{"id":9089,"date":"2025-10-03T07:25:03","date_gmt":"2025-10-03T07:25:03","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9089"},"modified":"2025-10-03T07:25:05","modified_gmt":"2025-10-03T07:25:05","slug":"israael-gargaarsi-akka-gaazaa-hin-seenne-danquun-mormii-keessummeessaa-jirti","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/","title":{"rendered":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Fulbaana 22\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Israa\u2019el dooniiwwan gargaarsa fe\u2019an Gaazaa akka hin seenne danquun wal qabatee mormii keessummeessaa jirti. Giriiki, Xaaliyaanii, Jarmanii, Tuunisiyaa fi Tarkiyeen danqaa Israa\u2019el dooniiwwan Gaazaatti imalaa turan irratti taasiste mormanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gocha Israa\u2019el kana Paakistaan, Booliviyaafi Maaleeshiyaanis balaaleffataniiru. Komishinarri Olaanaa Mirga Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Voolkar Tarki, kaleessa irraa jalqabee dooniiwwan hedduu Israa\u2019eliin danqamuu ibsuun, \u201cGaazaan danqaa taasiste Gaazaa irraa kaasuun meeshaawwan lubbuu baraaraa akka seenaniif karaa danda\u2019ame hundaan daandii saaquu qabdi\u201d jechuun dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Xaaliyaanii, Jarmaniifi UK\u2019n dhimmichi isaan yaaddeesuu ibsuun lammiilee isaanii doonicha keessa jiran wajjin mari\u2019achuu ibsuun dooniiwwan danqite akka gadhiiftu yaadachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Israa\u2019el ji\u2019a tokko dura dooniiwwan 40 ol ugguruun imala hojjattoota gargaarsaa, miseensota paarlaamaa Awurooppaa, ogeessota seeraa, rogeessota miidiyaafi kanneen biroo 500 ta&#8217;uun gargaarsa qabatanii Gaazaatti imalaa turan danqitee akka turtes BBC fi Shiinuwaa&#8217;n gabaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Israa\u2019el gocha kana raawwataa sababaan itti jirtuuf meeshaaleen gargaarsaa kunneen harka Hamaasitti akkan kufneef yaaddoo qabdu irraa ka&#8217;uun akka ta\u2019e beeksisaa jirti. Kanaan duras, sochiiwwan deggersa garaa garaa Hamaas qaqqabsiisuuf sochiiwwan taasifaman lama bira gahuu eerteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri dhimma alaa Israa\u2019el gocha kana miidiyaatti waan himteef rogeettii miidiyaa lammii Siwiidiin taate Gireetaa Tanbarg wayita doonii tokko irraa buusuun hiitu suur-sagaleedhaan gadi dhiisee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbatni UN\u2019n deggeramu \u201cIPC\u201d jedhamu Gaazaa keessatti hongeen mudachuu kan beeksise yoo ta\u2019u, Hogganaan Gargaarsa Namummaa UN, kun kan mudate danqaa Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenneef taasisteen akka ta\u2019e ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Israa\u2019el Netaaniyaahun ammoo &#8220;kuni soba adiidha&#8221; jechuun ragaa dhaabbata kanaan dhiyaate kufaa taasisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Israa\u2019el, waraana Gaazaatti taasisaa jirtu dhaabsisuuf sochiin Ameerikaafi biyyoota garaa garaan taasifamaa jiru itti fufus Hamaas \u201cBirmadummaa Gaazaa kan mirkaneessu miti\u201d jechuun haal-dureewwan ka&#8217;aman irratti waliigaltee irra waan hin geenyeef hireen Gaazaa akkuma rarra\u2019etti jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9089\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3d058f0ad3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9089\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Fulbaana 22\/2018 Israa\u2019el dooniiwwan gargaarsa fe\u2019an Gaazaa akka hin seenne danquun wal qabatee mormii keessummeessaa jirti. Giriiki, Xaaliyaanii, Jarmanii, Tuunisiyaa fi Tarkiyeen danqaa Israa\u2019el dooniiwwan Gaazaatti imalaa turan irratti taasiste mormanii jiru. Gocha Israa\u2019el kana Paakistaan, Booliviyaafi Maaleeshiyaanis balaaleffataniiru. Komishinarri Olaanaa Mirga Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Voolkar Tarki, kaleessa irraa jalqabee dooniiwwan hedduu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9090,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-9089","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Fulbaana 22\/2018 Israa\u2019el dooniiwwan gargaarsa fe\u2019an Gaazaa akka hin seenne danquun wal qabatee mormii keessummeessaa jirti. Giriiki, Xaaliyaanii, Jarmanii, Tuunisiyaa fi Tarkiyeen danqaa Israa\u2019el dooniiwwan Gaazaatti imalaa turan irratti taasiste mormanii jiru. Gocha Israa\u2019el kana Paakistaan, Booliviyaafi Maaleeshiyaanis balaaleffataniiru. Komishinarri Olaanaa Mirga Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Voolkar Tarki, kaleessa irraa jalqabee dooniiwwan hedduu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-03T07:25:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-03T07:25:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti\",\"datePublished\":\"2025-10-03T07:25:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-03T07:25:05+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/\"},\"wordCount\":308,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/\",\"name\":\"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-03T07:25:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-03T07:25:05+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9089\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Fulbaana 22\/2018 Israa\u2019el dooniiwwan gargaarsa fe\u2019an Gaazaa akka hin seenne danquun wal qabatee mormii keessummeessaa jirti. Giriiki, Xaaliyaanii, Jarmanii, Tuunisiyaa fi Tarkiyeen danqaa Israa\u2019el dooniiwwan Gaazaatti imalaa turan irratti taasiste mormanii jiru. Gocha Israa\u2019el kana Paakistaan, Booliviyaafi Maaleeshiyaanis balaaleffataniiru. Komishinarri Olaanaa Mirga Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Voolkar Tarki, kaleessa irraa jalqabee dooniiwwan hedduu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-03T07:25:03+00:00","article_modified_time":"2025-10-03T07:25:05+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti","datePublished":"2025-10-03T07:25:03+00:00","dateModified":"2025-10-03T07:25:05+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/"},"wordCount":308,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/","name":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg","datePublished":"2025-10-03T07:25:03+00:00","dateModified":"2025-10-03T07:25:05+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/557659126_1253979620084145_3630045627452202073_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9089\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Israa\u2019el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9089","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9089"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9089\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9091,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9089\/revisions\/9091"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9090"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9089"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9089"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9089"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}