{"id":9107,"date":"2025-10-03T10:52:15","date_gmt":"2025-10-03T10:52:15","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9107"},"modified":"2025-10-03T10:52:20","modified_gmt":"2025-10-03T10:52:20","slug":"mootummaan-waadaa-gochaan-ibsuun-imala-olkaiinsa-itoophiyaa-milkeessaa-jira-tkm","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/","title":{"rendered":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira &#8211; TKM"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN Plus &#8211; Fulbaana 23\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.<\/p>\n\n\n\n<p>Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itiyoophiyaa milkeessaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan jijjiiramichi dhugoomuu irraa eegalee waadaawwan gale raawwachaa, Itiyoophiyaa gara olkaa\u2019iinsa maluufitti baasuuf imala badhaadhinaa miidhagsaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan federaalaa mula\u2019ata waggaa dura mataduree \u201cBara 2018 ifa abdii irraa gara ifa qabatamaatti ni ceena\u201d jedhuun ibsame hojii qabatamaan argisiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Birmadummaa nyaataa mirkaneessuufis fageenya dheeraa deemneerra, maaddii guutuun, qonna gannaan, Ashaaraa magariisaa fi jallisii boneen deeggeramuun injifannoowwan gurguddoon galmaa\u2019aniiru. Bifa magaalotaa jijjiiruuf hojiiwwan hojjetamaniin magaalonni 70 ol ta\u2019an haalli isaanii baay\u2019ee jijjiirameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni dhabamsiisa dhangal\u2019aa, itti fayyadamni daandii lafoo fi konkolaattotaa, babal\u2019inni bu\u2019uuraalee misoomaa kanneen akka bishaanii, bilbilaa, elektirikaa fi kkf hojii misooma koriidarii magaalotaan baay\u2019ee akka ammayyeeffaman ta\u2019eera, ta\u2019aas jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Yaadamni fi sirni qulqullina eeguu baay\u2019ee jijjiiramaa dhufeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinnee dabalatee magaalota keenya Afrikaaf fakkeenya akka ta\u2019aniif hojjetamaa jira. Dhiyeessii humna haareffamaa milkeessuuf galmi qabames Hidha haaromsaa jijjiirama seenessaa fideen dhugoomeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaarra darbee Afrikaa fi addunyaa biraaf deeggersa maallaqaa tokko malee pirojektota gurguddoo waloon milkeessuun akka danada\u2019amu Hidhi Haaromsaa fakkeenya nuuf ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummeen keenya eebba Hidha Haaromsaa irratti pirojektonni gurguddoon biroo akka eegalaman, xumuramaa kan turanis akka eebbifaman waadaa galuun isaanii kan yaadatamuu dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunoo, pirojeektonni gurguddoon olka\u2019iinsa Itiyoophiyaa ariifachiisan kan akka waarshaa gaazii uumamaa eebbifamaniiru; ijaarsi waarshaa dhimbiibbaa bob\u2019aa fi waarshaa xaa\u2019oo biyyee ni eegalame.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan humna niwukileeraa misooma naga qabeessaaf oolchuuf waliigaltee mallatteessite; dhaabbilee idil addunyaa irraas deeggersa argatte.<\/p>\n\n\n\n<p>Kun hundi muuxannoon waadaa gochatti jijjiiruu kan fide, amantaa dhaabbilee idila addunyaa fi uummataa argachuun kan itti danda\u2019ame, bu\u2019aa tattaaffii mootummaa ti.<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan keenya ammas milkaa\u2019inoota galmaa\u2019anitti quufee kan rafu miti. Imala badhaadhina Itoophiyaa jala jalaa milkeessaa, fedhiiwan guddachuu danda\u2019an uumaa, badhaadhina caaluuf cimee itti fufa.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaloota miindaa malee idaa hindhaalchifnu jechuunis Itiyoophiyaa dhamaatii waloo ijoollee isheen badhaateefi fakkeenya taate ijaaruun kalaqa, ariitii fi cichoomina olaanaan itti fufa.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaa addunyaa abdii haaraa!<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9107\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9107\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN Plus &#8211; Fulbaana 23\/2018 Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itiyoophiyaa milkeessaa jira. Mootummaan jijjiiramichi dhugoomuu irraa eegalee waadaawwan gale raawwachaa, Itiyoophiyaa gara olkaa\u2019iinsa maluufitti baasuuf imala badhaadhinaa miidhagsaa jira. Mootummaan federaalaa mula\u2019ata waggaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9108,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-9107","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN Plus &#8211; Fulbaana 23\/2018 Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itiyoophiyaa milkeessaa jira. Mootummaan jijjiiramichi dhugoomuu irraa eegalee waadaawwan gale raawwachaa, Itiyoophiyaa gara olkaa\u2019iinsa maluufitti baasuuf imala badhaadhinaa miidhagsaa jira. Mootummaan federaalaa mula\u2019ata waggaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-03T10:52:15+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-03T10:52:20+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"656\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"648\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira &#8211; TKM\",\"datePublished\":\"2025-10-03T10:52:15+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-03T10:52:20+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/\"},\"wordCount\":353,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/\",\"name\":\"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-03T10:52:15+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-03T10:52:20+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg\",\"width\":656,\"height\":648},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9107\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira &#8211; TKM\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN Plus &#8211; Fulbaana 23\/2018 Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itiyoophiyaa milkeessaa jira. Mootummaan jijjiiramichi dhugoomuu irraa eegalee waadaawwan gale raawwachaa, Itiyoophiyaa gara olkaa\u2019iinsa maluufitti baasuuf imala badhaadhinaa miidhagsaa jira. Mootummaan federaalaa mula\u2019ata waggaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-03T10:52:15+00:00","article_modified_time":"2025-10-03T10:52:20+00:00","og_image":[{"width":656,"height":648,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira &#8211; TKM","datePublished":"2025-10-03T10:52:15+00:00","dateModified":"2025-10-03T10:52:20+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/"},"wordCount":353,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/","name":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira - TKM - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg","datePublished":"2025-10-03T10:52:15+00:00","dateModified":"2025-10-03T10:52:20+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559699729_1254649813350459_1349296164954219916_n.jpg","width":656,"height":648},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9107\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka\u2019iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira &#8211; TKM"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9107","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9107"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9107\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9109,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9107\/revisions\/9109"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9108"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9107"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9107"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9107"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}