{"id":7523,"date":"2025-08-29T09:16:06","date_gmt":"2025-08-29T09:16:06","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7523"},"modified":"2025-08-29T09:16:08","modified_gmt":"2025-08-29T09:16:08","slug":"finfinneen-giddugala-konfiraansii-tuurizimii-taaa-jirti-guutuu-teessoo-dr","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/","title":{"rendered":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.)"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS-Hagayya 23\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFinfinneen Giddu gala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti jechuun ogeessi diinagdee Guutuu Teessoo (Dr.) dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dr. Guutuun AMN Digital waliin turtii taasisaniin, \u200ejijjiiramni magaalaa Finfinnee keessatti gama maraan mul\u2019achaa jiraachuu kan himan ogeessi diinagdee kun hoteelonni ammayyaa saffisaan babal\u2019achuu, bakkeewwan yaa\u2019iiwwam sadarkaa addunyaatti adeemsifaman babal\u2019achuufi hawwata tuurizimii ishee irratti hojiileen fooyya\u2019iinsaa hojjatamuun sababoota Finfinneen akka giddu gala taatu taasisaa jiran keessaa akka ta\u2019an ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalota gurguddoo addunyaa irratti adda durummaan konfiransii tuurizimiif filatamoo ta\u2019an akka Baankok, Dubaayi, Niiw Yoork, Afrikaa keessattillee kan akka Johaannesbarg fi Naayiroobii eeranii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Damee tajaajilaa keessaamaa galiin harki guddaan tuurizimii konfiraansii fi hojiiwwan kanaan walqabatan irraa akka argamu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Lakkoofsi namoota gara magaalota gurguddoo addunyaa kanaa deeman waggaa waggaadhaan dabalaa akka jirullee ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFinfinneen, teessoo Gamtaa Afrikaa fi magaalota Afrikaa guddachaa jiran keessaa tokko ta\u2019uu isheetiin konfiraansiin turizimii magaalota lafee dugdaa dinagdee itti ta\u2019e keessaa ishee adda duree ta\u2019uuf akka deemtus itti dabaluun ibsaniiru.\u200e<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSektarootni tajaajila kennan kanneen hojii aadaa, dizaayinii aadaa fi aartii irratti bobba\u2019an, ogeessota bobbocaa, hoteelota, dhiyeessitoota geejjibaa fi daandiiwwan qilleensaa Itiyoophiyaa fayyadamtoota adda durummaan turizimii konfiraansii magaalattii irraa fayyadaman akka ta\u2019an dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDaandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Afrikaa keessatti daandii qilleensaa maqaa gaarii qabuu fi indaastirii tuurizimii fi aadaa keessummaa simachuu Itoophiyaa beeksisuu keessatti gahee olaanaa akka qabu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWaggoota afran shanan darbaniif daandiin qilleensaa Itoophiyaa daandiiwwan qilleensaa Afrikaa fi addunyaa keessaa warra adda duree ta\u2019an keessaa tokko ta\u2019uun filatamuu isaa eeruun kunis daandiin xiyyaaraa Itoophiyaa damee daawwattootaa fi tuurizimii konfiraansii irraa galii guddaa akka argatu taasisuu isaa ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eIndaastirichi dhiyeessitoota dhugaatii, oomishaalee beeyladaa fi beeyladaan wal qabatan, kuduraalee fi muduraalee akkasumas oomishaalee nyaataa biroof barbaachisaa akka ta\u2019e ibsuun kunis walitti hidhamiinsa bittootaa fi gurgurtootaa indaastiricha keessa jiru akka guddisu himanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFaayidaa gama hawaasummaatiin qabu irratti kan dubbatan ogeessi diinagdee kun maqaa gaarii Itoophiyaa ijaaruun lakkoofsi daawwattootaa akka dabaluuf gahee guddaa akka qabu ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan bakkeewwan hawwattoota tuuristii adda ta\u2019anii fi ajaa\u2019ibsiisoo ta\u2019an kan daawwattoota biyya keessaa fi idil-addunyaa hawwatan hedduu akka qabdu ibsuudhaan Tuurizimiin konfiraansii Itoophiyaan biyya saboota, sablammootaafi ummattootni garaa garaa 80 ol ta\u2019an kan afaan, amantii, duudhaafi aadaatiin\u200e wal danda\u2019uufi wal kabajuun waliin jiraachuu hawaasa idil-addunyaatti akka beeksisullee akkasuma addeessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eOgeessa diinagdee kan ta\u2019an Guutuu Teesssoo (Dr.) Konfiraansiin Tuurizimii faayidaa diinagdee, hawaasummaa, fi siyaasaa qofa osoo hin taane kallattii hundumaan ummata biyyattiif faayidaa olaanaa akka qabu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinneen baatii Fulbaanaatti Konfiraansii Idil addunyaa gurguddoo sadii, kan namoonni kuma 25 ol irratti hirmaatan keessummeessiti.<\/p>\n\n\n\n<p>Biraanuu Warqinaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7523\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5b85b1eadd\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7523\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS-Hagayya 23\/2017 \u200eFinfinneen Giddu gala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti jechuun ogeessi diinagdee Guutuu Teessoo (Dr.) dubbatan. Dr. Guutuun AMN Digital waliin turtii taasisaniin, \u200ejijjiiramni magaalaa Finfinnee keessatti gama maraan mul\u2019achaa jiraachuu kan himan ogeessi diinagdee kun hoteelonni ammayyaa saffisaan babal\u2019achuu, bakkeewwan yaa\u2019iiwwam sadarkaa addunyaatti adeemsifaman babal\u2019achuufi hawwata tuurizimii ishee irratti hojiileen fooyya\u2019iinsaa hojjatamuun sababoota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7524,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[27,16],"tags":[],"class_list":["post-7523","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-diinagdee","category-editors-pick","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS-Hagayya 23\/2017 \u200eFinfinneen Giddu gala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti jechuun ogeessi diinagdee Guutuu Teessoo (Dr.) dubbatan. Dr. Guutuun AMN Digital waliin turtii taasisaniin, \u200ejijjiiramni magaalaa Finfinnee keessatti gama maraan mul\u2019achaa jiraachuu kan himan ogeessi diinagdee kun hoteelonni ammayyaa saffisaan babal\u2019achuu, bakkeewwan yaa\u2019iiwwam sadarkaa addunyaatti adeemsifaman babal\u2019achuufi hawwata tuurizimii ishee irratti hojiileen fooyya\u2019iinsaa hojjatamuun sababoota [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-08-29T09:16:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-08-29T09:16:08+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.)\",\"datePublished\":\"2025-08-29T09:16:06+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-29T09:16:08+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/\"},\"wordCount\":431,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Diinagdee\",\"Editor's Pick\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/\",\"name\":\"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-08-29T09:16:06+00:00\",\"dateModified\":\"2025-08-29T09:16:08+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/08\\\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7523\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS-Hagayya 23\/2017 \u200eFinfinneen Giddu gala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti jechuun ogeessi diinagdee Guutuu Teessoo (Dr.) dubbatan. Dr. Guutuun AMN Digital waliin turtii taasisaniin, \u200ejijjiiramni magaalaa Finfinnee keessatti gama maraan mul\u2019achaa jiraachuu kan himan ogeessi diinagdee kun hoteelonni ammayyaa saffisaan babal\u2019achuu, bakkeewwan yaa\u2019iiwwam sadarkaa addunyaatti adeemsifaman babal\u2019achuufi hawwata tuurizimii ishee irratti hojiileen fooyya\u2019iinsaa hojjatamuun sababoota [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-08-29T09:16:06+00:00","article_modified_time":"2025-08-29T09:16:08+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":720,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.)","datePublished":"2025-08-29T09:16:06+00:00","dateModified":"2025-08-29T09:16:08+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/"},"wordCount":431,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg","articleSection":["Diinagdee","Editor's Pick"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/","name":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg","datePublished":"2025-08-29T09:16:06+00:00","dateModified":"2025-08-29T09:16:08+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/08\/540717204_1223985913083516_7482530499649445602_n.jpg","width":1280,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7523\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneen giddugala Konfiraansii Tuurizimii ta\u2019aa jirti- Guutuu Teessoo (Dr.)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7523","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7523"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7523\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7525,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7523\/revisions\/7525"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7524"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7523"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7523"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7523"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}