013 Hagayya 22\/2017 Mormi garagalee ilaaluuf uumame jedhama mitiiree? Yerooma xiqqoo morma nama dhukkubee of irra garagaluun ilaaluun nama dhibullee hangam yaaddoo akka uumu tilmaamuun nama hin dhibu. Namnimaqaan isaa akka hin ibsamne barbaadu kun garuu waggoota Afran darbaniif garagalee ilaaluuf miti; bakka namni gahe gahuun saalfii itti tahe. Ba\u2019aan isaaitti ulfaachuurra darbee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-28T13:35:28+00:00","article_modified_time":"2025-08-28T13:52:39+00:00","og_image":[{"width":720,"height":610,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Lubbuu ooli jedhamte","datePublished":"2025-08-28T13:35:28+00:00","dateModified":"2025-08-28T13:52:39+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/"},"wordCount":450,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg","articleSection":["Fayyaa","Oduu Dinqisiisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/","name":"Lubbuu ooli jedhamte - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg","datePublished":"2025-08-28T13:35:28+00:00","dateModified":"2025-08-28T13:52:39+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/photo_2025-08-28_16-14-05-3.jpg","width":720,"height":610},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7490\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Lubbuu ooli jedhamte"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7490","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7490"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7490\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7495,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7490\/revisions\/7495"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7491"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7490"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7490"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7490"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}