{"id":8512,"date":"2025-09-22T05:22:52","date_gmt":"2025-09-22T05:22:52","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=8512"},"modified":"2025-09-22T05:22:55","modified_gmt":"2025-09-22T05:22:55","slug":"mana-sirreessaa-taaanii-qabxii-kutaa-12ffaa-quubsaa-fidani-isaan-eenyu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/","title":{"rendered":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu?"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS-Fulbaana 9\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Kun seenaa dargaggoota lamaa, Mana amala sirreessaa taa&#8217;anii qormaata kutaa 12ffaa qabxii quubsaan darbaniiti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkka tasaa ta\u2019ee dogoggorani. Dogoggorri isaanii ammoo yakka ta\u2019e. Dargaggoo Efreemiifi Yaareed.<\/p>\n\n\n\n<p>Namni yakka isaarraa baratee ba\u2019ee hawaasaa biraas akka barsiisuuf, yeroo gahaa qabaatee akka of madaaluuf amalaan haa sirratuuf hawaasa irraa adda ba\u2019ee bakka seerri \u201cturi\u201d ittiin jedhe taa\u2019ee adabbii isaa fudhachuun waan hin oolle.<\/p>\n\n\n\n<p>Barattootni kunneenis carraan isaanii kana ta\u2019e. \u200eDhimmi keenya kanumaan raawwatame jedhanii harka isaanii maratanii hin teenye. Barnoota addaan kutanii turan mana amala sirreessaa keessa taa\u2019anii itti fufan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGaaf tokko, yeroo achii ba\u2019an namoota biroofis fakkeenya ta\u2019uuf hawwiin qaban dabalaa hammuma dhufeen barnoota isaaniitti cimanii barachuu akka qaban murteessan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHaala daanga\u2019aa ta\u2019e keessattis qayyabachaa, naamusa gaarii agarsiisaafi of barsiisaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSirreeffamtootni seeraa lamaan seensa yunivarsiitii gaarii jedhamu galmeessuun barana gara Yunivarsiitii seenuuf jedhu. Qabxii fooyya\u2019aa fiduu isaaniitti gammachuun isaanii olaanaa ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAMN barattoota mana amala sirreessaa ta&#8217;anii qormaata seensa yunivarsiitii kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii fooyya&#8217;aa galmeessan dubbiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eEfreem Alamayyoofi Yaared Sintaayyoo sirreeffamtoota Mana Amala Sirreessaa Olaanaa Federaalaa Abbaa Saamu\u2019el keessatti qormaata kutaa 12ffaa bara 2017&#8217;tiin milkaa&#8217;anidha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eEfreem qabxii 600 keessaa 427 kan fide yoo ta&#8217;u, akka qabxii gaarii kana galmeessuuf deggersi barsiisotni isaa taasisaniif olaanaa ta&#8217;uu ibsee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eXiyyeeffannoo kennanii qayyabannaan haalaafi bakki qabxii gaarii galmeessuu irraa akka nama hin daangessine dubbata.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eQormaatilee waggoota darban keessa kennaman irra deddeebi&#8217;ee hojjachuurra darbee Kitaabolee barumsaafi kanneen biroos dubbisaa akkasumas yeroo isaatti haalaan fayyadama akka ture ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYaada hiriyaa isaa kan deeggaruu sirreeffamaan biraa Yaared Sintaayyoo Mana Sirreessaatti warreen qabxii gaarii galmeessan keessaa isa tokko.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYeroo qo\u2019annaa isaa barnoota hin galleef hiriyoota waliin dubbisuufi wal hubachiisuun akkasuma Barsiisaa gaafachuun qophaa\u2019a kan turee Yaared qabxii 600 keessaa 350 fiduun akka milkaa\u2019e ibsa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYeroofi haalonni osoo isaan hin rakkisin kaayyoo keenya cimsuun qabxii gaarii galmeessisuu akka danda&#8217;an ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBarnoota yunivarsiitii isaanii haalaan hordofuufi, eebbifamaniis hawaasa isaanii kutannoofi naamusa gaariin tajaajiluuf kaayyeffachuu isaanii dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eManni amala sirreessaa sirreeffamtoota amalaa waan balleessanirraa akka baratan taasisuu irra darbee ogummaa adda addaatiin leenjisuun gahoomsaa akka jiru, qabxii gaarii Efreemifi Yaared galmeessan kan agarsiisu akka ta\u2019e hubachuun ni danda\u2019ama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eShuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"8512\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"773431482b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8512\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS-Fulbaana 9\/2018 Kun seenaa dargaggoota lamaa, Mana amala sirreessaa taa&#8217;anii qormaata kutaa 12ffaa qabxii quubsaan darbaniiti. \u200eAkka tasaa ta\u2019ee dogoggorani. Dogoggorri isaanii ammoo yakka ta\u2019e. Dargaggoo Efreemiifi Yaareed. Namni yakka isaarraa baratee ba\u2019ee hawaasaa biraas akka barsiisuuf, yeroo gahaa qabaatee akka of madaaluuf amalaan haa sirratuuf hawaasa irraa adda ba\u2019ee bakka seerri \u201cturi\u201d ittiin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":8513,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[28],"tags":[],"class_list":["post-8512","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-barnoota","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS-Fulbaana 9\/2018 Kun seenaa dargaggoota lamaa, Mana amala sirreessaa taa&#8217;anii qormaata kutaa 12ffaa qabxii quubsaan darbaniiti. \u200eAkka tasaa ta\u2019ee dogoggorani. Dogoggorri isaanii ammoo yakka ta\u2019e. Dargaggoo Efreemiifi Yaareed. Namni yakka isaarraa baratee ba\u2019ee hawaasaa biraas akka barsiisuuf, yeroo gahaa qabaatee akka of madaaluuf amalaan haa sirratuuf hawaasa irraa adda ba\u2019ee bakka seerri \u201cturi\u201d ittiin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-09-22T05:22:52+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-09-22T05:22:55+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1368\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"812\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu?\",\"datePublished\":\"2025-09-22T05:22:52+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-22T05:22:55+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/\"},\"wordCount\":381,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Barnoota\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/\",\"name\":\"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-09-22T05:22:52+00:00\",\"dateModified\":\"2025-09-22T05:22:55+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/09\\\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg\",\"width\":1368,\"height\":812},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/8512\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS-Fulbaana 9\/2018 Kun seenaa dargaggoota lamaa, Mana amala sirreessaa taa&#8217;anii qormaata kutaa 12ffaa qabxii quubsaan darbaniiti. \u200eAkka tasaa ta\u2019ee dogoggorani. Dogoggorri isaanii ammoo yakka ta\u2019e. Dargaggoo Efreemiifi Yaareed. Namni yakka isaarraa baratee ba\u2019ee hawaasaa biraas akka barsiisuuf, yeroo gahaa qabaatee akka of madaaluuf amalaan haa sirratuuf hawaasa irraa adda ba\u2019ee bakka seerri \u201cturi\u201d ittiin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-09-22T05:22:52+00:00","article_modified_time":"2025-09-22T05:22:55+00:00","og_image":[{"width":1368,"height":812,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu?","datePublished":"2025-09-22T05:22:52+00:00","dateModified":"2025-09-22T05:22:55+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/"},"wordCount":381,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg","articleSection":["Barnoota"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/","name":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg","datePublished":"2025-09-22T05:22:52+00:00","dateModified":"2025-09-22T05:22:55+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/09\/550492879_1242124371269670_3925984474565541558_n.jpg","width":1368,"height":812},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/8512\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"\u200eMana sirreessaa taa\u2019anii qabxii kutaa 12ffaa quubsaa fidani, isaan eenyu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8512","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=8512"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8512\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":8514,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/8512\/revisions\/8514"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/8513"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=8512"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=8512"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=8512"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}