{"id":7830,"date":"2025-09-04T11:22:09","date_gmt":"2025-09-04T11:22:09","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7830"},"modified":"2025-09-04T11:22:11","modified_gmt":"2025-09-04T11:22:11","slug":"hidha-waliigaltee-kolonii-duwwaatti-hambise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/","title":{"rendered":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS &#8211; Hagayya 29\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan dachee Bilisummaa, fakkeenya injifannoo yaadama Harka laachuu dhiisuu Afriikaanota dhaalchistedha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBiyya qabeenya uumamaafi albuuda adda addaa qabdu taatee, karri bahumsaa hiyyummaa irraa fagaateen turteefi qormaata alaafi keessaa itti danqarame jalaa miliquuf rakkinni qolee ishee qabee ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Har&#8217;a garuu irree jabaa, beekumsaafi qabeenya lammiilee ishee qormaatni hin jilbeeffachiisneen, hidhi haaromsaa ijaaramee xumuramuun seenaa boonsaaf qaqqabeera, seenaa dhaabbataas ta&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAmbaasaaddar Silashii Baqqala (Dr. Injinar) Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa ilaalchisee turtii addatti AMN PLUS waliin taasisaniin hidhicha irratti dhiibbaawwan gurguddaa wal faallessan lama akka turan ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhiibbaan inni jalqabaa kan kahu waliigalteewwan yeroo Kolonii turan gaariidha jedhanii kanneen amananiifibyaada kana leellisan irraa ka&#8217;uu ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhiibbaan inni 2ffaa ammoo biyyoota Yaa&#8217;a gadii irraa kan maddu yoo tahu inni ammoo ana malee biyyi biraa fayyadamuu hin qabu kan jedhu ilaalcha of qofa jaalachkan of keessaa qabu tahuu himan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaanis wal deggersaafi mariidhaaf balbala ishee banaa gochuun injifachuu akka dandeesse kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eXaariin yaada koloneeffattummaa biyya birmadummaa qabdu irra kaahuu kan dhufe qabeenya keenya saamuuf tattaaffii taasifame tahuullee ibsan. Ambaasaaddar Silashiin (Dr.\/Injinar)<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaanis dhugaa qabatamaa hidhichaa hubachiisuun, faayidaan isaa badhaadhina kan fiduufi hiyyummaa keessaa bahuuf furmaata tahuu isaafi fayyadamummaa ummataa guddisuu keessatti gahee inni qabu beeksisuun adeemsa hordofuun itti milkoofte tahuu kaasan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidhi Haaromsaa dhimma Mana Maree Nageenyaa bira gahe ta\u2019uu yaadachiisuun dhugaa jiru biyyattii irraa kaasee hanga Gamtaa Afrikaa fi hawaasa idil addunyaa hunda biratti akka hubatamu gochuun bilchina dippilomaasii guddaa akka agarsiise hubachiisan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKeessattuu, hojii dippilomaasii gahumsa qabu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)n durfamu kaasuun bu&#8217;aan qabatamaa kan irraa argame ta&#8217;uu isaa ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidhi Haaromsaa amma ijaaramee xumurarra gahe milkaa\u2019ina dippilomaasii keenyaaf ragaadha&#8221; jedhan ambaasaaddarichi.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eLammiileen Itiyoophiyaa, daa\u2019imman irraa kaasee hanga ga\u2019eessotaatti, biyya keessaas ta\u2019e biyya alaatii, akka ambaasaaddaraattis ta\u2019e adda durummaan dhimma biyyaalessaa kana irratti hirmaachuun gahee olaanaa akka qabu hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFuulduratti akka biyyaatti hojiiwwan dippilomaasii hedduun akka hojjetaman kan dubbatan Ambaasaaddar Silashiin &#8220;yeroo ammaa hidha haayidio elektirikaa guddicha Afrikaa keessatti ijaarree jirra&#8221; jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHidhichi waggaa waggaan lolaadhaan biyya miidhamaa jirtu Sudaan balaa lolaa irraa kan baraaru ta\u2019uu kan himan Ambaasaaddarichi, biyyootni yaa&#8217;a gadii hundi kana booda tumsuun dhimma barbaachisaa ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Milkaa\u2019ina hidha haaromsaaf kanneen gama maallaqaan, dippilomaasiin, sagalee walitti qabuufi barruulee saayinsaawaa qopheessuuf lammiileen Itoophiyaa itti gaafatamummaa seena-qabeessa bahattan hunduu Baga gammaddan&#8221; jechuun Doktar Injinar Ambaasaaddar Silashiin, turtii addatti AMN PLUS wajjin taasisaniin ergaa dabarsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7830\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"d18107df73\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7830\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Hagayya 29\/2017 \u200eItoophiyaan dachee Bilisummaa, fakkeenya injifannoo yaadama Harka laachuu dhiisuu Afriikaanota dhaalchistedha. \u200eBiyya qabeenya uumamaafi albuuda adda addaa qabdu taatee, karri bahumsaa hiyyummaa irraa fagaateen turteefi qormaata alaafi keessaa itti danqarame jalaa miliquuf rakkinni qolee ishee qabee ture. Har&#8217;a garuu irree jabaa, beekumsaafi qabeenya lammiilee ishee qormaatni hin jilbeeffachiisneen, hidhi haaromsaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7832,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,18],"tags":[],"class_list":["post-7830","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Hagayya 29\/2017 \u200eItoophiyaan dachee Bilisummaa, fakkeenya injifannoo yaadama Harka laachuu dhiisuu Afriikaanota dhaalchistedha. \u200eBiyya qabeenya uumamaafi albuuda adda addaa qabdu taatee, karri bahumsaa hiyyummaa irraa fagaateen turteefi qormaata alaafi keessaa itti danqarame jalaa miliquuf rakkinni qolee ishee qabee ture. Har&#8217;a garuu irree jabaa, beekumsaafi qabeenya lammiilee ishee qormaatni hin jilbeeffachiisneen, hidhi haaromsaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-04T11:22:09+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-04T11:22:11+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise\",\"datePublished\":\"2025-09-04T11:22:09+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-04T11:22:11+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/\"},\"wordCount\":403,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/\",\"name\":\"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-04T11:22:09+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-04T11:22:11+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7830\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Hagayya 29\/2017 \u200eItoophiyaan dachee Bilisummaa, fakkeenya injifannoo yaadama Harka laachuu dhiisuu Afriikaanota dhaalchistedha. \u200eBiyya qabeenya uumamaafi albuuda adda addaa qabdu taatee, karri bahumsaa hiyyummaa irraa fagaateen turteefi qormaata alaafi keessaa itti danqarame jalaa miliquuf rakkinni qolee ishee qabee ture. Har&#8217;a garuu irree jabaa, beekumsaafi qabeenya lammiilee ishee qormaatni hin jilbeeffachiisneen, hidhi haaromsaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-04T11:22:09+00:00","article_modified_time":"2025-09-04T11:22:11+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":720,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise","datePublished":"2025-09-04T11:22:09+00:00","dateModified":"2025-09-04T11:22:11+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/"},"wordCount":403,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/","name":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg","datePublished":"2025-09-04T11:22:09+00:00","dateModified":"2025-09-04T11:22:11+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/542757870_1229032379245536_5334496209683316574_n.jpg","width":1280,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7830\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hidha waliigaltee Kolonii duwwaatti hambise"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7830","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7830"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7830\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7833,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7830\/revisions\/7833"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7832"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7830"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7830"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7830"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}