{"id":9018,"date":"2025-10-02T05:53:31","date_gmt":"2025-10-02T05:53:31","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9018"},"modified":"2025-10-02T05:53:32","modified_gmt":"2025-10-02T05:53:32","slug":"kalaqni-industirii-aadaafi-sona-ibsituu-irreechaati-obbo-abarraa-taaddasaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/","title":{"rendered":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS-Fulbaana 21\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta&#8217;uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eObbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii taasisaniin Oromoon jiruuf jireenya isaa gaggeeffachuuf kalaqa ogummaa harkaa babal&#8217;ifachaa akka ture himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eIndustiriiwwan kunis oomisha huccuu aadaa, bokkuu, kallacha, Siiqqee, Caaccuu fi faayawwan garagaraa kan haammatu ta&#8217;ee hojiiwwan aadaa fi dudhaa Oromoo babal&#8217;isan aadaanis kan wal-qabatu eenyummaa Oromummaa calaqisiisuu keessatti qooda guddaa qabachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessattuu faashiniin uffannaa aadaa \u200ebabal&#8217;achaa dhufe Irreechaan walitti hidhamiinsa guddaa qabaachuun ittiin mul&#8217;achuu fi mul&#8217;istuu guddaa of-keessaa qaba kan jedhan Obbo Abarraa Taaddasaa, Yaroo ayyaana kanaaf bahu akkaataa uummata Oromoo ibsuun dudhaa fi faaya calaqqee kanaan masakame addunyaatti beeksisu jechuun dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKaraa biroo guddina diinagdee keessatti qooda guddaa waan qabuuf karaa tokkoon dudhaa uummatichaa beeksisuu karaa biroo guddina diinagdeef oolchuun sonaa fi dudhaa irreechaa kan ittiin beeksifamuudha jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWaldaaleen industirii kana keessatti gurmaa&#8217;anii uffannaa aadaa Oromoo oomishanis beekumsa gahaa horatanii uffannaa aadaa Oromoo kana boca (design) isaa karaa sirrii ta&#8217;een hojjachuun ittiin ayyaanicha addunyaatti beeksisaa akka jiranis hubachuutu irraa eegama jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Oomisha industirii Aadaa kana keessatti warreen hojjetan kun ambaasaaddara beeksisa dudhaa uffannaa Oromoo ta&#8217;uu yaadachaa gama hundaan hubannaan hojjetaa jiraachuullee dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo ammaa kana Baazaariifi Agarsiisa Irreecha bara 2018 gaggeeffamu sababeeffachuun Giddugala Agarsiisa Magaalaa Finfinneetti qophaa&#8217;e irratti \u200ewaldaaleen oomisha industirii aadaa kana keessatti bobba&#8217;anii jiran hedduun oomisha isaanii dhi&#8217;eessuun beeksisaa akka jiraniif bittaa fi gurgurtaan addaddaa gaggeeffamaa jira jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHanga ammaatti baayyinaan uffannaa aadaa, Faaya Aadaa, qonna hojii invastimantii agro proosesiisii dhiyeeffachaa bu&#8217;aa argataa akka jiranis eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Waldaaleen industirii aadaa 100 ol yoo ta&#8217;an dabalatee waliigalaan dhaabbileen 200 ol dhiyeessaa waan jiraniif hawaasi daawwachuu, bitachuu fi aadaa wal barsiisuun akka irratti hirmaatan AMN Diijitaal waliin turtii taasisaniin waamicha dhiyeessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Daraartuu Tarreessaatu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9018\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9018\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS-Fulbaana 21\/2018 \u200eKalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta&#8217;uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan. \u200eObbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii taasisaniin Oromoon jiruuf jireenya isaa gaggeeffachuuf kalaqa ogummaa harkaa babal&#8217;ifachaa akka ture himaniiru. \u200eIndustiriiwwan kunis oomisha huccuu aadaa, bokkuu, kallacha, Siiqqee, Caaccuu fi faayawwan garagaraa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9019,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[29,20],"tags":[],"class_list":["post-9018","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-aadaa","category-og-artii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS-Fulbaana 21\/2018 \u200eKalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta&#8217;uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan. \u200eObbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii taasisaniin Oromoon jiruuf jireenya isaa gaggeeffachuuf kalaqa ogummaa harkaa babal&#8217;ifachaa akka ture himaniiru. \u200eIndustiriiwwan kunis oomisha huccuu aadaa, bokkuu, kallacha, Siiqqee, Caaccuu fi faayawwan garagaraa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-02T05:53:31+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-02T05:53:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"405\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa\",\"datePublished\":\"2025-10-02T05:53:31+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-02T05:53:32+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/\"},\"wordCount\":308,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Aadaa\",\"Og-artii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/\",\"name\":\"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-02T05:53:31+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-02T05:53:32+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":405},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9018\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS-Fulbaana 21\/2018 \u200eKalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta&#8217;uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan. \u200eObbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii taasisaniin Oromoon jiruuf jireenya isaa gaggeeffachuuf kalaqa ogummaa harkaa babal&#8217;ifachaa akka ture himaniiru. \u200eIndustiriiwwan kunis oomisha huccuu aadaa, bokkuu, kallacha, Siiqqee, Caaccuu fi faayawwan garagaraa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-02T05:53:31+00:00","article_modified_time":"2025-10-02T05:53:32+00:00","og_image":[{"width":720,"height":405,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa","datePublished":"2025-10-02T05:53:31+00:00","dateModified":"2025-10-02T05:53:32+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/"},"wordCount":308,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg","articleSection":["Aadaa","Og-artii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/","name":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg","datePublished":"2025-10-02T05:53:31+00:00","dateModified":"2025-10-02T05:53:32+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557635673_1252918640190243_844571070770899345_n.jpg","width":720,"height":405},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9018\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9018","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9018"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9018\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9020,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9018\/revisions\/9020"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9019"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9018"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9018"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9018"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}