{"id":7754,"date":"2025-09-03T05:22:36","date_gmt":"2025-09-03T05:22:36","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7754"},"modified":"2025-09-03T05:22:38","modified_gmt":"2025-09-03T05:22:38","slug":"ijaarsa-hidha-haaromsaa-waan-jalqabsiisaniif-minisitira-muummee-duraanii-obbo-mallas-zeenaawwiif-galatatu-malaaf-ministira-muummee-abiyyi-ahimad-dr","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/","title":{"rendered":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 26\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) \u201cIjaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf\u201d jechuun kaleessa marii dhimma xumuramuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha ilaalchisuun Gubaatti Gorsaa dhimma hawaasumaa isaanii Diyaaqon Daani\u2019el Kibrat waliin marii taasisan irratti ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>MM duraanii Mallas Zeenaawii haala mijataa ture fayyadamuun hidha haaromsaa jalqabsiisuu isaaniif galateeffatamuu akka qaban dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kun tarkaanfii sirrii bulchaa biyya tokkorraa eegamu ta&#8217;ee ibsamuu akka qabu kan eeran Ministirri Muummee, Obbo Mallas ijaarsi pirojektichaa eegalee waggaa isaatti lubbuun darbuu isaanii yaadachiisan.\u200e<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Sanas ta&#8217;u garuu hidha haaromsaa jalqabsiisuu isaanii qofaaf galata argachuu qabu, gatiinsaanii beekamuu qaba,&#8221; jechuun MM Abiyyi (Dr.) dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Obbo Mallas erga boqotanii aangoo kan qabatan Ministira Muummee duraanii Haayilamaariyaam Dassaalanyis hojii ijaarsa pirojektichaa itti fufsiisuu isaaniif galateeffamuu akka qaban kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDabalataanis, Kaampaaniin Saalinii yeroo dheeraaf hojicha qabatee ture, akkasumas maatiin Peetiroo isa booda hojicha itti fufsiise galateeffamuu akka qabu ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Peetiroon hojii hidhoota biroo 10 ta&#8217;an irratti illee hirmaachaa jiraachuu ibsuun, hojjattootni waggoota 14 guutuu haala rakkisaa danda&#8217;anii hojicha asiin ga&#8217;an akka galateeffamuu qaban ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eInjifannoo gootummaa olaanaa kanneen galmeessan keessaa gaazexessitoota waggoota kana hundumaa \u2018nan nuffe nan dadhabe\u2019 osoon jedhin afaanota garaa garaan waa&#8217;ee Hidha Haaromsaa addunyaa beeksisaa turanis galateeffataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMinistirri Muummee Itoophiyaa Miseensotni Raayyaa Ittisa biyyaafi poolisii, qaamolee kallattiinis ta\u2019e al kallattiin ijaaramuu hidha haaromsaaf deggersa taasisan akkasumas diyaaspooraafi lammiilee biyyaa hundumaa xumura irra gahuu Hidha haaromsaaf gumaacha godhan hunda galateeffataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7754\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"8c11740630\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7754\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 26\/2017 Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) \u201cIjaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf\u201d jechuun kaleessa marii dhimma xumuramuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha ilaalchisuun Gubaatti Gorsaa dhimma hawaasumaa isaanii Diyaaqon Daani\u2019el Kibrat waliin marii taasisan irratti ibsanii jiru. MM duraanii Mallas Zeenaawii haala mijataa ture [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7756,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-7754","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 26\/2017 Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) \u201cIjaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf\u201d jechuun kaleessa marii dhimma xumuramuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha ilaalchisuun Gubaatti Gorsaa dhimma hawaasumaa isaanii Diyaaqon Daani\u2019el Kibrat waliin marii taasisan irratti ibsanii jiru. MM duraanii Mallas Zeenaawii haala mijataa ture [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-03T05:22:36+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-03T05:22:38+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"717\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e\",\"datePublished\":\"2025-09-03T05:22:36+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-03T05:22:38+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/\"},\"wordCount\":259,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/\",\"name\":\"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-03T05:22:36+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-03T05:22:38+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":717},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7754\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Hagayya 26\/2017 Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) \u201cIjaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf\u201d jechuun kaleessa marii dhimma xumuramuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha ilaalchisuun Gubaatti Gorsaa dhimma hawaasumaa isaanii Diyaaqon Daani\u2019el Kibrat waliin marii taasisan irratti ibsanii jiru. MM duraanii Mallas Zeenaawii haala mijataa ture [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-03T05:22:36+00:00","article_modified_time":"2025-09-03T05:22:38+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":717,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e","datePublished":"2025-09-03T05:22:36+00:00","dateModified":"2025-09-03T05:22:38+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/"},"wordCount":259,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/","name":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg","datePublished":"2025-09-03T05:22:36+00:00","dateModified":"2025-09-03T05:22:38+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542685746_1226881539460620_402297348348804123_n.jpg","width":1280,"height":717},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7754\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)\u200e"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7754","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7754"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7754\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7757,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7754\/revisions\/7757"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7756"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7754"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7754"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7754"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}