{"id":7850,"date":"2025-09-04T17:06:51","date_gmt":"2025-09-04T17:06:51","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=7850"},"modified":"2025-09-04T17:06:53","modified_gmt":"2025-09-04T17:06:53","slug":"teeknooloojii-fi-uumama-wal-sime-singaapor","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/","title":{"rendered":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Hagayya 29\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGuddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFaallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan guddatte biyya fakkeenya gaarii qabdu ta\u2019uun dhaadheffamaa jirti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBara 1963 booda kolonii Ingilizii jalaa kan baate Singaapoor Federeeshinii Maaleezhiyaa irraa cituun akka biyyaatti hundoofte. Yeroo sanattis Lii Kuwaan Yew Abbaa Singaapoor jedhamuun kan beekamu gaggeessaa biyyattii ta\u2019uun aangoo qabate.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBara 1960&#8217;ta keessa namoonni miliyoona sadii hoji dhabaa kan turan yoo ta\u2019u, ummata biyyattii hunda keessaa harki lama daangaa biyyatti keessa faca\u2019anii bakka qaroominni hin geenye keessa jiraataa turan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHanqinni qulqullinaa yoo jiraatu, bu\u2019uuraaleen misoomaas hin turre. Dhiyeessiin bishaanii hanqachuufi qabeenyi uumamaa muraasa tahuun biyya kana haaromsuuf mata dhukkubbii ture.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGaggeessaan yeroo sanaa Lii Kuwaan Yew murtoowwan bu\u2019uuraa kaa\u2019uun waggoota torba keessatti biyyattiin Kooriyaa Kibbaa, Taayiwaan fi Hoong Koong kanneen guddina diinagdeefi hawaasummaan ishee caalaa tutan waliin dorgomuu akka jalqabdu taasisan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBara 1970&#8217;ta gara jalqabaa guddinni waliigalaa biyya keessaa (GDP)n baay&#8217;ee waan hin guddanneef Singaapooritti galiin nama tokkoo waggaatti doolaara 500 kan ture bara 1991tti tokkotti doolaara 14,500tti ol guddate.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eRagaa amma jiruun biyyi xiqqoon Kibba Baha Eeshiyaa keessatti argamtu kun bal\u2019inni ishee iskuweer kiiloo meetira 721.5 yoo ta\u2019u, baay\u2019inni ummataa ammoo miiliyoona 5.7 ta\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eIddoowwan magariisaa hedduu fi paarkiiwwan haala gaariin kunuunfaman magaalaa keessa waan jiraniif dinqisiiffannaa argachuu bira dabree \u2018\u2019Magaalaa Biqiltuu&#8221; jedhamtee waamamtu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eUumama kununsuu, qulqullinaa fi teeknooloojiin wal-simsiisuuf Singaapoor kaka\u2019umsa ummataa fi seerota baay\u2019ee hojiirra oolchaa kan turte misooma itti fufiinsa qabuu fi eegumsa naannoo irratti jijjiirama guddaa galmeessite.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSingaapoor keessatti ajaja dooktoraatiin alatti, maastikaa alanfachuun dhorkaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKaraa irratti tufuu, tamboo xuuxanii gatuun, pilaastikii adda addaa, qola karameellaa fi meeshaalee xixiqqoo waa keessaa fayyadaman daandiirratti gatuun adabbii guddaa namatti fida.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSingaapoor keessatti yakki hin baay&#8217;atu Kanaafuu, addunyaarratti magaalaa nageenyan beekamtuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200ePaarkiiwwan, iddoowwan biqiltuu fi bakka kunuunsa uumamaa baay&#8217;ee kan qabdu yoo taatu, iddoowwan biqiltoota Singaapoor hambaa addunyaa ta&#8217;uun &#8216;UNESCO&#8217; irrattis galmaa\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eShuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"7850\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"d18107df73\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7850\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Hagayya 29\/2017 \u200eGuddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. \u200eFaallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan guddatte biyya fakkeenya gaarii qabdu ta\u2019uun dhaadheffamaa jirti. \u200eBara 1963 booda kolonii Ingilizii jalaa kan baate Singaapoor Federeeshinii Maaleezhiyaa irraa cituun akka biyyaatti hundoofte. Yeroo [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":7851,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,5],"tags":[],"class_list":["post-7850","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Hagayya 29\/2017 \u200eGuddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. \u200eFaallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan guddatte biyya fakkeenya gaarii qabdu ta\u2019uun dhaadheffamaa jirti. \u200eBara 1963 booda kolonii Ingilizii jalaa kan baate Singaapoor Federeeshinii Maaleezhiyaa irraa cituun akka biyyaatti hundoofte. Yeroo [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-04T17:06:51+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-04T17:06:53+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor\",\"datePublished\":\"2025-09-04T17:06:51+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-04T17:06:53+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/\"},\"wordCount\":335,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/6.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/\",\"name\":\"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/6.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-04T17:06:51+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-04T17:06:53+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/6.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/6.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/7850\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Hagayya 29\/2017 \u200eGuddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. \u200eFaallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan guddatte biyya fakkeenya gaarii qabdu ta\u2019uun dhaadheffamaa jirti. \u200eBara 1963 booda kolonii Ingilizii jalaa kan baate Singaapoor Federeeshinii Maaleezhiyaa irraa cituun akka biyyaatti hundoofte. Yeroo [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-04T17:06:51+00:00","article_modified_time":"2025-09-04T17:06:53+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor","datePublished":"2025-09-04T17:06:51+00:00","dateModified":"2025-09-04T17:06:53+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/"},"wordCount":335,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/","name":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg","datePublished":"2025-09-04T17:06:51+00:00","dateModified":"2025-09-04T17:06:53+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/6.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/7850\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7850","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=7850"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7850\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":7852,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/7850\/revisions\/7852"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/7851"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=7850"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=7850"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=7850"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}