{"id":8451,"date":"2025-09-19T05:56:04","date_gmt":"2025-09-19T05:56:04","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=8451"},"modified":"2025-09-19T05:56:05","modified_gmt":"2025-09-19T05:56:05","slug":"itoophiyaan-injifatteetti-xiinxalli-barruu-the-arab-weekly-maal-jedha","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/","title":{"rendered":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#8216;The Arab Weekly&#8217; maal jedha?"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Fulbaana 8\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Ajandaan Hidha Haaromsaa Injifannoo Itoophiyaatiin goolabameera jedha Barruun teessoo isaa magaalaa Landan taasifate &#8216;The Arab Weekly&#8217;<\/p>\n\n\n\n<p>Waggoota kudhanii oliif seenaa ammayyaa keessatti Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa madda walitti bu\u2019iinsa bishaanii guddaa ta\u2019a jedhamee eegamaa kan ture ta\u2019us injifannoo Itoophiyaatiin xumurameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Hidhamuu bishaan laga Abbayyaatiin biyyoota yaa\u2019a gadii keessaa Ijipti ajandaa waraanaa sadarkaa addunyaatti labsaa turtus, Ministirri Muummee Itoophiyaa pirojektii doolaara biiliyoona 5\u2019n ijaaramee Qaammee 4 bara 2017 eebbisiisuun isaanii injifannoo guddaa addunyaatti agarsiise jedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi Pirojektii Hidha Haaromsaa eegalamuu hordofee biyyoonni yaa\u2019a gadii michoomuun, dhimmi laga Abbayyaa jaarsummaa addunyaatiin akka ilaalamu taasisuun tapha siyaasaa wal xaxaa uumuudhaaf tattaafatanis, hidhi haaromsaa xumuramee eebbifamuun ajandaa siyaasa addunyaa ofirraa kutuu danda\u2019uu hime.<\/p>\n\n\n\n<p>Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi yeroo Pirezidaantummaa isaanii kan jalqabaa irratti \u201cIjipt hidha kana ni haleelti&#8221; jechuun dubbatanii akka turan barruun kun yaadachiisa. Har\u2019a garuu filannoon kun sadarkaa hin yaadamne irra ga\u2019eera jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhugaan jiru Sudaan daangaa hidhichaarraa fageenya maayilii sagalii qofa qabduuf, xumuramuun hidhichaa humna ibsaatin daran akka ishee fayyaduu hime.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan hidha haaromsaa irraa biyyoota ollaa waliin fayyadamuun michooma biyyoota yaa\u2019a gadii cimsachuuf tattaaffii taasistu gufachiisuuf Ijipti yeroo hundaa holala siyaasaatiin ajandaa uumaa turteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr) garuu \u201cNuti obbolootni waan qabnu walii kenninee waliin haa guddannu\u201d jechuun waltajjii biyyaalessaafi idil-addunyaa irratti dhaadhessaa turuus barruun kun himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ammas biyyoota ollaafi yaa\u2019a gadii Itoophiyaa wajjin pirojektiiwwan hambaa dhalootaa ta\u2019an hojjatanii ol kaa\u2019uuf yaadaafi mul\u2019ata qaban wajjin hojjachuuf fedhii guutuu qaban irraa kan ka\u2019e waamicha taasisaa jiraachuus addeesseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Humna, beekumsaafi maallaqa qofa osoo hin taane copha dafqaa, dhiigaa, bishaaniifi imimmaanii lammiilee Itoophiyaatiin ijaaramee xumuraaf kan qaqqabe pirojektiin guddaa siidaa dhaabbataa dhaloota bara ida\u2019amuu ta\u2019e hidhi haaromsaa humna ibsa guddaa maddisiisuun biyyoota ollaa bira dabree Afriikaaf Addunyaa ibsuuf akka oolu beeksisanii turuun ni yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"8451\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8451\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Fulbaana 8\/2018 Ajandaan Hidha Haaromsaa Injifannoo Itoophiyaatiin goolabameera jedha Barruun teessoo isaa magaalaa Landan taasifate &#8216;The Arab Weekly&#8217; Waggoota kudhanii oliif seenaa ammayyaa keessatti Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa madda walitti bu\u2019iinsa bishaanii guddaa ta\u2019a jedhamee eegamaa kan ture ta\u2019us injifannoo Itoophiyaatiin xumurameera. Hidhamuu bishaan laga Abbayyaatiin biyyoota yaa\u2019a gadii keessaa Ijipti ajandaa waraanaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":8452,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,4],"tags":[],"class_list":["post-8451","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#039;The Arab Weekly&#039; maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#039;The Arab Weekly&#039; maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Fulbaana 8\/2018 Ajandaan Hidha Haaromsaa Injifannoo Itoophiyaatiin goolabameera jedha Barruun teessoo isaa magaalaa Landan taasifate &#8216;The Arab Weekly&#8217; Waggoota kudhanii oliif seenaa ammayyaa keessatti Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa madda walitti bu\u2019iinsa bishaanii guddaa ta\u2019a jedhamee eegamaa kan ture ta\u2019us injifannoo Itoophiyaatiin xumurameera. Hidhamuu bishaan laga Abbayyaatiin biyyoota yaa\u2019a gadii keessaa Ijipti ajandaa waraanaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-19T05:56:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-19T05:56:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#8216;The Arab Weekly&#8217; maal jedha?\",\"datePublished\":\"2025-09-19T05:56:04+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-19T05:56:05+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/\"},\"wordCount\":312,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/\",\"name\":\"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu 'The Arab Weekly' maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-19T05:56:04+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-19T05:56:05+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8451\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#8216;The Arab Weekly&#8217; maal jedha?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu 'The Arab Weekly' maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu 'The Arab Weekly' maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Fulbaana 8\/2018 Ajandaan Hidha Haaromsaa Injifannoo Itoophiyaatiin goolabameera jedha Barruun teessoo isaa magaalaa Landan taasifate &#8216;The Arab Weekly&#8217; Waggoota kudhanii oliif seenaa ammayyaa keessatti Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa madda walitti bu\u2019iinsa bishaanii guddaa ta\u2019a jedhamee eegamaa kan ture ta\u2019us injifannoo Itoophiyaatiin xumurameera. Hidhamuu bishaan laga Abbayyaatiin biyyoota yaa\u2019a gadii keessaa Ijipti ajandaa waraanaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-19T05:56:04+00:00","article_modified_time":"2025-09-19T05:56:05+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":720,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#8216;The Arab Weekly&#8217; maal jedha?","datePublished":"2025-09-19T05:56:04+00:00","dateModified":"2025-09-19T05:56:05+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/"},"wordCount":312,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/","name":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu 'The Arab Weekly' maal jedha? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg","datePublished":"2025-09-19T05:56:04+00:00","dateModified":"2025-09-19T05:56:05+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/549391935_1241213524694088_6897743052239223614_n.jpg","width":1280,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8451\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Itoophiyaan Injifatteetti: Xiinxalli Barruu &#8216;The Arab Weekly&#8217; maal jedha?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8451","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=8451"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8451\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":8453,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8451\/revisions\/8453"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/8452"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=8451"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=8451"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=8451"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}