{"id":8122,"date":"2025-09-10T06:56:17","date_gmt":"2025-09-10T06:56:17","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=8122"},"modified":"2025-09-10T06:56:18","modified_gmt":"2025-09-10T06:56:18","slug":"itiyoophiyaan-hararraa-egeree-ishee-hojjechaa-jirti-tkm","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/","title":{"rendered":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS &#8211; Qaammee 5\/ 2017<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har\u2019arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa\u2019inoota galmaa\u2019an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree mata duree \u201cDiijitaal Itiyoophiyaa Dhugoomsuu\u201d jedhuun kabajaa akka jirtu tajaajilichi ibseera. Itiyoophiyaan ofiisheerra darbitee bayyanachuu Afrikaa labsuuf har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jiraachuus eereera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaloota warraaqsa indaastirii 5ffaaf maadaalu bocuuf, anniisaa haaromfamaa guddina indaastiriif ta\u2019u dhiyeessuuf, magaalota ammayyaa uumuuf, teeknooloojiifi yaadota haaraa bocuuf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jirti jedhe. Iidaa dhalootaa salphisuun miindaa dhaalchisuuf tattaafachaa jiraachuus kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Itiyoophiyaan egeree ishee wayita hojjettu yaada Afrikaanota biroos ceesisu danda&#8217;u qabachuun akka ta\u2019e eeruun, karoora Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 milkeessuun karoora tarsiimawaa itti aanu hojiirra oolchuutti galteetti jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Diijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf eenyummaa lammiilee ishee haala guutuu ta\u2019een beekuun xiyyeeffannoo isa duraa ta\u2019uu, kanaaf ammoo tajaajilli waraqaa eenyummaa biyyaalessaa kan eeramu akka ta&#8217;e ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ragaa hanga ammaatti jiruun lammiileen biyyattii miiliyoonni 23 ol tajaajila waraqaa eenyummaa biyyaalessaaf galmaa\u2019uufi yeroo gabaabaa keessatti dacha hedduun guddisuuf hojjetamaa jiraachuu hubachiiseera. Leenjiin Itiyoo- Kooders miiliyoona 5\u2019nis daandii imala Diijitaal Itiyoophiyaa saffisiisu ta\u2019uu kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"656\" height=\"648\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/545368202_1233720795467958_4823921811613081582_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-8127\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/545368202_1233720795467958_4823921811613081582_n-1.jpg 656w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/545368202_1233720795467958_4823921811613081582_n-1-300x296.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 656px) 100vw, 656px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Dameen faayinaansii Birrii tiriiliyoonatti lakkaa\u2019amu bittaafi gurgurtaa diijitaalaan sochoosaa jiraachuu ibsuun, jalqabbiiwwan kunneen egeree Diijitaal Itiyoophiyaa ilaalcha keessa kan galchan ta\u2019uu hubachiiseera. Itiyoophiyaan dhiyeessii huma haaromfamaa amansiisaa qabduun bakka gahumsa dhaabbilee &#8216;daataa maayiniingi&#8217; hedduu ta\u2019uus ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Fayyadamtoonni bilbila moobaayilaa miiliyoona 85 fi kuma 400 darbuu kan ibse tajaajilichi, namoonni miiliyoonni 28 fi kumni 600 ol fayyadamtoota intarneetii ta\u2019uu yaadachiiseera. Nageenya saayibarii Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran milkaa\u2019inaafi abdii kan qaban ta\u2019uu eereera.<\/p>\n\n\n\n<p>Inistiitiyuutiin Artifishaal Intelejensii Afrikaarraa sadarkaa duraarra jiru gara hojiitti erga galee waggoottan lakkoofsisuu yaadachiisuun, kunneen hundi agarsiistuu imala Diijitaal Itiyoophiyaati jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Giddugaloonni qorannoo qonnaa babal\u2019achaa jiraachuufi sanyiiwwan haaraa baasaa akka jiran ibsuun, kunis birmadummaa nyaataa mirkaneessuufi rakkoowwan wabii nyaataa yeroofi dhaabbii balaawwan nam-tolcheefi uumamaan mudatan waaraan furuuf kan dandeessisudha jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Ogummaa dargaggootaa leenjiiwwan gaggabaaboon ijaaruun biyya keessaafi biyyoota alaatti carraalee teeknooloojiin deeggaraman akka argataniif hojjetamaa jiraachuufi milkaa\u2019inni argamaa akka jirus ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Itiyoophiyaan fedhiifi qormaatilee har\u2019aa qofarratti hin xiyyeeffattu kan jedhe tajaajilichi, damee hundaan tarkaanfiiwwan seena qabeessa egeree isheef bu\u2019uura kaa\u2019an tarkaanfachaa jiraachuu yaadachiiseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"8122\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5ae8174e99\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8122\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Qaammee 5\/ 2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har\u2019arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa\u2019inoota galmaa\u2019an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree mata duree \u201cDiijitaal Itiyoophiyaa Dhugoomsuu\u201d jedhuun kabajaa akka jirtu tajaajilichi ibseera. Itiyoophiyaan ofiisheerra darbitee bayyanachuu Afrikaa labsuuf har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jiraachuus eereera. Dhaloota warraaqsa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":8126,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,4,17],"tags":[],"class_list":["post-8122","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-itoophiyaa","category-teeknoloojii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Qaammee 5\/ 2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har\u2019arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa\u2019inoota galmaa\u2019an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree mata duree \u201cDiijitaal Itiyoophiyaa Dhugoomsuu\u201d jedhuun kabajaa akka jirtu tajaajilichi ibseera. Itiyoophiyaan ofiisheerra darbitee bayyanachuu Afrikaa labsuuf har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jiraachuus eereera. Dhaloota warraaqsa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-10T06:56:17+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-10T06:56:18+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"660\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"659\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM\",\"datePublished\":\"2025-09-10T06:56:17+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-10T06:56:18+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/\"},\"wordCount\":360,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\",\"Teeknoloojii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/\",\"name\":\"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-10T06:56:17+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-10T06:56:18+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg\",\"width\":660,\"height\":659},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8122\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Qaammee 5\/ 2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har\u2019arraa hojjechuuf taasistuufi milkaa\u2019inoota galmaa\u2019an beeksisuuf Qaammee 5, Guyyaa Egeree mata duree \u201cDiijitaal Itiyoophiyaa Dhugoomsuu\u201d jedhuun kabajaa akka jirtu tajaajilichi ibseera. Itiyoophiyaan ofiisheerra darbitee bayyanachuu Afrikaa labsuuf har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jiraachuus eereera. Dhaloota warraaqsa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-10T06:56:17+00:00","article_modified_time":"2025-09-10T06:56:18+00:00","og_image":[{"width":660,"height":659,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM","datePublished":"2025-09-10T06:56:17+00:00","dateModified":"2025-09-10T06:56:18+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/"},"wordCount":360,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Itoophiyaa","Teeknoloojii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/","name":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg","datePublished":"2025-09-10T06:56:17+00:00","dateModified":"2025-09-10T06:56:18+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/546365727_1233879228760851_3606975469625908527_n-2.jpg","width":660,"height":659},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8122\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Itiyoophiyaan har\u2019arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8122","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=8122"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8122\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":8128,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8122\/revisions\/8128"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/8126"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=8122"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=8122"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=8122"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}